gram news
Аватар канала Spider Media

Spider Media

@spidermediaa

https://youtube.com/@Spidermedia1

ПроектыENТехнологии

6,250подписчиков

Открыть канал

Последние посты

  • Spider Media

    13 сент., 17:01

    Pirezidaantiin Iraan Masuud Pezeshkian Tehiraan Yunaayitid Arab Emireets ykn biyyoota naannichaa kamiyyuu waliin ''rakklo hin qabdu'' jechuun, buufataalee waraanaa Ameerikaa biyyoota kanneen keessatti argaman garuu mormaniiru.Masoud Pezeshkian, buufataalee kanneen Waashingitan walitti bu'iinsa Eeshiyaa Dhihaa fi haleellaa Iraan irratti raawwattuuf itti fayyadamti jechuun himataniiru.Yaa'ii BRICS 18ffaa New Delhi - India keessatti gaggeeffameen cinaatti gaaffii fi deebii addatti India Today waliin taasisaniin, Pezeshkian hariiroo Iraan biyyoota Galoo Galaanaa waliin qabduu fi waldhabdee Ameerikaa waliin qabdu gidduutti garaagarummaan jiraachuu eeeruun, Tehran UAE fi biyyoota naannichaa biroo akka “obbolootaatti” ilaalti jedhan."UAE waliin rakkoo hin qabnu. Biyyoota naannichaa kamiyyuu waliin rakkina hin qabnu. Rakkoon keenya buufataalee Ameerikaa biyyoota kanneen keessa jiranii fi
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    12 сент., 22:43

    🔹Marii hooggantoota Itiyoophiyaafi Iraan 🇪🇹🤝🇮🇷⭕ Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, hammattoo waltajjii maatii BRICS keessatti Pireezidaantii Iraan Maas'uud Peezeeshiikiyaan waliin mari’aneerra jedhan.🤝 ‎Mariiwwan yaa’ichaan cinatti gaggeessinu, haala waaktawaa ulaa galaana diimmaarra jiru fi dhimmoota waliigalaa nageenya naannawicharratti kan xiyyeeffatu yoo ta’u, barbaachisummaan marichaas tasgabbiin naannawichaa akka dhugoomuu taasisuuf dhimmoota dandeessisanirratti ta’uu ibsaniiru.#Ethiopia #Iran #AbiyAhmed # MasoudPezeshkian #BRICS #BRICSSummit #BRICSIndia#SpiderMedia@spidermediaa
  • Spider Media

    12 сент., 22:25

    "Atii fi miidiyaan kee warra hundarra badaadha"🔥🔴 Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp haala kanaan Gaazexeessituutti Dheekkamee dubbachuun haasaa ta'eera.Doonaald Tiraamp, "Yoo paartiin koo filannoo injifate ga'eessota Ameerikaa hundaaf tokko tokkoon isaaniif doolaara 5,000 akka kennan waadaa galuu ilaalchisee wayita gaaffiin dhiyaatuufitti aaraanidoolaara 5,000 kennuuf gale irratti gaaffii liqii biyyattii tiiriiliyoona $40 fi qabsoo dinagdee gabaastuu Rachel Scott [ABC News] irraa dhiyaateef aaruun, "Atii fi miidiyaan kee warra hundarra badaadha" jedhee addaan kuteera.Gaazexeessituun ABC News Rachel Scott, biyyattiin (Amerikaan) liqii doolaara tiiriiliyoona 40 baattee jirti. Yoo tarsiimoon dinagdee keessan milkaa’aa jira ta'e, nu filadhaa qarshii isiniif kenninaa jechuun maaliif barbaachise? jechuun wayita gaafattu Titaamp akka male mufatan.Tiraamp deebii gaaffii
  • Spider Media

    10 сент., 16:01

    Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf SaaqameSpider Media: Rabi I 28, 1448 AH Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal dameewwan isaa sadii saquun guyyaa har'aa sirna baaniinsaa gaggeesseera.Sirnicharratti hoggantoonni mootummaa, bulchitoonni magaalichaa, akkasumas bakka bu’oonni hawaasaa fi dhaabbilee amantii argamaniiru.Manni barumsichaa rakkoolee fi hanqinoota sirna barnootaa keessatti mul’atan bu’uura irraa furuuf kaayyeeffatee kan hundeeffame ta'uu ibsuun, sadarkaa KG irraa hanga kutaa 8ffaatti barnoota ammayyaa kennuun cinaatti, naamusaa fi amala gaarii barattootaa horachiisuuf xiyyeeffannoo addaa akka kennus ibseera.Sirnicha irratti argamuun haasawa kan taasisan Maanaajarri mana barumsichaa Dargaggoo Saalih Muzammil akka ibsanitti, Tarbiyaa Intarnaashinaal barnoota kitaabaa qofa
  • Spider Media

    10 сент., 15:59

    Manni Barumsaa Tarbiyaa Intarnaashinaal Eebbifamee Sirna Baruufi Barsiisuuf Saaqame 🏫✨ 👇👇👇
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    26 авг., 15:50

    Barattuu qaxalee Dureettii Mohaammad 🏆🥇🧕Qorumsa biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan mana barumsa sadarkaa lammaaffaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaarraa saayinsii uumamaatiin qabxii 579.6 galmeessiteLink kanaan #video daawaadhaa 👇 https://youtu.be/O8IEJ-M_wJE?si=d0JCg-JpM33SgBHh
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    12 авг., 17:18

    https://youtu.be/EmC0uVijuLU?si=psTFVvCbfFQjedv_
    YouTubeTiraamp Iraaniin Baqachuu AmananiiruEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • Spider Media

    11 авг., 21:36

    https://youtu.be/Oyr_euYt3VA?si=DXAypF8Ww6tYryHO
    YouTubeMajlisni Federaalaafi Manni Murtii Shari’aa Federaalaa Tumsaan Hojjachuuf WaliigalanEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • Spider Media

    8 авг., 00:02

    https://youtu.be/F5XXLCMS7_I?si=xnO9m34vGcUXimHR
    YouTubeEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • Spider Media

    4 авг., 19:36

    Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    4 авг., 19:34

    https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv
    YouTubeHogganaa Burkinaa Faaasoo #IbrahimTraore fi Muslimoota biyyattii gidduutti maaltu ta'e?Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • Spider Media

    26 июл., 18:06

    📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraana Ameerikaafi I-zrael Ga💔zzaafi bakkoota biroo baha jiddugaleessaa keessatti gaggeessan balaaleffachuun hiriirri mormii kaleessa gaggeeffameera.❤️‍🩹 🗣️ Hiriirtonn Fala🇵🇸sxiin fi Libaanos 🇱🇧 deeggaruun, waraana isaan irratti gaggeffamaa jiru mormuun sagalee isaanii dhageessisaniiru.#SpiderMedia
    1,440видео64Открыть в Telegram
  • Spider Media

    21 июл., 20:14

    ❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin🏆 Pirezidaantiin Turkiye Recep Tayyip Erdoğan gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Ispeen shaampiyoonaa waancaa addunyaa baranaa ta'uu hordofee ergaa dabarsaniin baga gammaddan jedhan.🇹🇷🤝🇪🇸 “Gareen Biyyoolessaa Ispeen waancaa addunyaa bara 2026 injifachuu isaaniitiin, onnee koo irraan baga gammaddan jedhaani, maqaa koo, biyya koo fi ummata kootiitiin, michuuwwan keenya ummata Ispeeniif nagaa koo nan dabarsa,” jechuun ergaa baga gammaddanii kana Erdohaan barreeffama waltajjii miidiyaa hawaasaa Türkiye NSosyal irratti qoodaniin dubbatan.© Amar Temam #Turkiye #Spain #champions #lamineyamal
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    20 июл., 21:33

    🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem🎬 Aktarri beekamaan Ispeen Fala🇵🇸sxiin deeggaruun beekamu Javier Bardem, Ispeen Waancaa Addunyaa mo’achuun shaampiyoonaa ta'uu isii hordofuun suuraa Laamiin Jamaal kan inni alaabaa Fala🇵🇸sxiin qabatee jiru maxxansuun akkana jedhe:🗣️ "Ummattoota mirgi isaanii kabajamuu qabuufiif dhaabbachuun keessan, akkasumas namoota sagaleen isaanii hin dhaga’amneef sagalee ta’uun keessan fakkeenya gaarii ijoollee miliyoonaan lakkaa’amaniif ta’eera. Isin dhugumaan isin qabsaa'ota mirgaa, Shaampiyoonota Addunyaati.🗣️ Biyya dargaggoonni akka keessanii kun bakka bu'an irraa ta'uu keenyaatti akka nu boonnu waan nu gootaniif galatoomaa." jedheera.© #AmarTemam #Spain #JavierBardem #spain #FIFAWorldCup #SpiderMedia@spidermediaa
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    18 июл., 19:06

    Maaleeziyaan lammiileen Izraa'el hatattamaan biyyattii keessaa akka ari'aman ajajje.Ministirri Muummee Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim lammiileen Izraa’l gariin lammummaa biyya biraa fayyadamuun gara Maaleeziyaa seenaa jiru jedhamuu hordofee deebii kennaniiru.Anwar Ibrahim dhimmicha akka qorataniifi lammileen 'Izraa'il' Malaysia keessatti argaman kamiyyuu hatattamaan biyyaa akka ari’aman dubbatan jedha gabaasni Anadolu.Yakka dugu-uggaa sanyii Izraa'il Ga💔zzaa keessatti raawwattu irra deddeebiin qeequun kan beekaman Anwaar, Maaleeziyaan biyyummaa Izraa’eliif beekamtii akka hin kennine irra deebiin mirkaneessaniiru.© #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    13 июл., 18:00

    Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galanMinistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru.Du’aan boqochuu Amiira duraanii #Qatar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda isaanii ibsachuuf Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru.Amiiriin duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniin addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii kan yaadatamuudha.Du’aan boqochuu Amiira Kaataar Sheek Hamad bin Kaliifaa Al-Tahaniin hordofee Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad ummata biyyattiif ergaa jajjabinaa dabarsanii turan.Imalli Ministira Muummee kun hariiroon Itiyoophiyaa fi Kaataar michummaa cimaa ta’uu agarsiiftuu akka ta’e Waajjirri Ministira Muummee ibsuu FMCn gabaseera.#Ethiopia #Qatar #SheikhHamad #Doha
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    12 июл., 20:04

    Seenaa biyyattii keessatti yeroo jalqabaatiif, taphataa Muslimaa garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ingilaandiif hiriiree taphateedha Djed SpenceTaphataan umrii 25 Djed Spence waancaa addunyaa kana irratti garee biyyaalessaasaa England f hiriiree taphachuun ga'umsa ajaa'ibaa isaas agarsisaa jira.Biyyoota dhihaa keessatti muslimni biyya bakka bu'ee dhiyaachuun abjuu ture. Ta'ullee dhiheenya kana dhawaataan haallu jijjiiramaa dhufeera.Haa ta'u malee Inglilaand akka biyyoota kaanii kana amantee hin fudhanne. Kunoo reefi, waancaa addunyaa baranaa irrattiidha seenaa isii keessatti yeroo jalqabaatiif sababa amantaan kan fageessaa turte taphata hordofaa Amantaa Islaamaa ta'e tokko jettee kan lakkaawwattee garee biyyaalessaa isiif hiriirsifatte.Haalli #DjedSpence as itti ga'e ykn garee biyyaalessaaf hiriiree taphachuu itti qaqqabe garuu salphaa hin turre. Isa bal'inaan itti deebina yoo
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    11 июл., 15:16

    Gumaa Abbaa Koo fi Wareegamtoota Keenya Biroo Dhiheenyatti Ni Baa𝐬na Jedhan Hoogganaa Olaanaan Iraan Mojtaba KhameneiBal'ina 👇 https://www.facebook.com/share/p/1KAaNDufzr/
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    10 июл., 16:21

    Abbaan murtii Somaaliyaa Amerikaan Viizaa dhorkatte Umar Abubakar Atar Jigjigaa galanAbbaa murtii Waancaa Addunyaa Amerikaa akka hin seenne Viizaa dhorkaman Umar Abubakar Atar naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa seenuun isaanii ibsameera.Ataar, Waancaa Addunyaa 23ffaa FIFA irratti akka abbaa murtii ta’an filatamanii gara Ameerikaa imalanii turan. Haa ta’u malee, dhimma viizaa waliin walqabatee Ameerikaa akka ba’an taasifamuun ni yaadatama.Kana hordofee abbaan murtii kun addunyaa mara irraa jajjabina argachaa turan. Waldaan Kubbaa Miilaa Awurooppaa (UEFA) tapha Super Cup kan PSG fi Astoon Viilaa gidduutti gaggeeffamu akka dursan filateerea.Umar Abubakar Atar, bara 2025tti abbaa murtii Afrikaa Cimaaa jedhamee kan filatamedha.Yeroo Jigjigaa gahutti hoggantoonni Waajjira Pirezidaantii Naannoo Somaalee, Kantiibaan Magaalaa Jigjigaa, hoggantoonni Waajjira Dargaggootaa fi Ispoortii,
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media
  • Spider Media

    8 июл., 14:19

    Ityoophiyaa fi Sa'ud Arabiyaan walta’iinsa hunda galeessaa isaanii daran cimsuuf mariyatanSpider Media: Muharram 23, 1448 AH Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Doktar Geediyoon Ximootiwoos Itoophiyaatti Ambaasaaddara Sa'uud Arabiyaa kan ta'an Abdullaah Bin Hasan Al-Zahranii har'a waajjira isaaniitti simatanii waliin mariyachuu Ministeerichi beeksiseera.Maricharratti Ministirri kun hariiroo biyyoota lamaanii fi walitti dhufeenya seena qabeessa Itiyoophiyaa fi Sa’uudii Arabiyaa yeroo dheeraaf tureef dinqisiifannaa qaban ibsaniiru jedhe.Dhimmoota nagaa fi tasgabbii naannoon qabxiilee faayidaa waloo isaanii irratti mari’ataniirus jedhe.Dabalataan tumsa bal'aa damee adda addaatiin qaban daran cimsuufi dhimmoota lammiilee Itiyoophiyaa Sa'uudii Arabiyaa keessa jiraatanii irrattis mariin taasifameera jedha odeeffannoon Ministeera Haajaa Alaa irraa arganne.© Amar Temam #Spid
    Иллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider MediaИллюстрация к посту канала Spider Media