Последние посты

Cooperative Bank of Oromia
23 сент., 15:21
Of-eegaa! WhatsApp,Telegram, Facebook, Imeelii, SMS fi bilbilaan gaaffii maallaqaa dhiyaatuuf deebii kennuun dura mirkaneeffadhaa. Bilbilli, SIM kaardiin ykn meeshaaleen tajaajila faaynaansii keessan waliin hidhata qaban yoo isin jalaa badan, harka nama birooyoo seenan, hatattamaan nu beeksisaa.ይጠንቀቁ! በWhatsApp፣ Telegram፣ Facebook፣ ኢሜይል፣ በአጭር የጹሁፍ መልዕክትና በስልክ ጥሪዎች የገንዘብ ጥያቄ ከቀረበልዎ ከመላክዎ በፊት ያረጋግጡ። ስልክዎ፣ SIM ካርድዎ ወይም ከፋይናንስ አገልግሎትዎ ጋር የተገናኙ መገልገያዎችዎ ከጠፉ፣ ወይም በሌሎች እጅከገቡ በፍጥነት ያሳውቁን።#Coopbank #FraudAwareness #StayVigilant #SecureBanking #CustomerProtection #609 #FinancialSafety

Cooperative Bank of Oromia
23 сент., 08:50
Qusannaa waloo keessan amanamummaan; kaffaltii keessan dijitaalaan; milkaa'ina keessan mul'inaan! Kun hundi, iqqubii dijitaalawaa keessan Kooppey I-birriin yeroo kaffalattani.የጋራ ቁጠባዎ በታማኝነት፤ ክፍያዎ በዲጂታል ስልት፤ ስኬትዎ በግልጽ! ይህ ሁሉ፣ ዲጂታል እቁብዎን በኮፔይ ኢ-ብር ሲከፍሉ።#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalEqub #DigitalPayments #SmartBanking #BankSmarterLiveBetter

Cooperative Bank of Oromia
23 сент., 06:23
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
22 сент., 13:19
Kennaan Isiniif Malu Ammayyuu Isin Eegaa Jira! Maallaqa alaa ,karaa 'CoopRemit' ergisiifachuun gatii jijjiirraa hunda caalu argachuun badhaasa ayyaanaa keenya qooddadhaa.የሚገባዎ ስጦታ አሁንም እየጠበቀዎት ነው! የውጭ ሀገር ገንዘብ በ'CoopRemit' በኩል አስልከው ከሁሉ የላቀ የምንዛሪ ዋጋ በማግኘት፣ ከበዓል በረከታችን ይቋደሱ።#Coopbank #CoopRemit #HighestExchangeValue #HolidayRewards #Remittance #HolidaySeason

Cooperative Bank of Oromia
22 сент., 06:19
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
21 сент., 13:06изменён
Waamicha Yaa’ii Yaa’iin Waliigalaa Idilee Waggaa 22ffaa Abbootii Aksiyoonaa,Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa W.A. Sanbata, Onkoloolessa 7, 2019 Magaalaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti ganama sa'aa 2:00 irraa eegalee ni taa’ama. Kanaafuu, Abbootiin Aksiyoonaa ykn bakka bu'oonni seeraa, akka irratti argamtan Boordiin Daayrektarootaa baankichaa waamicha kabajaa ni dabarsa.የጉባኤ ጥሪ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የባለአክሲዮኖች 22ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ቅዳሜ ጥቅምት 7 ቀን 2019 ዓ.ም. ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ጀምሮ በአዳማ ከተማ ገልማአባ ገዳ ይካሄዳል። ስለሆነም፣ ባለአክሲዮኖች ወይም ሕጋዊ ወኪሎች፣ ተሳታፊ እንድትሆኑ የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ የአክብሮት ጥሪውን ያስተላልፋል።#Coopbank2026 #GeneralAssembly #ShareholdersMeeting #BankingLeadership #FinancialExcellence #AdamaTown #Ethiopia

Cooperative Bank of Oromia
21 сент., 06:19
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
19 сент., 09:46
Sanbattan kana maatii waliin bowaartiif yoo baatan kaffaltii geejjibaaf Kooppeey I-birri, Kaffaltii affeerraaf Koodii QR, fedhii olkaawwannaa/baafannaa maallaqa callaa battalaaf ATM keenya fayyadamaa! Hojiidhaan dabarsitu taanaan ammoo Liqiin Dijitaalawaa Michuu, wabii malee harkaa fi qalbii isin jiisuuf isin cinaa jira.በሳምንቱ መጨረሻ ከቤተሰብ ጋር ዘና ሊሉ ወጣ ካሉ፣ ለመጓጓዣ ክፍያዎ ኮፔይ ኢ-ብርን፣ ለመገባበዣዎ QR ኮዳችንን፣ ለአስቸኳይ የጥሬ ገንዘብ ማስገባት/ማውጣት ፍላጎትዎ ATM ማሽናችንን ይጠቀሙ፤ ቀኑን በሥራ የሚያሳልፉ ከሆነ ደግሞ፣ በምቹ ዲጂታል ብድር ያለማስያዣ እጅዎን ብቻ ሳይሆን ቀልብዎን ልናረጥብ ከጎንዎ ነን።#Coopbank #CoopayEirr #QRPayment #DigitalBanking #Michu #DigitalLoans #SmartBanking

Cooperative Bank of Oromia
19 сент., 06:34
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
18 сент., 14:58
Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa irra deebiin baaseerratti hundaa'uudhaan, maamiltoota baankii keenyaa kutaalee biyyattii kanneen bulchiinsa magaalotaa gurguddoo 26 fi Naannoo Harariitiin ala jiraniif, daangaan yeroo wal simsiifannaa Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa (FAYDA) fi lakkoofsa herrega baankii kan Waxabajjii 30, 2018 A.L.I. ture, hanga Onkoloolessa 30, 2019 A.L.I.tti dheeraateera. Kanaafuu, kabajamtoota maamiltoota keenya kanneen herrega baankii keessan FAYDA keessan waliin walitti hin hidhin jirtan martuu, carraa gaarii kanatti fayyadamuun, Liinkii armaan gadiin seentanii salphumatti wal simsiifachuudhaan, tajaajila baankii guutuu akka argattan isin hubachiifna.የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ በድጋሚ ባወጣው መመሪያ መሠረት ከ 26 የዋና ዋና ከተማ አስተዳደሮች እና ከሃረሪ ክልል ውጪ በተቀሩት የሃገሪቱ ክፍሎች ለምትገኙ ውድ ደንበኞቻችን እስከ ሰኔ 30፣ 2018 ዓ.ም ብቻ ተወስኖ የነበረው የብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ (FAYDA) ከባንክ ሂሳብ ቁጥር ጋር የማጣመሪያ ቀነገደብ እስከ ጥቅምት
Cooperative Bank of Oromia
18 сент., 14:58

Cooperative Bank of Oromia
18 сент., 09:37
Guutummaatti seera Shari'aan bu'uureffamee, tajaajila baankii duudhaa keessan waliin deemu kan isiniif kennu, Koopbaank Alhudaa waliin imalaa. Jumu'aa Mubaarak!ሙሉ በሙሉ በሸሪዓ መርሆዎች ተመስርቶ፣ ከእሴቶችዎ ጋር የሚስማማ የባንኪንግ አገልግሎት ከሚሰጥዎ ከኮፕባንክ አልሁዳ ጋር ይጓዙ። ጁሙዓ ሙባረክ!#CoopbankAlhuda #JummaMubarak #ShariaCompliantBanking #InterestFreeBanking #BankingWithValues #Coopbank

Cooperative Bank of Oromia
18 сент., 06:17
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
17 сент., 13:41изменён
Michuu, akka sabbata aayyoo loogii hin beekne, qusii malee hoodhaa jedhee miliyoonotaaf hiixatu, abdii dhugoomsee, jireenya jijjiireera. Dabareen keeti! Hanga Qarshii 75,000 tti wabii malee liqeeffadhu!እንደ እናት መቀነት፣ ሳያዳላ ሳይሰስት እንካችሁ ብሎ ለሚሊዮኖች እጁን የዘረጋው ምቹ፣ ተስፋዎችን አለምልሞ ህይወትን ቀይሯል።ተራው የአንቺ ነው! ከ ምቹ ኪያ እስከ 75,000 ብር ያለማስያዣ ተበደሪ!#Coopbank #MichuDigitalLoans #DigitalLending #WorkingCapital #NoCollateral #BusinessGrowth #FinancialInclusion #Ethiopia

Cooperative Bank of Oromia
17 сент., 06:29
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus

Cooperative Bank of Oromia
16 сент., 15:56
Dursa of-Eegaa! Dogooggorsitootni gaaffii maallaqa “nuuf ergaa” jedhu maatii keessan,hiriyyoota yookaan hojjeettoota baankiirraa fakkeessuun ergaa barreeffamaa yookaan sagalee karaa 'WhatsApp፣ Telegram,Facebook, email, SMS' fi bilbilaan isin dhaqqabnaan, dursitanii dhugummaasaa gaaffii sagaleen yookaan karaalee qunnaamtii amanamoon osoo adda hin baafatin gonkumaa hin erginaa. Akkasumas, haftee herreegaa yookaan waaletii keessanii fi daddabarsa maallaqaa yeroo yeroon mirkaneeffadhaa. Ergaa shakkisiisaan kamiyyuu yoo isin dhaqqabes, bilbiloota giddugala keessummeessa maamiltootaa keenya '609' ykn +251116163880 fi +251116162711 irratti nuuf bilbilaa.አስቀድመው ይጠንቀቁ! አጭበርባሪዎች የገንዘብ “ላኩልኝ” ጥያቄ ቤተሰብዎን ፣ጓደኞችዎን ወይም የባንክ ሰራተኞችን በመምሰል የጽሑፍ ወይም የድምጽ መልዕክት በ'WhatsApp፣ Telegram፣ Facebook፣ email፣ SMS' እና በስልክ ከቀረበልዎ፣ ትክክለኛነቱን አስቀድመው በድምጽ ጥሪ ወይም በታማኝ መገናኛ ዘዴዎች ሳያረጋግጡ በፍጹም አይላኩ። እንዲሁም፣ የሂሳብ ወይም የዋሌት ቀሪ
Cooperative Bank of Oromia
16 сент., 15:56

5,740Открыть в Telegram
Cooperative Bank of Oromia
16 сент., 13:06
Kora 'NORDIC AFRICA EV SUMMIT 2026' Irratti Hirmaachaa Jirra! Sirna ce’umsa gara Geejjiba Elektirikaa Afrikaa fi Eegumsa Naannoo Waara’aa akeeke, Kora 'NORDIC AFRICA EV SUMMIT 2026' Finfinnee galma Muuziyemii Saayinsiitti adeemsifamaa jirurratti baankiin keenya hirmaachaa jira. Hoji raawwachiisaa olaanaan baankii keenyaa, Obbo Darribee Asfaaw, koricharratti, hojiiwwan gama kalaqaafi fayyadama annisaa haaromfamaan muuxannoo baankichi qabu qoodaniiru. Tarsiimoo baankichi gama kanaan qabu, keessattuu, walitti hidhamiinsa sonaa dhiheessa konkolaataa elektirikaa madaqsuufi itti fufiinsasaa mirkneessu keessatti shoorasaa bahachaa jiru irrattis kutaannoo qabu eeraniiru.በ'NORDICAFRICA EV SUMMIT 2026' በመሳተፍ ላይ ነን! ባንካችን በአዲስ አበባ በሚገኘው የሳይንስ ሙዚየም እየተካሄደ ባለው 'NORDIC AFRICA EV SUMMIT 2026' ላይ በመሳተፍ ላይ ይገኛል። የባንካችን ዋና ሥራ አስፈጻሚ አቶ ደርቤ አስፋው በፈጠራ ሥራዎችና ታዳሽ ኃይልን በመጠቀም ረገድ ባንኩ ያለውን ተሞክሮ ለጉባኤው አካፍለዋል።
Cooperative Bank of Oromia
16 сент., 13:06

6,700Открыть в Telegram
Cooperative Bank of Oromia
16 сент., 07:21