Последние посты

QULQULLEETTII MANA AMANTAA
22 сент., 20:47
💕ከዘማሪያን የማንን መዝሙር ማዳመጥ ይ ፈ ል ጋ ሉ ? 🔔 💕[┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ሊቀ መዘምራን ቴዎድሮስ ዮሴፍ 💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ [┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ሊቀ መዘምራን ይልማ ኃይሉ💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ሊቀ መዘምራን ኪነጥበብ 💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ዘማሪ አቤል መክብብ 💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕ዘማሪት ሲስተር ህይወት ተፈራ💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕ዘማሪ ዲያቆን ሙሉቀን ከበደ💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ቀሲስ ምንዳዬ ብርሃኑ 💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛ ┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓ 💕 ዘማሪት ፋሲካ ድንቁ 💕 ┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛🌷👥 የሁሉንም ዘማሪያን መዝሙር ለማግኘት 🔔 👇 🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧
QULQULLEETTII MANA AMANTAA
22 сент., 20:14
🚨 ነፃ internet ተለቀቀ 🚨ነፃ ኢንተርኔት በቴሌም በሳፋሪም ለማግኘት ከስር ያለውን free internet የሚለውን ነክታቹ join በማለት መጠቀም ትችላላቹ
QULQULLEETTII MANA AMANTAA
22 сент., 19:57
😇 ዛሬ የተለቀቁ አዳዲስ የመስቀል መዝሙሮችን ለመመልከት የትም ሳይሄዱ #የመስቀልመዝሙሮች የሚለውን መንካት በቂ ነው።👇የመስቀል መዝሙሮችን ለማግኘት ይቀላቀሉን 👇👇👇https://t.me/+6IofQMo-FZJiZDA0


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
22 сент., 17:39
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!👇👇👇http


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
21 сент., 20:47
Isin Ortodoksi dha❓
QULQULLEETTII MANA AMANTAA
21 сент., 20:18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇🥰Channel afaan oromoo🥰


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
21 сент., 19:54
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
21 сент., 17:45
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Qulqulluu Yaareed♦ Qulqulluun Yaareed Eenyudha? ♦ Bu'aan Qulqulluun Yaareed Mana Kiristaanaa Itoophiyaatiif buuse maali? ♦ Qulqulluun Yaareed Abuna Aragaawwii waliin walitti dhufeenya akkamii qabu ture? ♦ Fannoon harkaa Qulqulluun Yaareed ittiin eebbisaa turan hatamee ture amma eessa jira?Kanneenii fi kanneen biroo blog keenya irra galuun dubbisaa! Link kanatti aanee jiru tuqaa!👇👇👇https://bit.ly/43zrL9w https://bit.ly/43zrL9w


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
20 сент., 17:44
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Kabaja Ayyaana Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti♦ Ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajaman, ♦ Ayyaanota ji'a ji'aan kabajaman, ♦ Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa saglan, ♦ Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33'n fi Ayyaanota gurguddoo 5'n, ♦ Guyyoota Wangeelaawwiiwwan fi Duuka bu'oonni itti yaadataman, ♦ Guyyoota Qulqulloonni Saglan itti yaadataman, ♦ Ayyaanota Tsooma Guddaa Gooftaa waliin wal qabatan, ♦ Guyyoota Yaadannoo Abbootii, Luboota, Raajotaa fi Mootota Kakuu Moofaa keessa turanii, ♦ Guyyoota Abbootiin ykn Beektonni Mana Kiristaanaa Kakuu Haaraa Duuka Bu'oota booda ka'aan itti yaadataman, ♦ Qulqulloonni Dubartoonni 36'n guyyoota itti yaadataman,Kanneenii armaan olii hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa! #Share taasisuu hin dagatiinaa!👇👇👇🔗 https://bit.ly/3Lk6om5 🔗 https://bit.ly/3L


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
19 сент., 14:49
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Hordoftoonni Channel keenya nagaa Waaqayyootiin akkam jirtu?Maalif waggaa 7/8 wal caale? Baatiin barri haaraa itti jijjiiramu maalif gargar ta'e?Kanneenii fi kanneen biroo guutummaa isaa link kanaa gadi jiru tuquun Website keenya irraa dubbisaa!https://bit.ly/49zGOTH https://bit.ly/49zGOTH


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
17 сент., 13:36
Arjummaa keen baroota ni goonfita. -Far 65Baga bara Mariqoos irraa gara Luuqaasitti nagaan ceetan.Waaqni bara haaraa bara caalaatti gara isaatti dhiyaannu nuuf, hidhaa cubbuu irraa kan ittiin baanu jalala isaa kan laphee keenya irratti dhangalaasu nuuf haa godhu.Ati jalqabarraa lafa hundeessite; samiinis hojii harka keeti. Isaan ni badu; ati garuu ni jiraatta. Hundi isaanii akka uffataatti ni dulloomu, akka wayaattis ni jijjiirta; ni jijjiiramus. Ati garuu sanuma sanadha. Baroonni kees tasa hin dhuman. —Far 102Ayyaana gaarii!
QULQULLEETTII MANA AMANTAA
17 сент., 04:23
" Kadhannaa kan kadhannuuf Waaqayyoo wanti hin beekne jiraatee miti. Gara isaatti akka dhiyaannuuf, dhiyaannee michuuwwan isaa akka taanuuf, Guyyoota hunda akka nu gargaaruuf,akka gadi of qabnuuf, cubbuu keenyas akka yaadannuuf malee ''Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee👇👇 http://t.me/Utubaa_Amantaa http://t.me/Utubaa_Amantaa http://t.me/Utubaa_Amantaa


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
16 сент., 16:45
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan!♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚! ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚? ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢? ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
15 сент., 16:38
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe!♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? ♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e? ♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!https://bit.ly/4nXPhEa https://bit.ly/4nXPhEa


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
14 сент., 15:44
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii«Nagaa ta'aa! Ani gara Gooftaa kootti deebi'uu kooti waan ta'eef!»♥ Maqaawwan Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii ♥ Kitaabolee Qulqulluun Yohaannis Wangeelaawwiin barreesse ♥ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yohaannis jedhamuun kan waamaman Qulqulloota meeqatu jira? ♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam ♥ Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii fi gooftaa keenya Iyyesuus KiristoosSeenaa ajaa'ibaa Qabsuura Qulqulluu Yohaannis Wangeelaawwii irratti argamu, dubbisaa barumsa guddaa irraa argattu!Link kana tuquun dubbisaa!👇👇👇https://bit.ly/3JrdGE9 https://bit.ly/3JrdGE9


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
12 сент., 04:04
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Baga Bara Haaraa 2019 nagaadhaan geessan!Baga Bara Yohaannis irraa gara bara Maatewoositti nagaadhaan ceetan!🌻🌻🌻 🌼🌼🌼Waa'ee Ayyaana Bara Haaraa Itoophiyaa fi Qulqulluu Yohaannis link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!🔗 https://qubeeonline.com/2024/09/ayyaana-bara-haaraa-itoophiyaa-qulqulluu-yohaannis/


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
9 сент., 14:46
переслано из @kadhannaa_qulqullootaa
Bara Haaraa(Akka Yohaannis Afaan Warqee Barsiisetti)Mucaa koo barri haaraa kan gammachuu, kan nagaafi fayyaa akka siif ta'uu ni barbaaddaa? Egaa osoo hin eegaliin machiin,, sirbaan,fi hojii cubbuun dabarsuuf hin karoorsin. Barri haaraa guyyaa jalqaba qofa osoo hin taane guyyoota hundayyuu hojii cubbuun hin eegaliin. Waaqayyon kan gammachiisu hojii gaarii tokko jedhii eegalii malee. Guyyoonni hamoo ykn gaarii kan ta'an, uumaan akkas ta'anii miti. Guyyaan gaarii ykn hamaa akka ta'u kan taasisuu nudha. Kibxatni baranaa kan bara darbee irraa adda miti. Addaa kan taasisu ciminaa ykn dhibaawummaa qofadha.Hojii qulqulluu kan hojjennuu yoo ta'ee guyyaa haaraa qofa osoo hin taane barri haaraanu nuuf gaariidha. Cubbuu kan hojjennuu yoo ta'e immoo guyyaa qofa osoo hin taane barri haaraayyuu hamaafi gidiraan kan guutamee ta'a. Bara haaraa hojii gaariin kan eegalluu yoo ta'e barichatti wantaTelegramKADHANNAA QULQULLOOTAA“Sagalee Waaqayyoo Kan Baratan Hunduu Ijoollee Waaqayyootti.” (Room.8:14). “Nuti Kiristoos isaa fannifame lallabna!” (1Qor.1:23). https://t.me/+jhWa2eaKyCwxMjg0 👇👇👇👇👇👇👇
QULQULLEETTII MANA AMANTAA
8 сент., 16:10
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa'eel nagaadhaan geessan!♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?𝘒𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘬𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯 𝘣𝘪𝘳𝘰𝘰 𝘸𝘢𝘢'𝘦𝘦 𝘘𝘶𝘭𝘲𝘶𝘭𝘭𝘶𝘶 𝘙𝘶𝘧𝘢𝘢'𝘦𝘦𝘭 𝘭𝘪𝘯𝘬 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘵𝘶𝘲𝘶𝘶𝘯


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
7 сент., 17:34
переслано из @ortodoksii_tawaahidoo
Baga jalabultii yaadannoo guyyaa Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Rufaa'eel itti Xoobiit gargaare Qaammee 3 nagaadhaan geessan!Guyyaa kanatti maaltu yaadatamee oola? seenaan guyyaa kanaa maalu kan jedhu waa'ee Xoobiit fi kanneen biroo waa'ee Qaammee 3 link kana tuquun dubbisaa!https://bit.ly/3TmgZ4h https://bit.ly/3TmgZ4h


QULQULLEETTII MANA AMANTAA
2 сент., 15:32
𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐇𝐨𝐣𝐚𝐝𝐡𝐮 "Gooftaan nama hundaaf hojii isaaf malu kenneera; hojii sana hojjechuun immoo dirqama isaa ti. Diyaabiloos garuu yoo danda'e hojii sana irraa isa gufachiisuun hojii isaa ti. Dhugumaan akkuma Waaqayyo hojii siif kenne, Seexannis hojii kee irraa si hambisuuf ciminaan hojjeta. Waan hojii kee caalaa si gammachiisu fakkaatu siif dhiyeessuuf yaala; abdii fi hawwii addunyaa si duratti kaa'ee si soba. Oduu hammeenyaa fi jechuun namaa si irratti kaasa. Barreessitoonni akka si qeeqan taasisa; namoonni beekamoonis si irratti akka dubbatan itti fayyadama. Philaaxoos, Heroodis, Hanaan, Qayyaafaa hundi si irratti ni ka'u. Yihuudaanis si bira dhaabatee meetii soddomaan si gurguruuf ni qophaa'a. Kun hundi kan si mudatu, Seexanni hojii kee irraa si deebisee Waaqayyoof ajajamuu akka dhiiftu si gufachiisuuf akka ta'e hubachuu qabda. ✔️🔸𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐇𝐨𝐣𝐚𝐝𝐡𝐮:-
