Последние посты

Ibsa Damiina
26 сент., 17:54
https://mohusen.tirushop.com/Mohammed Digital TipsHome - Mohammed Digital TipsMohammed Digital Tips Build a Smarter Digital Presence. Practical digital marketing guidance, SEO knowledge, social media strategies and content ideas designed to help businesses and individuals understand and use digital channels more effectively. Explore…
Ibsa Damiina
25 сент., 17:29
Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing har'a jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena.Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama
Ibsa Damiina
25 сент., 15:46
Hojii barbaadaa jirtaa? Ogummaa kee guddisuu barbaaddaa? Fayda Job irratti hoo carraa hojii, internship, digital skills fi gorsa career akka argattu hangam beekta? 👉 Hojii barbaaduuf fagoo hin deemin. ogummaa fi hojiis platform fayda job irraa hordofuu link website as gadii kanaan join godhi 🔗 https://www.tirushop.com/fayda-job-learning-career-development/TiruShopFaydaJob: Platforma Hojii, Barnootaa fi Guddina Career EthiopiaFaydaJob jechuun platforma hojii fi barnootaa kan namoota carraa hojii barbaadan, ogummaa dijitaalaa barachuu fi career isaanii guddisuu barbaadaniif qajeelfama fi odeeffannoo gara garaa bakka tokkootti walitti fiduudha. FaydaJob irratti latest jobs, bank…
Ibsa Damiina
25 сент., 14:38
#Digital_Marketing_Afaan_Oromoo 👆👆Barattoonni Marsaa 6ffaa Har'a Galgala Barnoonni waan jiruuf yeroon akka argamtan:Sa'aa: 02:15 LT 08:15 pm EAT1,040Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
23 сент., 19:32
🎓 Education Technology jechuun maal jechuudha? Har’a barnoonni kitaaba fi daree qofa irratti hin hundaa’u. Kompiitara, bilbila, interneetii fi meeshaalee dijitaalaa fayyadamuun akkaataa itti barannu jijjiiraa jira. Garuu technology fi education walitti dhufuun barataa fi barsiisaa akkamitti gargaara? Barruu kana keessatti: • 📚 Education Technology maal akka ta’e • 💻 Digital Learning akkamitti hojjatu • 🌐 Online Education maal akka nuuf fidu • 🤖 AI barnoota keessatti maal hojjechuu danda’u • 🎯 Learning Experience akkamitti fooyyeessu fakkeenya salphaa waliin ilaalleerra.👇 Barreeffama guutuu asii gaditti dubbisi:🔗 https://nasirab.tirushop.com/education-technology-barnoota-ammayyaa/Abdurahman Education TechnologyEducation Technology Maali?Education Technology maali? Technology fi education akkamitti walitti dhufuun barnoota, learning experience, digital learning fi online education fooyyeessa?
Ibsa Damiina
22 сент., 17:20
Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing har'a jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena.Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama
Ibsa Damiina
22 сент., 14:44
#Digital_Marketing_Afaan_Oromoo 👆👆Barattoonni Marsaa 6ffaa Har'a Galgala Barnoonni waan jiruuf yeroon akka argamtan:Sa'aa: 02:15 LT 08:15 pm EAT1,250Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
20 сент., 14:42изменён
Currency Trading Maali? Akkaataa Maallaqa Biyyoota Garaagaraa Wal Jijjiiruun Trading Gochuu — Forex Currency Trading Guide for BeginnersCurrency Trading Maali? Akkaataa Maallaqa Biyyoota Garaagaraa Wal Jijjiiruun Trading Gochuu — Forex Currency Trading Guide for BeginnersCurrency Trading jechuun maallaqa biyya tokkoo maallaqa biyya biraatiin wal bira qabanii gurguruu fi bituu dha. Namni tokko yeroo currency trading godhu, jijjiirama gatii currency tokkoo kan currency biraa waliin qabu irraa bu’aa argachuuf yaala.Fakkeenyaaf, trader tokko gatiin Euro yeroo fuulduraa Dollar Ameerikaa waliin akka ol ka’u yoo amane, EUR/USD bituu danda’a. Yoo tilmaamni isaa sirrii…Guutuu dubbisuuf: 👉https://tade.tirushop.com/currency-trading/Tadde Digital EducCurrency Trading Maali? Akkaataa Maallaqa Biyyoota Garaagaraa Wal Jijjiiruun Trading Gochuu — Forex Currency Trading Guide for…
Ibsa Damiina
17 сент., 11:33
Beeksisa Galmee Barnoota Digital Marketing sagantaa Afaan Oromoo ~~~ ~Ulaagaan Galmee: 1. Afaan Oromoo Barreessitee dubbisuu danda'uu qabda. 2. Kaffaltaa Barnoota waliigalaa jechuunis yeroo tokko kafallaan wanting ji'a ji'aan kafaltu hin jiru qarshii 5000 (Kuma shan) kafaluu. 3. Erga kaffaltaa raawwattanii nagahee ykn screenshot ykn receipt kaffaltaa keessanii karaa keessoon nuuf erguun form galmee isiniif ergamu guutuu.Turtii yeroo barnoonni itti xumuramu!-ji'a sadii (baatii 3)Sa'aatii batnoota:Galgala galgala sa'aatii 2:30-4:00 ttiKaraa Barnoonni ittin kennamu website elearning.daminaa.org irraan live kennama.Galmaawuuf ararso qunnama: @ararsoalisho
Ibsa Damiina
17 сент., 11:27
Carraa Hojii Online ~€~€~Bara ammaa kana hojii argachuun salphaa miti. Keessattuu dargaggoota baay’eedhaaf carraan hojii akka durii hin jiru. Garuu yeroo walfakkaatutti internet fi technology hojii haaraa uumaa jira. Kana keessaa tokko hojii digital marketing dha. Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology immoo carraa hojii kana keessatti hirmaachuuf carraa gaarii uumee jira.Hojii kun maali fi hirmaachuuf maaltu na barbaachisa gaafii jettuuf guutuu isaa link kana irraa argattu: https://prompt.daminaa.org/wp/carraa-hojii-digital-marketing-dhaabbata-daminaa-technology/
Ibsa Damiina
13 сент., 11:54
https://youtu.be/95x_lbligsg?si=q8wOLKBL8aLxI8uR
Ibsa Damiina
13 сент., 11:45
переслано из @fayda1jobcom
Barnoota fi ogummaa digitaalaa barachuuf:👉https://www.faydajob.com/digital-marketing/FaydajobDigital Marketing -Digital Marketing Digital Marketing Sirriitti Baradhu Namoota sirrii bira ga’uu, content bu’a qabeessa uumuu, website guddisuu fi online presence ijaaruu irratti ogummaa digital marketing horadhu. Barnoota Jalqabi SEO Baradhu Digital Marketing Channels Content…2,370Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
13 сент., 11:42
https://youtu.be/95x_lbligsg?si=RFsKmVPwLRaNlcDz2,340Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
9 сент., 15:58
https://www.faydajob.com/education/
Ibsa Damiina
6 сент., 19:04
"ትዳር ውሳኔ ይፈልጋል!" ኢብሳ ደሚና #እሁድንበኢቢኤስ #ebstv #ኢቢኤስ #shortsvideo #viral https://youtube.com/shorts/9zaXC4HO2-M?si=B9RB92ZJAU8uUGM6YouTube"ትዳር ውሳኔ ይፈልጋል!" ኢብሳ ደሚና #እሁድንበኢቢኤስ #ebstv #ኢቢኤስ #shortsvideo #viralFollow us on:tiktok https://www.tiktok.com/@ebstv.tv?_t=8bGnLENcR...3,980Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
6 сент., 11:57
https://youtu.be/kI-GAq-t9AA?si=STWkvAIA6d1pld31YouTubeHighest CPC & CPM Keywords 2026 SEO fi Keyword Research Afaan Oromoo | Digital MarketingSEO barachuu yeroo jalqabnu, keyword filachuun wanta salphaa fakkaachuu danda’a. Garuu keyword sirrii filachuun traffic qofa osoo hin taane, business value, advertiser demand fi monetization potential irrattiis dhiibbaa qaba. Lecture kana keessatti SEO fi…
Ibsa Damiina
4 сент., 17:19
Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing har'a jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena.Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama
Ibsa Damiina
4 сент., 13:50
#Digital_Marketing_Afaan_Oromoo 👆👆Barattoonni Marsaa 6ffaa Har'a Galgala Barnoonni waan jiruuf yeroon akka argamtan:Sa'aa: 02:15 LT 08:15 pm EAT3,160Открыть в Telegram
Ibsa Damiina
2 сент., 11:27
https://youtu.be/1uU3JThxH-Q?si=DK8zKinFE8UHJANFYouTubeWordPress Security 2026 | Security Plugin & Theme Keessan Akkamitti Eegnu? | Afaan OromooWordPress Website Kee Akkamitti Nageenya Qabu Godhuu Dandeessa? Website WordPress ijaaruun qofti gahaa miti. Yeroo website kee online galchitu, nageenya isaa illee sirriitti eeguuf yaaduu qabda. Yoo security isaa dagatte, yeroo tokko tokko hacking, malware…
Ibsa Damiina
1 сент., 17:23
Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing har'a jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena.Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama
