Последние посты

Oro Sport Zone
22 сент., 19:17
ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋልየ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ
Oro Sport Zone
22 сент., 19:16
የየትኛው ክለብ ደጋፊ ናችሁ የክለባችሁን ቻናል በመምረጥ ተቀላቀሉ ❗️❗️
Oro Sport Zone
22 сент., 12:11изменён
Artetaan Arsenaal waliin kontiraata haaraa yeroo dheeraaf walii galeera!![ Saam ] .𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
22 сент., 11:57
переслано из @barogames
🌼🔥 Alem Birre Ney Ney — Kennaa addaa Mesqalaa! 🔥🌼Baro Games irratti sababa ayyaana Mesqalaaf qarshii deepoziitii isa jalqabaa yoo galchitan boonasii 100% argadhaa! Chicken Road 2, Aviator, JetX, Keno fi Multi Hot 5 taphachaa ayyaanichaa mo'icha guddaan miidhagsaa! Ammuma galmaa'aa! 💰✨📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com 👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport11,250Открыть в Telegram
Oro Sport Zone
22 сент., 09:19изменён
Taphattoota Pirimiliigii Ingilaand hanga ammaatti goolii hedduu gumaachan(Assist + Goal)⚽️🎯𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
22 сент., 08:53
Taphataa Cheelsiin haaraa mallatteesse Morgaan Rojeers bara kana taphattoota kilabii haaraaf mallatteessan kamiyyuu caalaa dorgommii hunda irratti kallattiin galchiiwwan hedduu irratti hirmaateera.⚽ Goolii 3 🅰️ Kubbaa mijeessee kenne 4 Hirmaannaa goolii 7𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
22 сент., 08:40
Baarseloonaan in danda'amne▪️Taphoota 8 bara kana dorgommii hunda irratti▪️8 taphoota ⭐ 8 Injifaate 🤝 0 qixa ❗ 0 mo'ame ➜ Laaligaa irratti qabxii 21 galmeesse▪️Gooliiwwan 36 galchaniiru ▪️Gooliiwwan 8 irratii galaniiru𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
22 сент., 05:44
переслано из @barogames
🍀🔥 Taphadhaa bashannanaa — 100% FIRST DEPOSIT BONUS! 🔥🍀Baro Games irratti tapha Clover Flames taphachaa qarshii deepoziitii isa jalqabaa yoo galchitan 100% FIRST DEPOSIT BONUS argadhaa! Taphadhaa, abbaa mo'icha guddaa ta'aa! Ammuma galmaa'aa! 💰✨📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com 👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport1
Oro Sport Zone
22 сент., 04:52изменён
Badhaasa Ballon d'or: Falmii olaantummaa Baareloonaa fi Riyaal Maadiriid ta'ee dhufaa jiruBadhaasa Ballon d'or fudhachuun kan akka taphattoota kilaboota gurguddoo Ispeen 2'n Baarseloonaa fi Riyaal Maadiriid milkaa'e hin jiru.Taphattoonni kilaboota lamaanii si'a kudha lama, kudha lama badhaasa Ballon d'or fudhachuun 1ffaan dursaaa jiru.Barana Kiliyaanii fi Yaamaal keessaa tokko kan fudhatu taanaan sadarkaa 1ffaa kophaatti dhuunfatu; kun ta'uun deeggartoota, hoggaantootaa, fi taphattoota kilaboota 2'nii gidduutti hiikaa akkamii akka qabu hubachuun salphaadha.Kanumaaf fakkaata hoggantoonni kilaboota 2'nii taphataan isaanii akka injifatuuf dhoksaan duula sagalee kennaafii cimsanii gaggeessaaa kan jiran.Kiliyaanii fi Yaamaalis dhimma badhaasa Ballon d'or irratti afaan jala erga wa-bahuu eegalanii bubbulanii jiru.Kiliyaan gahumsi koo bara darbee badhaasa kana na gonfachiisa yaada
Oro Sport Zone
21 сент., 15:18
Akka #OptaProbability jedhutti carraa bara kana Piriimiyerliigii injifachuu Kilaboota:◉ %43.65 - Arsenaal ◉ %39.76 - Maan Siitii ◉ %5.71 - Liiverpuul ◉ %4.15 - Biraayitan ◉ %0.95 - Cheelsii𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 15:15
Ruuben Amoorim 🗣"Dogoggora Maanchister keessatti hojjedhe irra deebi'ee hojjechuu hin barbaadu.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 14:51
Taphoota Maanchister Yuunaayitid ittii aanaan 6n𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 14:22
Sadarkaa Laligaa Ispeen yeroo ammaa.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 14:21
Taphoota Liverpuul ittii aanaan 4n𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 13:27
🟢Kaadhimamtoota taphataa cimaa Pirimeer Liigii Inglaand torbee 5ffaa.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 12:05
переслано из @barogames
🐔🔥 Torban keessan mo'ichaan eegalaa! — Chicken Road! 🔥🐔Baro Games irratti tapha Chicken Road taphachaa torban keessan gammachuu fi mo'icha guddaan eegalaa! Ammuma galmaa'uun carraa keessan yaalaa! 💰✨📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport11,960Открыть в Telegram
Oro Sport Zone
21 сент., 08:04
Darbii Maadiriid kaleessaa irrattiRiyaal Maadiriid balleessaa 6, kaardii keelloo 2, kaardii diimaa 1 fudhateera.Atileetikoo Maadirid balleessaa 19, kaardii keelloo 2 fudhateera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 07:56изменён
Kool Paalmar miidhaa irra gahe irraa bayanachuuf garee Ingilaandi keessaa ba'eera. [ Daawit_Ornstein ] .𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Oro Sport Zone
21 сент., 05:44
переслано из @barogames
💸✨ Deebii qabdu! — 20% CASHBACK BONUS! ✨💸Baro Games irratti boonasii deebii qarshii 20% (Cashback Bonus) argadhaa! Osoo hin sodaatin taphadaa, faayidaa deebii qarshii guddaatiin mo'adhaa! Ammuma galmaa'uun eegalaa! 💰🔥📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com 👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport1
Oro Sport Zone
20 сент., 18:39
✅Midhamni Feedrikoo Vaalveerdee cimaa akka ta'e fi yeroo jedhame ol akka fudhachuuf dandaa'u #Marcan gabbasara.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Подписчики пишут боту, вы отвечаете реплаем, ваш аккаунт скрыт. Создаётся в одно касание.
Как это работает →