Последние посты

SIKKOO MEDIA
22 сент., 13:19
Irreechi Hora Finfinneefi Hora Harsadee bara 2019 Fulbaanaa 23 fi 24, 2019 walduraan kabajama.Fulbaana 12,2019 Irreechi Hora Finfinneefi Hora Harsadee bara 2019 Fulbaanaa 23fi 24,2019 walduraan akka kabajamu Gamtaan Abbootii Gadaa ibsan.Kabaja ayyaana Irreechaa bara 2019 ilaalchisuun Gamtaan Abbootii Gadaa marii paanaalii magaalaa Bishooftuutti gaggeessaaniin haala duudhaafi safuu malkaan barbaadu akkasumas naamusa barbaachisu irratti mariyataman.Haaluma kanaan uummatni Oromoo akkasumas lammileen biyyattii kabaja Irreechaarratti hirmaatan miiraa nagaa,jaalala, araaraa gonfachuun ta'uu qaba. Irreechi wayita dhaqan araaramanii,qulqullaa'anii akka irreeffatan gamtichi waamicha taasiseera.Naamusaan walqabatees ummatni kabaja Irreechaa kanarratti hirmaatu meeshaalee miidhaa geessisan kamuu qabachuu akka hin qabne ibsanii safuufi safeeffannaa Irreechaan dabaalamuun Irreechi



SIKKOO MEDIA
20 сент., 19:31изменён
The 6th Oromia Tourism Awards competition has kicked off in full swing today. The 14 categories listed below will be determined by 30% of the votes cast by you, the clients and followers. Voting will run from today until September 29, 2026 at 12:00 (Evening) Local Time. The Categories: Best Tour Operator of 2026 Best 3 Star Hotel of 2026 Best Resort of 2026 Best Local Tour Guide of 2026 Best Tourism Tech Solution of 2026 Best Tourism Photography of 2026 Best Community Tourism Promoter of 2026 Best Travel TV Show of 2026 Best Tourism Destination Music Video of 2026 Best MICE City of 2026 Best Ecotourism Site of 2026 Best Travel Content Creator of 2026 Best Domestic Travel Organizer of 2026 Best Ranger of 2026https://vt.tiktok.com/ZSq3N9mM7/@sikkoomedia
SIKKOO MEDIA
17 сент., 11:39
Godina Saba Oromoo Aanaa #jiillee_dhummuugaa Waajjirri Barnootaa Aanaa jiillee dhummuugaa Itti Manneen Barnootaa fi Barsiisota Sadarkaa 1ffaa Dorgomsiisee Qacaruu Barbaada.Haaluma kanaan dorgomtoonni ulaagaa guuttan guyyaa beeksifni kun maxxanfame irraa eegaluun qaamaan argamtanii dorgomuu kan dandeessan tahuu kabajaan isin beeksifna.Waajjira Barnootaa Aanaa jiillee dhummuugaa!#Carraa_kan_itti_fayyadamaa!


SIKKOO MEDIA
17 сент., 11:28изменён
Jinka university Waamichii Barattoota yeroo hin beekamneef darbeera@sikkoomedia


SIKKOO MEDIA
16 сент., 17:48
https://youtu.be/3cfV4JHfSMM?si=i3TMNDdrSwQSZNwFFamily 😎subscribe ✌️Share 👉 nuuf gochaa itti bashannanaa!👌YouTube16 September 2026Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
SIKKOO MEDIA
16 сент., 11:18
#WaamichaYuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota sagantaalee barnoota idilee fi Extension, kanneen waggaa 2ffaa fi isaa ol ta’aniif, galmeen semisteera 1ffaa bara barnootaa 2019 A.L.I Fuulbaana 18–20/2019 A.L.I ta’uu beeksiseera.Barattoota idilee bara barnootaa 2015tti Yuunivarsiiticha seenaniif guyyaan galmee semisteera 2ffaa Fuulbaana 21 fi 22/2019 A.L.I ta’uun ibsameera.Barnoonni sagantaalee Extension Sanbata Xiqqaa Fuulbaana 23/2019 A.L.I kan eegalu yoo ta’u, barnoonni sagantaa idilee immoo Wiixata Fuulbaana 25/2019 A.L.I ni eegala jedhameera.Barattoota idilee waggaa 1ffaa haaraa bara barnootaa 2019 Ministeera Barnootaatiin ramadamtaniif fuulduratti waamichi kan taasifamu ta’uun eerameera.


SIKKOO MEDIA
14 сент., 16:16
Barattoonni Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraay Keessatti Barachaa Turan Yeroof Yuunivarsiitiiwwan Birootti Akka Ramadaman Murtaa'eMinisteerri Barnootaa Itoophiyaa haala yeroo ammaa naannoo Tigraay keessa jiruun wal qabatee, barattoota yuunivarsiitiiwwan naannichaa keessatti barachaa turaniif furmaata yeroo kennuu isaa ifoomseera. Akka Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa beeksisanitti, komii fi gaaffii barattoonni kunniin dhiyeessan bu'uura godhachuun, hanga haalli naannichaa guutummaatti tasgabbaa'ee mijatuutti barattootni kunniin yeroof yuunivarsiitiiwwan mootummaa biroo nageenyi isaanii eegamu keessatti ramadamanii barnoota isaanii akka itti fufan murtaa'eera.Murtiin kun kan darbe, barattoonni sababa haala qabatamaa naannichaa jiruun barnoota isaanii addaan kutuun gara waajjira Ministeera Barnootaa qaamaan dhufuun gaaffii erga dhiyeessanii fi hoggantoota
SIKKOO MEDIA
14 сент., 16:16





SIKKOO MEDIA
14 сент., 14:10
https://youtu.be/ATte9CLc4l4?si=lMBrcdMy05WOu5JIYouTubeFinfinnee Goobee fi Shinooyyee Birbirsa Goorootti!!Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
SIKKOO MEDIA
14 сент., 10:59изменён
#Breaking_news #Waamicha_yuuniversiitii_HARAMAYAAttention, Senior Students!The entry period for senior students returning to Haramaya University will be:📅 Meskerem 21–24, 2019 E.C.All senior students are kindly requested to take note of the dates and make the necessary preparations for their return to campus.@Sikoomedia


SIKKOO MEDIA
12 сент., 20:20
https://youtu.be/cyttUHy7n2U?si=th0mVC5Mt8MORUvoYouTubeA Conversations with a Farmer About EthiopiaInterviewing a Farmer: Agriculture and Our CountryEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
SIKKOO MEDIA
11 сент., 04:45изменён
🌼 BAGA BARA HAARAA 2019 GEESSAN! 🌼 Gammachuu fi abdii bara haaraa kanaaf ergaa keenya isa caalu isiniif qabanna: 👉Barri bara nagaa, 👉Kan jaalalaa, 👉Kan tokkummaa, 👉Kan milkaa'inaa, 👉Kan dhugaa siniif haa ta'u!Akkuma odeeffannoon beekumsa, beekumsis aango keessaan ta’e, bara kana keessa odeeffannoo dhugaa, qulqulluu fi ijaarsaaf ta'u isiniif dhiyeessuu jabeessinee itti fufna! Ayyaana Gaarii!@SIKKOOMEDIA


SIKKOO MEDIA
10 сент., 18:36
WAAMICHAYUUNIVARSIITII GONDARYuunivarsiitiin Gondar barattoota isaa buleeyyiif waamicha Taasiseera.Guyyaan galmee Fulbaana 4-5 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera.Odeeffannoo sirrii waa'ee Sangantaa Remeediyaalii fi Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii argachuuf Channel Keenya join gochuun nu hordofaaSIKKOO MEDIA ©️


SIKKOO MEDIA
8 сент., 15:18
#FinfinneeGoobee fi shinooyyee magaalaa Finfinneetti kabajamaa oolee gama you tuben Daawwadhaa👌https://youtu.be/MTojo_j2Cl8?si=8rMg-eVuf-YIp35e@sikkoomedia


SIKKOO MEDIA
8 сент., 06:44
Sirni gaggeessaa Reeffa Artiisti Ilfinash Qannoo raawwatamaa jiraQaammee 3, 2018 Sirni gaggeessaa Reeffa Artiistii gammeettii Ilfinash Qannoo Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti raawwatamee jira.Urjiin qabsoo fi kudhaama Aartii Oromoo, Ilfinash Qannoon dhibee ishee muudateen Qaammee 1, 2018 addunyaa kanarraa du’aan boqochuun kan yaadatamuudha.Haati ijoollee lamaa qabsooftuu Ilfinash Qannoon gidiraa, hidhaa, reebichaa fi dhukkubaan wal’aansoo qabaa hanga dhumaatti gumaacha irraa eegamu uummata isheef gumaachaa turteerti.Sirni gaggeessaa reeffa ishee Istaadiyeemii Finfinneetti bakka hoggantoonni, dinqisiifattoonniifi hawaasni Oromoo bal’aan argamanitti raawwatamee jira.#Oromia #Ethiopia@sikkoomedia




SIKKOO MEDIA
6 сент., 16:01изменён
#FinfinneeGoobee fi shinooyyee magaalaa Finfinneetti kabajamaa oolee gama you tuben Dawadhaa!https://youtu.be/DC5goYwvxfc?si=yVK2HUn3BjSUDRrn@sikkoomedia


SIKKOO MEDIA
3 сент., 05:27
Barsiisoota barbaada 🙏🙏 Boorana #70



SIKKOO MEDIA
2 сент., 09:48
Hayyuu kitilaa Lubni Balaay Mokonnin guyyaa har'aa mana amala sirressaa ba'uun maatiisaaniitti makamaniiru.Baga Waaqayyo Nagaan gara maatii keessaniitti isin deebise. Waldaa Duukaa Bu'ootaa@sikkoomedia


SIKKOO MEDIA
31 авг., 19:01
✅️YUUNIVARSIITII JIMMAA ➡️Yuunivarsiitiin jimma Yuunivarsiitiiwwan beekkamoo fi gurguddoo Itoophiyaa keessaa isa tokko. 🔼Qulqullina barnootaatiin akka guutuu itoophiyaatti yuunivarsiitii finfinneetti aanee sadarkaa 2ffaa irratti argama. akkasuma akka baha Afriikaatti sadarkaa 5ffaa fi akka Afriikaatti immoo sadarkaa 70ffaa irratti argama. 👉JU bara 19 52 G.C Godiina Jimmaa magaalaa jimmaatti hundeefame. Finfinnee irraa 353KM fagaata. ☑️ Branch gurguddaa 5 qaba (main Campus wajjiin jechuudha) ✍ Main Campus: magaalaa jimma keessatti argama. ✍ College of Business and Economics (BECO):magaalaa jimma keessatti argama. ✍ College Agriculture and veterinary medicine(JUCAVM) ✍Jimma Institute of technology ✍ Agaro Campus: KM 45 magaalaa jimma irraa fagaatee magaalaa Aggarro keessatti argama. 📳 Nyaata Kaaffee Nyaanni Foonii(Therefore) Torbanitti guyyaa 2 Kanarraa kan hafe homaa hin jedhu. ✳️ Loun
SIKKOO MEDIA
31 авг., 19:01




