Последние посты

Desalegn B.
22 сент., 11:59
Sirna Seeraa Biyya Keenyaa Keessatti Himanni 'Actio Pauliana' Jedhamu Himannaa Gosa Akkamiitii? °°°°°√√√√°°°°°°°°√√√√√√°°°°°°°°°√√√√ ✅Jechi seeraa 'Actio Pauliana' jedhamu biyyoota sirna seeraa 'Civil Law' hordofan keessatti akka furmaata seeraatti kan tumame yemmuu ta'u, jechichi wayita namni abbaa idaa ta'e tokko gaafataan maallaqaa maallaqa isaa akka hin deebifanneef waliin dhahuun qabeenyota isaa garee 3ffaatti dabarsu ykn gurguru himannaa gaafataan maallaqaa gochicha mormuuf ykn diigsiisuuf dhiyeessu kan ilaallatudha.✅Furmaatni seeraa kun gochi ykn waliigalteen waliin dhahuuf raawwatame diigamee qabeenyichi akka deebi'u ykn gaafataan maallaqaa akka kabachiifatu taasisuun wanta gaafataan maallaqaa akka seeraatti abbaa idaa irraa eegu akka milkaa'u kan taasisudha.✅Haala kanaan, himannichi dhiyaachuuf gaafataan maallaqaa gaafficha dhiyeessu jiraachuu qaba. Abbaan idaa gocha seeraa
Desalegn B.
19 сент., 14:00
Akkaataa Labsii Taaksii Dabalata Qabeenyaa (VAT) Biyya Keenyaatiin Tajaajiloonni Faayinaansii Baankiidhaan Kennaman Hundi Taaksicha Irraa Bilisa Taasifamaniiruu?••••√√√√••••••••√√√√√•••••••√√√√√••••√✅Akkaataa Labsii Taaksii Dabalata Qabeenyaa (Value Added Tax), Lakk.1341/2016tiin dhiyeessiiwwan Taaksii Dabalata Qabeenyaa (VAT) irraa bilisa taasifaman (Exemptions) keessaa tokko "Dhiyeessii Tajaajila Faayinaansii (Financial Service)" baankii ykn dhaabbata faayinaansii ykn nama biroo hayyama qabu kamiiniyyuu kennamudha.✅Labsichi "Tajaajila Faayinaansii" jechuun maal jechuu akka ta'es kan tarreesse yemmuu ta'u, haala kanaan, gochi liqii kennuu, sassaabuu, maallaqa ol kaa'uu, gochi aksiyoona, bondiifi sanadoota wabummaa wal jijijjiiruu waliin walqabatuufi Kkf bilisa kan taasifamanidha. Tajaajiloota faayinaansii akkaataa Seera Sheeri'aatiin (Baankii Islaamaatiin) kennaman keessaa kan
Desalegn B.
17 сент., 06:24
Murtii Manni Murtii Idilee Murtii Bulchiinsaa Diiguun ykn Cimsuun Kenne (Murtii 'Judicial Review dhaan Kenname) Raawwachiisuuf Iyyannoon Raawwii Galmee Raawwii Bansiisu Ni Dhiyaataa?=====°°°°°°======°°°°°°°°°=======Labsiin Adeemsa Bulchiinsaa Federaalaa, Lakk.1183/2012 kwt 57(1) jalatti:👉"Murtiin Mana Murtiitiin qajeelfama yookin murtii bulchiinsaa cimsuun yookin diiguun kenname battalumatti raawwatamu qaba" jedha.የፌደራል የአስተዳደር ሥነ-ሥርዓት አዋጅ ቁጥር 1183/2012 አንቀጽ 57(1) ሥር:👉"በፍርድ ቤት የተሰጠ የአስተዳደር መመሪያን ወይም ዉሳኔን የማፅናት ወይም የመሻር ውሳኔ ወዲያዉኑ ተፈፃሚ ይሆናል" ይላል::✅IBSI TUMAA KANA IRRATTI KENNAME BIFA ARMAAN GADIITIIN KAN TEECHIFAMEDHA.👌"የፍርድ ቤቱ የክለሳ ውሳኔ ሁለቱንም በመደበኛ ፍርድ ቤት የሚሰጠውን ፍርድ እና የፍርድ አፈጻጸም ትዕዛዝን አጠቃሎ የያዘ ነው። ለዚህ በርካታ ምክንያቶችን ማንሳት ይቻላል። አንደኛ ሥርዓቱ እንዳይራዘም ለማድረግ ነው። ሁለተኛ የአስተዳደር ክለሳ ውሳኔ ቀደም ሲል እንደተመለከትነው፣ የተሰጠውን የአስተዳደር መመሪያ ወይም ውሳኔ ማሻሻል ወይም መለወጥን አይጨምርም። የአስተዳደር ችሎቱ መመሪያው ወይም የአስተዳደር
Desalegn B.
16 сент., 19:56
переслано из @speaklawinabsentia
Labor law: waliigalteen hojjetaa fi hojjechiisaa adda cituun walqabatee qabxiilee daangaa yeroo gaaffii mirgaa ta’an ijoo ====================================== Labsiin hojjetaa fi hojjechiisaa Lkk 1156/2011 akkaataa waliigalteen hojjetaa fi hojjechiisaa itti adda citu, adda cituun waliigaltichaa maal Maal akka hordofsiisuu, mirgoonni gareewwan sababa adda cituu waliigalteen walqabatee gaafachuu danda’an maal fa’a akka ta’anii fi yoom gaafatamuu akka qaban bal’inaan tumee jira. Kanneen keessaa isaan ijoo fi yeroo hedduu hubannoo barbaadan waliigaltichi seeraan ala adda cite jedhamee akka hojjetaan hojitti akka deebi’u gaaffiin jedhuu fi akkasumas hojjetaas ta’ee hojjechiisaan sababa adda cituu waliigalteen kanfaltiin walirraa gaafatan yoo jiraate daangaa yeroo hangamii keessatti gaafatamuu qabu kan jedhani dha. Haaluma kanaan hojjetaan waliigalteen hojii koo seeraan ala adda waan citeefTelegramJemal KumbiOnly for legal awareness and educational purpose. Never take as legal advice or reference. All here are personal views. Never represent institutions nor groups.
Desalegn B.
16 сент., 14:29
переслано из @karamtamaam
Beeksisa Qacarrii Gita hojii:- kaadhimamaa Abbaa Alangaa Aanaa Baayyina : 100 Guyyaa galmee Boru gaafa 7/1/2019 irraa eegalee waajiraalee Abbaa Alangaa GodinaaleettiMaddi: Feesbuukii BIIROO ABBAA ALANGAA WALIIGALA OROMIYAA tiNamoota fedhii fi dandeettii qabaatanii ulaagaa guutuu danda'anuuf ergaaGalatoomaa🙏




Desalegn B.
15 сент., 14:13
Jechoonni Seera Adeemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa Kwt 216(2) Jalatti 'Claim', 'Relief' fi 'Cause of Action' Jedhaman Maal Ibsuu?°°°°√√√°°°°°√√√√√√°°°°°°°°√√√√√√✅Guuboon Jechoota Seeraa Black's Jedhamu, jecha 'Claim' jedhuuf wayita hiika kennu, "It is the assertion of an existing right" jedheera. Haala kanaan, jechichi "mirga akkaataa seeraatti qabdu ibsuu" kan jedhu ilaallata jechuudha.✅Gama birootiin, Guuboon Jechoota Seeraa kun jecha "Relief" jedhu wayita ibsu, "Relief is the redress or benefit, especially equitable in nature (such as an injunction or specific performance), that a party asks of a court" jedha. Kunis, wanta manni murtii akka siif taasisuuf ykn sirreessuuf gaafattu (beenyaa ykn faayidaa ta'uu danda'a) ilaallata jechuudha.🔛Kanaaf, Seerummaa 'Relief' jechuun mirga akkaataa seeraatiin nan qaba jechuun himannaa keessatti ibsite (Claim) irratti hundooftee wanta ati1,890Открыть в Telegram
Desalegn B.
15 сент., 13:12
Seerri Adeemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa kwtni 216(2) Maal Jedhaa? Waraabbii Afaan Oromoo, Amaaraafi Ingilishii Gidduu Garaagarummaan Ni Jiraa?====°°°°=====°°°°°=====°°°°°°°====Seerri Deemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa kwt 216(2) jalatti (Waraabbiin Afaan Ingilishii):👉"Every suit shall include the whole of the claim which the plaintiff is entitled to make with respect to the cause of action unless he intentionally relinquishes any portion of his claim so as to bring the suit within the jurisdiction of any court" jedha.Waraabbiin Afaan Oromoo (kan hiikkoon isaa Biiroo AAWOtiin mirkanaa'e) immoo:👉"Himannaan kamiiyyuu sababa himannaan walqabatee mirga himataan qabu hunda kan hammate ta’uu qaba. Waan ta’eefis, himataan beekaa himannaa isaa aangoo Mana Murtii biraa keessatti dhiyeeffachuuf gariin mirga himannaan gaafatuu keessaa dhiisee himachuu ni danda’a" jedha.Waraabbiin Afaan
Desalegn B.
14 сент., 18:51
👉Barreeffamni kun mata duree "የጠበቃ ሙያ በዲጂታል ዘመን - የሕግ ሙያችን ወዴት እየሄደ ነው?" jedhuun kan qophaa'e yemmuu ta'u, dhimma ogummaa abukaatummaa ilaalchisee qabxiilee hedduu kan tuttuqedha.👉Barri dijitaalaa kun ulfaataa ta'us, barreessichi waantota baay'ee yaaddessaa ta'an tarreesseera. (Akka mariidhaaf ka'umsa ta'utti) Guutuu barreeffamichaa dubbisaa!❓Osoo haasofnuu, Dambiin Naamusa Abukaatummaa Manneen Murtii Federaalaa Lakk.57/1992 haqameeraa laata? Mee warri keessa beektan yaada nuuf qoodaa!Join:-@desberofMMDesalegn B. 🔗 ተጨማሪ ያንብቡ: https://ethiopianreporter.com/160055/✍️ ነጻ ፕሬስ፣ ነጻ ሐሳብ፣ ነጻ መንፈስሪፖርተር - Ethiopian Reporter - #1 reliable news source in Ethiopiaየጠበቃ ሙያ በዲጂታል ዘመን - የሕግ ሙያችን ወዴት እየሄደ ነው? - ሪፖርተር - Ethiopian Reporter - #1 Reliable News Source In Ethiopiaበአሸናፊ ይርጋ ንጋቱ
Desalegn B.
14 сент., 18:20
Beeksisa Gargaaraa Abbaa Seeraa MMA (leenjiin booda) qacaruuf MMWOtiin bahe👉Baay'ina barbaadamu-100(Fuula FB MMWO irraa kan fudhatame)Join:-@desberofMMDesalegn B.




Desalegn B.
14 сент., 06:23
Beeksisni Oomisha Ykn Tajaajila Beeksisuuf Bahu, Osoo Ragaadhaan Hin Mirkanaa'in, Dorgomsiistuwwan Kanneen Akka, "Isa Jalqabaa", "Tokkicha", "Yeroo Jalqabaatiif", "Kanaan Dura Kan Hin Turre", ykn "Dorgomaa Kan Hin Qabne" ykn Kkf Jedhu Qabachuun Bahuu Ni Danda'aa?, Daa'imni Gaa'ila Hin Geenye Hayyama Guddistuu ykn Bulchituu Qabeenyaatiin Ala Hojii Beeksisuu Irratti Hirmaachuu Ni Dandeessii?====°°°======°°°°°°°========°°°°✅Labsiin waa'ee Beeksisaa (Advertisement) Hogganuuf Bahe, Labsiin Lakk.759/2004 kwt 6(1)(b) jalatti, beeksisni kamiyyuu, qabiyyeefi haala dhiyeessii isaatiin, dogoggorsiisaa ta'uu irraa ykn ibsa sirrummaa (haqummaa) hin qabne irraa bilisa ta'uu akka qabu tumeera.✅Labsichi kwt 8 jalatti immoo beeksisoota kanneen akka beeksisa dogoggorsiisaa ta'etti ykn ibsa sirrummaa (haqummaa) hin qabneetti tilmaamaman tarreesseera. Haaluma kanaan, Labsichi:👉Kwt xiqqaa (12)
Desalegn B.
10 сент., 10:31
🌴 Barri ni dhufa, ni darbas. Barri 2018 anaaf (gama tokkoon) gaarii ture. Wàantota gaggaarii itti milkeessineerra. Yoo Rabbi nu gargaare baroota itti aananitti caalmaatti hojjenna. Kan darbeef ni galateeffanna!🙏🌻Barreeffamoota Chaanaalii kana irratti barreessinu ilaalchisee mee maal haa fooyyessinu? Ykn maal irratti haa xiyyeeffannu? Ogummaa keessan cimsachuu irratti isin fayyadaa jiraa? (Yoo dubbisaa ykn itti fayyadamaa hin jirtan ta'e bu'aa buuseera jechuun waan nama rakkisuuf) Yaada nuuf qoodaa!🟥Kaayyoon keenya ogeeyyiin seeraa (keessattuu, dhaloonni reefuu hojiitti bahaa jiran) dhimmoota seeraa murteessoofi falmisiisoo ta'an haala salphaa ta'een argatanii akka yaada irratti kennan, qeeqan ykn bilcheessan dandeessisuudha. Buleeyyii tokko tokko wantumti garaa gahu waan hin jirreef (😁) isaan waliin hin dhamaanu.👌Gama keenyaan dhimmoota seeraa wayitawaafi murteessaa ta'an
Desalegn B.
9 сент., 10:21
Manni Amantaa Tokko Mana Amantaa Kan Biroo Irraa Fageenya (Akkaataa Seeraatti) Eeggatee Ijaaramuu Qabu Eeggatee Ijaaramuu Dhabuun Mana Amantaa Isa Dursee Ijaarame Irratti Jeequmsa Uumeera Ni Jechisiisaa? Ykn Akka Diigamu Ni Taasisaa?^^^^√√√√^^^^^√√√√√√^^^^^^^√√√√√√Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa dhaddacha gaafa 28/07/2014 ooleen Lakk.Ga.211289 ta'e irratti, mana amantaa iyyattuu-Mana Amantaa Hawaariyaat Itoophiyaa Damee Sidaamaafi Waamamtuu-Mana Amantaa Wangelaawwit Makanayyasuusii Itoophiyaa, gidduutti ilaalee sagalee caalmaatiin kenne keessatti:✅Himannaa manni amantaa waamamtuun ammaa dhiyeessite: Manni amantaa waamamtuun ammaa bara 2005 irraa eegalee akkaataa dambii ittiin bulmaataatiin mirga nama kamiiyyuu osoo hin tuqin kadhannaa taasisuu irratti argamti. Manni amantaa iyyattuun ammaa kun mana amantaa kan biroo irraa meetira 600 fagaattee ijaaruu osoo qabduu dambii
Desalegn B.
9 сент., 09:04
Qajeelfamni Akka Naaf Bahu Jechuun Qaama Baasuuf Aangoo Qabu Gaafachuun (Akka Mirgaatti) Ni Danda'amaa?===✓✓✓=====✓✓✓✓✓=====✓✓✓✓Qajeelfamni Akka Bahu Gaaffii Dhiyeessuu1) Namni kamiyyuu qaamni bulchiinsaa tokko qajeelfama baasuu qabu yeroo itti baasuu qabu keessatti yoo baasu baate qajeelfamicha akka baasu barreeffamaaan gaafachuu ni danda’a. 2) Qaamni bulchiinsaa gaaffiin dhiyaateef guyyoota soddoma keessatti adeemsa qajeelfama baasuu jalqabuu yookin sababa ibsuun gaafficha kufaa taasisuu qaba. (Labsii Adeemsa Bulchiinsaa Federaalaa, Lakk.1183/2012 kwt 6 ilaali)Hubachiisa:✅Labsileefi Dambileen hedduun qabiyyee isaanii keessatti dhimmoonni tokko tokko raawwatamuuf qajeelfamni bahuu kan qabu ta'uu tumu. Haala tumaa armaan oliitiin qajeelfamni irratti naaf haa bahu jedhanii wal mudduun ni danda'ama jechuudha.✅Sadarkaa Naannoo keenyaatti wixineen labsii walfakkaataa qophaa'ee
Desalegn B.
8 сент., 17:42
Abbaa Seeraa Kamaal Ismaa'eliin haa deeggarru!👉Abbaan seeraa kun pireezdantii MMA ta'uudhaanis Godina Arsii Lixaatti nama tajaajilaa turedha. 👉Yeroo ammaa kanatti immoo dhibee Tiruu cimaa ta'een qabamee yaalamaa akka jirutu himamaa jira. 👉Lakk.herreegaa CBE 1000795181125 maqaa Jemal Husen, Ayele Abe and Genemo Babso jedhuun baname irratti haa deeggarru. Osoo namni lubbuun jiru wal gargaaruu haa aadeffannu!! Waan hanga humna keessanii deeggartaniif galatoomaa! 🙏🙏🙏




Desalegn B.
8 сент., 05:49
'Anecdotal Fallacy' Jechuun Maal Jechuudhaa?••••✓✓✓••••••✓✓✓✓••••••••✓✓✓✓✓✅Jechi 'Fallacy' jedhu hir'ina ykn dogoggora adeemsa yaada ofii sababeessuu keessatti argamu ta'uun isaa ni beekama. Bu'uura seera loojikiitiin 'fallacy'n yaa'insa yaadaa dogoggora ta'e ykn dogoggorsiisaa ta'edha. Irra keessa yaada walitti hidhatiinsa qabuufi amansiisaa kan fakkaatu ta'ullee dogoggora dhokataa yaadicha fudhatama dhabsiisu ykn dadhabaa taasisu of keessaa qaba. Namoonni siyaasaa ta'e jedhanii uummata amansiisuuf fayyadamuu ni danda'u.✅Gosoota 'fallacy' keessaa tokko 'Anecdotal Evidence Fallacy' kan jedhamu yemmuu ta'u, gosti 'fallacy' kun qorannoo saayinsawaa ykn odeeffannoo waliigalaa dhiisanii taatee akka tasaa yeroo takko dhuunfaadhaan argan akka ragaa muummeetti dhiyeessuu ilaallata. Hima biraatiin, gudunfaa guddaa tokko irra gahuuf odeeffannoo amanamaa fayyadamuu dhiisanii seenaa dhuunfaa
Desalegn B.
7 сент., 12:35изменён
Taaksii Waliin Dhahuu (Tax Fraud) fi Taaksii Miliksuu (Tax Evasion)===√√√√===√√√√√√======√√√√√√✅Labsiin Bulchiinsa Taaksii Federaalaa, Lakk.1434/2018 (Labsii Lakk.983/2008 kan fooyyessee) kwt 2(48) jalatti "Taaksii Waliin Dhahuu" jechuun maal jechuu akka ta'e haala bal'ina qabuun ibseera. Haala kanaan, "Taaksii Waliin Dhahuu" (Tax Fraud) jechuun taaksii dhoksuuf ykn faayidaa taaksii seeraan ala ta'e argachuuf jecha gochoota armaan gadii raawwachuu jechuudha.A) Galmeewwan herregaa, sanadoota, nagaheewwan ykn sanadoota sobaa biroo dhiyeessuu;B) Galii, gurgurtaa ykn sochii taaksiin itti kaffalamu dhoksuu;C) Nagaheewwan sobaa qopheessuu ykn fayyadamuu;D) Beeksisa taaksii sobaa dhiyeessuu;E) Sanadoota balleessuu, Jijjiiruu ykn dhoksuu;F) Galmeewwan herregaa ykn sanadoota tokkoo ol ykn walfakkaataa ta'e wal biratti qopheessuufi qabachuu, akkasumas abbaa taayitaa galiifi qaama
Desalegn B.
6 сент., 16:50
Haala Gurmaa'insa Dhaddachaalee Manneen Murtii Federaalaa Zoonii Dinagdee Addaa (Special Economic Zone) Keessatti===^^^^=====^^^^^^^======^^^^^Haala Gurmaa'insa Dhaddachaa Manneen Murtii Federaalaa1) Adeemsa Heera Mootummaa Federaalaa keessatti ibsame hordofuun Dhaddachi Dhaabbii ykn naanna'aa tokko ykn tokkoo ol, kan aangoo abbaa seerummaa federaalaa qabu, waldiddaawwan zoonii dinagdee addaa keessatti hariiroo hojii, hariiroo hawaasaa, daldalaafi dhimmoota yakkaa ilaalchisee uumaman ilaaluuf akka hundeeffamu ni taasifama.2) Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa dhaddachichi zoonii dinagdee addaa keessatti akka gurmaa'u ni taasisa. (Labsii Zoonii Dinagdee Addaa Lakk.1322/2016 kwt 87)የፌዴራል ዳኝነት ችሎች አደረጃጀት1) በፌዴራል ሕገ መንግስት ላይ የተመለከተውን ስነ ስርአት በመከተል በልዩ ኢኮኖሚ ዞን ውስጥ በሚነሱ የስራ፣ የፍትሐብሄር እና- የንግድ አለመግባባቶች እና- የወንጀል ጉዳዮች ላይ የፌዴራል ዳኝነት ስልጣን የሚኖረው አንድ ወይም ከአንድ በላይ ቋሚ ወይም ተዘዋዋሪ ችሎት እንዲቋቋም
Desalegn B.
5 сент., 16:27изменён
SEERA KAAMPAANII KEESSATTI "MAALLAQA HAADHOO" (CAPITAL) JECHUUN MAAL JECHUUDHAA? JECHICHI OGEEYYII HERREGAA YKN DINAGDEE BIRATTI HOO AKKAMITTI HUBATAMAA? MAALLAQNI KUN WABUMMAA GAAFATTOOTA MAALLAQAATIIF QOFA OOLAMOO ITTIIN HOJJECHUUN NI DANDA'AMA? ••••√√√√√•••••••••√√√√√√••••••••••√√√√ የዋና ገንዘብ (ካፒታል) ምንነት✅በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ዋና ገንዘብ (Capital) እና አክሲዮን ተነጣጥለው የማይታዩ ፅንሰ ሐሳቦች ናቸው:: ምክንየቱም ከሕግ አንፃር ዋና ገንዘቡ አክሲዮን በመሸጥ የሚገኝ ነውና:: በንግድ ሕግ ቁጥር 80 ላይ ያለው የዋና ገንዘብ ትርጓሜ ይህንኑ በዋና ገንዘብ እና በአክሲዮን መካከል ያለውን ግንኙነት የሚያሳይ ነው:: በዚህ ድንጋጌ አተረጓጎም ዋና ገንዘብ ማለት 'ከባለቤቱ ወይም ከማህበርተኞቹ በየድርሻቸው በገንዘብ ወይም በዓይነት ለጥቅም ማስገኛ የንግድ ቤቱ የተሰጠው መሠረታዊ ሀብቱ ነው:: ስለዚህ በአክሲዮን ኩባንያ ውስጥ ከባለአክሲዮናቹ የሚሰበሰበው ገንዘብ ነው ዋና ገንዘብ ወይም ካፒታል ሊባል የሚችለው፡፡✅ከላይ በቁጥር 80 የተሰጠው የካፒታል ትርጓሜ በሂሳብ አያያዝ ወይም በምጣኔ ሀብት ሞያ ካለው የካፒታል ፅንሰ ሐሳብ የተለየ ነው:: በኋለኞቹ ሙያዎች ካፒታል ማለት ነጋዴው ከኪሱ ያወጣው ገንዘብ ወይም በዓይነት ንግዱን ሲጀምር ያወጣው መዋጮ ብቻ ሳይሆን በብድርም የተገኘውን ለስራ መነሻ የሆነውን ሀብት በሙሉ
Desalegn B.
4 сент., 17:16изменён
"Burdens of Pleading and Proof in Discrimination Cases: Toward a Theory of Procedural Justice👉Written by Robert Belton"...The burden of pleading imposes upon a party the obligation to notify his opponent and the court, in the appropriate manner, of the elements upon which he intends to rely either to sustain or to defeat liability. The policy behind the pleading burden is to provide notice to the courts and to the other party of the nature of a claim or defense upon which evidence will be presented to the court..."Join:-@desberofMMDesalegn B.
Desalegn B.
4 сент., 16:42
🧐

