gram news
Аватар канала Burqaa Ispoortii

Burqaa Ispoortii

@burqaaispoortii

Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport

ПроектыENРазное

190,000подписчиков

Открыть канал

Последние посты

  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 09:20изменён

    🟢Sadarkaa Garee biyyaalessaa yeroo amma akka FIFAn baasetti.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 09:14изменён

    🟢Ibraahimaa Konaateen midhamaan garee biyyaalessaa Faransaay keessaa hir'ifameera.Iddoo isaa Leeny Yooroof waamichi taasifameera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    2,4301541Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 09:06изменён

    🟢Fooytuu garee biyyaalessaa Jarmaan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    2,8501661Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 07:08

    🟢Taphoota har'a taphatamu✔️Gulaallii geeba Afriikaa ​08:00 🔰 Naamibiyaa Kongoo waliin 01:00 🔰 DR Kongoo I. Giinii waliin 01:00 🔰 Libiyaa Botswaanaa waliin 01:00 🔰 Mooritaaniyaa Afriikaa Giddugaleessa 03:45 🔰 Kaameeroon Komoroos waliin 03:45 🔰 Ayvooriikost Gaanaa waliin 03:45 🔰 Seeraaliyoon Zimbaabuwee waliin 03:45 🔰 Tuniziyaa Ugaandaa waliin✔️​Neeshiin Liigii 03:45 🔰 Neezerlaand Jarmaan waliin 03:45 🔰 Poorchugaal Weels waliin 03:45 🔰 Noorweey Deenmaark waliin 03:45 🔰 Kosovoo Ayeerlaand waliin 03:45 🔰 Ostriyaa Israa'eel waliin 03:45 🔰 Sarbiyaa Griik waliin 03:45 🔰 Leechistayen Luutiniyaa waliin𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    6,8805352Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 07:08

    переслано из @kemerbet2

    😎Fagoo hin deemiin hiriyaa kee gaafadhuu maaliif akka itti tollu sitti yaahimu. 😏😏💵💵 ❗️❗️❗️❗️ qofa iratti 💵💵Taphachuuf hidhaa kana fayyadama 👉 Kemerbet
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 06:55

    Guyyaa 1 qofatuu hafee 🤌Oromoofsport nomine tasisaa jirtu?Oromoofsport ammas tiktok creative award irratti dorgomaa akka ta'uuf gargarsaa kessaanif dhufnerraTiktok creative award yeroo 4ffaf kan qopha'ee yoo ta'uu gosotaa 30 oliin dorgomsisee badhasuuf deemaAkka afaan oromootti kan jalqbaa kan ta'eefi isaa guddaa kan ta'ee oromoofsport gosa best sport informative content irratti kadhimama akka tasistaan isiin gafannaaUlaagaan isaa link isinif attach ta'ee kanan seenun best sport informative content irratti OROMOOFSPORT1 jechuun barresituSuccesfull kan sinin jedhu screen shoot gochuun comment irraa nuuf kahaaLinkn kunootii 👇👇👇https://www.creativeawards.et/categoriesGargarsaa nuuf tasiftaniif amummaraa galatomaa isinin jennaa@Oromoofsport @Oromoofsport
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 06:23

    переслано из @betnaet

    Wan amanamneef buufanneera ❗️❗️❗️🕺 Amanammumaan maamiltoota amanamoo buufanneera 🕺❗️❗️❗️Gammachiisaa : Salphaa: Jaalatama✈️Betna.bet 💬Telegram
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    24 сент., 06:21

    💰🤩Bonasii Bonaasii 1XBet irraaTaphoonni Internaashinaala eegaleera.Nezerlaand vs Jeermeen eenyutu injifata?1XBet irratti boonasii galma'uun qarshii jalqabaa yeroo keechan arggataniin tapha eegala.1XBet iddoo taphaaf amanamanaa fi mijataa ta'e iratti taphachuun yaaddoo malee injifadha.Iddoo taphaa filatamaa 🟦Boonasii jalqabaa argachuuf Promo code fayyadama: Burqaahttps://tinyurl.com/4d53ftun
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:50

    🎅🔥Tapha namni injifannoo dheebote taphatu 🔥🎅🔥Tapha HITSLOT Addunyaa tapha kaasinoo filatamaa kehali.games iratti taphachuun sooreessa ta'a!PLAY NOW | BOT
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:37

    🟢Jaargeen Kiloop fi leenjii garee biyyooleessa Jaarmaan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    6,99071112Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:35изменён

    🟢Liigota gurguddoo Awurooppaa shanan keessaa taphataa osoo goolii hin lakkofsiisne yaalii hedduu bara dorgommii kana taasise Antoony ta'uun galmaa'eera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    6,7605913104Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:25изменён

    🟢Biroobyiin Pirimeer Liigii bara kanaan goolii 3 lakkofsiisuu danda'eera, goolii sadanuu Maan Siitii irratti lakkofsiise.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    7,4801352844Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:14изменён

    🟢Maasoon Giriinwuud goolii kubbaa miilaan lakkofsiise 100n gaheera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    8,410681784Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:13изменён

    🟢Baalandoor bara kanaa eenyutu injifta jettee yaadda?Kaarloos Isphii: Kiliyaan Mibappee jechuun dubbate.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    8,1706434221141Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 18:09

    🟢Kilaboota waancaa Piriimeer Ligii Ingilaand erga bara 1992 as maqaa isaa divisiyoona tokkooffaa Ingilaand irratti gara Piriimeer Ligiitti jijirame injifachuu danda'anfi hanga isaan injifatanii.😳🥶🏆𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    8,3607587Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 17:28

    🟢Meendiiy waancaa Afrikaa Senegaal waliin injifachuun dachaa 10n Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa injifachuu caalaa jechuun dubbate.😳𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    10,800174561572Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 17:28

    🏆 Tornameentii guddaa qarshii 300,000 — Taphadha, qabxii walitti qabadha, injifadha! 🔥Dorggommii guyyaa kudhan kudhaniin badhaasa 100,000 ETB walumaagalatti badhaasa qarshii 300,000 isiniif argamsiisuu Zenabet irraa!• ✈️ Aviator & JetX• 🎱 Fast Keno & Keno• 🚀 Crash X & Plinko• 🎰 Hit Slot, Hot to Burn, Ultra Hold & SpinTaphoota filataman taphachuun qabxii guddaa walitti qabachuun badhaasa qarshii guddaa injifadha! 🚀🌐 Weebsayitii፦ http://Zenabets.bet🤖 Boti Telegramaa፦ @Zenabetbot✅ Chaanalii Telegrama፦ @Zenabets
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 16:22изменён

    🟢Viiktoor Osmeen midhamaan garee biyyaalessaa Naayjeeriyaa kessaa hiri'ifameera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    13,50069281411Открыть в Telegram
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 15:33изменён

    🟢Taphatoota bara dorggommii kana Pirimeer Liigii iratti yaalii heedduu taasisan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
  • Burqaa Ispoortii

    22 сент., 14:23изменён

    🟢Gattii jijjiirraa waliigaltee yuuroo miiliyoona 140n PSG irraa gara Anfield kan dhufe Biraadlii Barkoolaan Liivarpul keessatti:👕 Taphoota 5 ⚽️ Goolii 0 🅰️ Assistii 0Jalqabbii Barkoolaa gaarii hin taane kana irratti maal jettu? Goolii isaa jalqabaa yoom galcha jettanii yaaddu?😳𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Иллюстрация к посту канала Burqaa IspoortiiИллюстрация к посту канала Burqaa Ispoortii
    16,10013063181077Открыть в Telegram