Последние посты

Siinqee Bank
23 сент., 10:36
Waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) keessan lakkoofsa Herreega Baankii waliin wal qabsiistaniittuu?Kabajamtoota maamiltoota keenya, Bu’uura qajeelfama Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa baaseen Maamiltoonni keenyaa magaalota: Finfinnee, Harar, Dirre Dhawaa, Bahirdaar, Gondar, Dasee, Dabra Birahaan, Kombolchaa, Hawaasaa, Arbaa Minci, Walaayittaa Sooddoo, Hoosa’anaa, Waraabee, Buttaajiraa, Walqixxee, Shaggar, Jimmaa, Adaamaa, Shaashamannee, Bishooftu, Baatuu, Amboo, Maqalee, Aksuum, Adigiraat, Magaalaa Gaambeellaa fi Asoosaa keessatti argamtan hanga Caamsaa 6 bara 2018 ALI tti(May 14, 2026) xumuramuun isaa ni yaadatama.Haata’u malee, Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa kallattii haaraa kaa’een maamiltoota kutaalee Itoophiyaa biroo ykn magaalota armaan olitti eeraman ala jiran hanga Waxabajjii 30 bara 2018 ALItti (July 07, 2026) lakkoofsa herrega Faayidaa (National ID) waliin akka wal qabsiisan kaa’ee ture hanga Onkololeessa 30, 2019 (November 09, 2026) tti dheeratee waan jiruuf hanga guyyaa kaa’ame kanatti gara dameelee Baankii keenya isinitti dhihoo jiru ykn hidha(link) https://fayda.siinqeebank.com:7443/ fayyadamuun lakkoofsa Faaydaa (FAN) herreega keessan waliin akka wal-qabsiistan cimsinee isin yaadachiisna.#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
Siinqee Bank
23 сент., 06:11
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
22 сент., 06:08
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
21 сент., 13:01изменён
Habayyi Yahoxxi Ugudina Xumminne Afisukko (2019 H.D) Siinqe'i Baank danaam ugud ihoo'isina mixookko Habayyi Afisukko!Siinqe'i Baank Mateeyyoominne Er-Makkanne!እንኳን ለ2019 ዓ.ም ለሃዲያ ዘመን መለወጫ ያሆዴ በዓል በሠለም አደረሳችሁ። መልካም በዓል!ሲንቄ ባንክ በአንድነት ወደ ስኬት!Baga Ayyaana Bara Haaraa Yaahodee (2019) Nagaan Geessan! Ayyaaana Gaarii!Baankii Siinqee Tokkummaan Gara Milkaa'inaatti!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
21 сент., 09:10
Ibsa GaddaaBoordiin Daayireekterootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Siinqee du’aan boqochuu hojjetaa Baankii keenyaa Damee Buttaajiraa kan turan Obbo Fadiluu Saanii Nuuriitti gadda itti dhagahame ibsaa Maatii, Firoottan isaanii fi Waahillaan hojii isaaniitiif jajjabina hawwu.የሀዘን ግለጫየሲንቄ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች፤ የባንካችን ቡታጅራ ቅርንጫፍ ባልደረባ የነበሩት አቶ ፈድሉ ሳኒ ኑሪ ከዚህ አለም በሞት በመለየታቸው የተሰማቸዉን ጥልቅ ሀዘን እየገለፁ ለስራ ባልደረቦቻቸው፣ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
21 сент., 05:57
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
21 сент., 03:15
Torbee hojii itti milkooftanii fi carraaqqiin keessan firii qabeessa itti ta'u isiniif haawwina!ጥረታችሁ ፍሬያማ የሚሆንበት ስኬታማ ሳምንት ይሁንላችሁ!Wishing you a successful week ahead, filled with fruitful results from all your efforts.#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
19 сент., 16:49изменён
Guyyaa boqonnaa eebbifamaa, waan gaarii hundaan guutame isiniif haa ta'u!መልካሙ ሁሉ የሚያጋጥምዎ ብሩክ ሰንበት ይሁንልዎ!Have a Blessed weekend!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
19 сент., 10:08
Hashshu Wolaiyitta deriyaa Layita Lamiya "Giffataw"Saruwan Gattes.እንኳን ለወላይታ ብሔር የዘመን መለወጫ ጊፋታ በዓል በሠላም አደረሳችሁBaga Kabaja Ayyaana bara haaraa Saba Walaayittaa 'Gifaataa, Nagaan geessan!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
19 сент., 07:30изменён
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
19 сент., 05:16
Waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) keessan lakkoofsa Herreega Baankii waliin wal qabsiistaniittuu?Kabajamtoota maamiltoota keenya, Bu’uura qajeelfama Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa baaseen Maamiltoonni keenyaa magaalota: Finfinnee, Harar, Dirre Dhawaa, Bahirdaar, Gondar, Dasee, Dabra Birahaan, Kombolchaa, Hawaasaa, Arbaa Minci, Walaayittaa Sooddoo, Hoosa’anaa, Waraabee, Buttaajiraa, Walqixxee, Shaggar, Jimmaa, Adaamaa, Shaashamannee, Bishooftu, Baatuu, Amboo, Maqalee, Aksuum, Adigiraat, Magaalaa Gaambeellaa fi Asoosaa keessatti argamtan hanga Caamsaa 6 bara 2018 ALI tti(May 14, 2026) xumuramuun isaa ni yaadatama.Haata’u malee, Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa kallattii haaraa kaa’een maamiltoota kutaalee Itoophiyaa biroo ykn magaalota armaan olitti eeraman ala jiran hanga Waxabajjii 30 bara 2018 ALItti (July 07, 2026) lakkoofsa herrega Faayidaa (National ID) waliin akka wal
Siinqee Bank
19 сент., 05:16



Siinqee Bank
18 сент., 04:13
Guyyaa itti dalagaan keeyrii keessan itti qeebalamuu fi Jum'aa barakaan guutame isiniif haa ta’u!ኬይር ስራዎት መቅቡል የሚሆንበት እና በበረካ የተሞላ ጁምዓ ይሁንልዎ !#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
17 сент., 12:15
👉 Kaardiiwwan Baankii Siinqee fayyadamaa, kaffaltii keessan haala salphaan Raawwadhaa! Bittaa rawwatanii fi kaffaltii tajaajilaa keessan Kaardii Baankii Siinqee fayyadamuun haala saffisaan, salphaa fi amansiisaan raawwadhaa. ❇️Giddugala daldalaa keessatti bittaa raawwachuuf ❇️ Kaffaltii tajaajilaa keessan haala salphaa ta’een kaffaluuf ❇️ Kaffaltii keessan saffisaa, salphaa fi mijataa taasisuuf!TOKKUMMAAN GARA MILKAA’INAATTI!👉 በሲንቄ ባንክ ካርድ በቀላሉ ይክፈሉ! ግዢዎን እና የዕለት ተዕለት ክፍያዎን በሲንቄ ባንክ ካርዶች በፍጥነት፣ በቀላሉ እና ያለምንም ውጣ ውረድ ይፈጽሙ። ❇️ በገበያ ማዕከላት ሲገዙ ❇️በተለያዩ የአገልግሎት ማዕከላት ሲከፍሉ ❇️ ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ !በአንድነት ወደ ስኬት👉Tap. Pay. Enjoy! Make every purchase quick, easy, and effortless with your Siinqee Bank Card. ❇️ Shop with ease at shopping centers ❇️ Pay conveniently at service centers


Siinqee Bank
17 сент., 07:11
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
16 сент., 11:11
Iskaan godhaa……Salphaatti kaffalaa!Bittaa fi gurgurtaa guyyaa guyyaatti raawwattaniif kaffaltii keessan haala salphaa , saffisaa, amansiisaa ta’een karaa QR Code Baankii Siinqee raawwadhaa.❇️Giddugala gabaa fi iddoowwan daldalaatti ❇️Mana nyaataa fi wiirtuuwwan kenniinsa tajaajila garaagaraatti ❇️ Mala kaffaltii saffisaa fi mijataa ❇️ Fayyadama salphaa fi Amansiisaa👉Dhamaatii tokko malee kaffaltii guyyuu keessan raawwachuuf Mala kaffaltii jabanaa QR Code Baankii siinqee filadhaa.Siinqee Bank Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!ስካን ያድርጉ … በቀላሉ ይክፈሉ!የዕለት ተዕለት ክፍያዎን በፍጥነት፣ በቀላሉ እና በአስተማማኝ ሁኔታ በሲንቄ ባንክ QR Code የክፍያ አማራጭ ያከናውኑ።❇️በገበያ ማዕከላትና በንግድ ቦታዎች ❇️ በምግብ ቤቶችና በተለያዩ የአገልግሎት መስጫ ቦታዎች
Siinqee Bank
16 сент., 11:11



Siinqee Bank
16 сент., 06:52
🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank
16 сент., 05:57
Dear our Valued Customers, Protect your bank account and digital financial services from fraudsters by following these essential safety precautions: ❇️ Never share your digital banking PIN, password, One-Time Password (OTP), verification code, or any other confidential security information with anyone. ❇️ Never click on suspicious links received through SMS, email, social media, or other messaging platforms. ❇️ Download mobile banking and other financial service applications only from trusted and verified sources, such as official app stores and authorized platforms. ❇️ Regularly check your account or wallet balance and transaction history and immediately report any unfamiliar or unauthorized transactions. ❇️ If your mobile phone, SIM card, or any other device linked to your financial services is lost, stolen, or compromised, notify the Bank immediately. ❇️ When using an ATM, mobile
Siinqee Bank
16 сент., 05:57

6,450Открыть в Telegram
Ссылки
