Latest posts

Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
16 Sept, 05:41
𝐊𝐚𝐧 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 1𝐟𝐟𝐚𝐚_𝐌𝐚𝐪𝐚𝐛𝐢𝐚𝐧_4_59 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 2𝐟𝐟𝐚𝐚 ➦ #𝐋𝐮𝐪_14_13 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 #𝐗𝐨𝐛_4_7 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚 3𝐟𝐟𝐚𝐚 ➦ #1𝐟𝐟𝐚𝐚_𝐩𝐡𝐞𝐱_1_24 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 #𝐒𝐢𝐫𝐚𝐤 14 - 18 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚! 4𝐟𝐟𝐚𝐚 ➦ #𝐑𝐨𝐦𝐞_13_1 𝐟 #1𝐟𝐟𝐚𝐚_𝐩𝐡𝐞𝐱_2_13 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 #𝐒𝐢𝐫𝐚𝐤 17 - 14 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐚! 𝐣𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐤𝐮𝐧 𝐌𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 16 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 66 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚 𝐉𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐝𝐮𝐰𝐰𝐚𝐚 𝐭𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐣𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞𝐭𝐚𝐧𝐢! #𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢𝐢. 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐦𝐚𝐜𝐚𝐚𝐟𝐚 81 𝐡𝐢𝐧 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐟! 1 ➦ #𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐚_4 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐝𝐝𝐚𝐚𝐦𝐢𝐢𝐟
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
16 Sept, 05:41
81- #𝙂𝙖𝙖𝙛𝙛𝙞𝙞_Baroota_𝙙𝙝𝙚𝙚𝙧𝙖 -66 ◌━═━═⊱📖⊰═━═━◌ ➦ Macaafa isa Kamtu guutuu dha❓ 81 fi 66 𝕚𝕛𝕠𝕠𝕝𝕝𝕖𝕖𝕟 𝘖𝘳𝘵𝘰𝘥𝘰𝘬𝘴𝘪𝘪 ℙ𝕠𝕠𝕤𝕥𝕚𝕚 𝕜𝕒𝕟𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕤𝕒 𝙎𝙝𝙚𝙧 𝕘𝕠𝕔𝕙𝕦𝕦𝕟 𝕕𝕙𝕒𝕝𝕠𝕠𝕥𝕒 𝕓𝕒𝕕𝕚𝕚𝕤𝕒 𝕚𝕣𝕣𝕒𝕒 𝕆𝕠𝕝𝕔𝕙𝕒𝕒! 🙏 Bu'uuruma gaaffii keessaniitiin Irra deebiin kan maxxanfame! Xumurtanii yoo dubbistan Hubannaa Gudda argattu! 𝙱𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎𝚏𝚏𝚊𝚖𝚊 𝚔𝚊𝚗𝚊 𝚆𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎𝚗 #𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝚚𝚘𝚏𝚊 𝚘𝚜𝚘𝚘 𝚑𝚒𝚗 𝚝𝚊𝚊𝚗𝚎 𝚠𝚊𝚛𝚛𝚎𝚎𝚗 𝚋𝚒𝚛𝚘𝚘𝚜 𝚘𝚜𝚘𝚘 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚜𝚝𝚊𝚗𝚒𝚒 𝚋𝚊𝚊𝚢'𝚎𝚎 𝚒𝚛𝚛𝚊𝚊 𝚋𝚊𝚛𝚊𝚝𝚝𝚞! 𝚙𝚕𝚎𝚌 𝚍𝚞𝚋𝚋𝚒𝚜𝚊𝚊! ➦ 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐭o𝐝o𝐤𝐬𝐢𝐢 b𝐚𝐫𝐨𝐨t𝐚 3000 fii 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐨𝐥 𝐤𝐚𝐧 𝐥𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟𝐬𝐢𝐬𝐭𝐞𝐞𝐟𝐢 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐬𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐭𝐮𝐫𝐭𝐞𝐞𝐟 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐠𝐚 𝐤𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐢𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐨𝐨𝐟𝐭𝐞
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
27 Aug, 09:01
Gallakkifameera Kunoo Buufadhaa Ittiin Eebbifamaa. Share Subscribe Like Gochuunis Tajaajila Keenyas Nuuf Cimsaa 👇 https://youtu.be/5afdkBpL1sc?si=XPgNWFXKtZvFGKfcYouTubeAmantii Dhugaa, F/taa Qananiisaa Dabalee, Faaruu Haaraa Ortodoksii Tewaahidoo, Afaan Oromoo 2026Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
14 Aug, 03:12
Mana Murtii AddaaBaayeen keenya waa'ee obboloota keenya hamachuuf kan ariifannudha. Utubaa nu keessa jiru dhiifnee huba nama keessa jiru baasuf jarjarraa. Obboloota keenyatti murteessuu fi obboleettiiwwan keenya balaaleffachuuf ni ariifanna. Hiriyaa koo of eeggadhu; firdiin kan Waaqayyooti malee kan kee miti. Atis obboleettii koo—teessoo Waaqayyoo irra taa’uuf hin hawwin. Hiriyaa koo! Murtii dabarsuu si hawwisisee? Egaa komii kan hinqabne, caalaattu fayyidaa baay'ee kan argamsiisu dhadacha murtii siif qabaa. Ofii keerratti murteessuu ni dandeessati taa'i! Duraan dursee galmee irra daddarbaa keetii fuula kee dura kaa’i. Yakka lubbuun kee hojjette hunda of eeggannoon qoradhuu. Ergasiis "Lubbuu koo! Cubbuu kana kan hojjette maaliif?" Jedhi! Sababoota badii ofii isheetiin raawwatteef deebii kennuu dhiistee namoota biroo irratti komii dabarsuu fi murtii isaaniif kennuu yoo jalqabde: “Ati
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
6 Aug, 18:00
Subaa’ee (Kadhannaa Torboo)Subaa’een yeroo addaa kadhannaa fi soomaaf of kennuudha. Innis kadhannaa guyyaa torbaan qoodamee raawwatamu yoo ta’u, subaa’een tokko guyyaa torba of keessaa qaba; yeroo tokko tokko ammoo guyyaa kudha afuritti dheerachuu danda’a. Yeroo kana keessatti namni ija, gurra fi arraba isaa eeggachuun, soomaa, kadhannaa fi sagadaan Waaqayyotti dhihaata.Subaa’een bakka lamaatti qoodama1. Subaa’ee Cufaa Namoota irraa adda ba’anii, yeroo murtaa’e keessatti hojii addunyaa dhiisanii, sooma, kadhannaa fi sagadaan Waaqayyotti of kennuudha.2. Subaa’ee Banaa Namoota irraa osoo adda hin ba’in, bakka murtaa’e keessatti waadaa, galataa fi kadhannaa ganamaa fi galgalaa Waaqayyotti dhiheessuun, hojii guyyaa isaanii waliin kadhannaa itti fufanii jiraachuudha.Seenaa fi Faayidaa Subaa’eeSubaa’een seenaa dheeraa qaba. Akka barsiisa Ortodoksii Tawaahidootti, yeroo Addaamii fi
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
18 Jul, 08:35
forwarded from @pabloviptip
Amantiin Ortodoksii Tewaahidoo Fi Aadaan Uummata Oromoo Wal Faallessaa?Gaaffii yeroo baay'ee ka'aa tureef turtii B/saa Dr Dn Asheetuu Waaqjiraa Waliin Gooneen Deebii itti laatame Daawwadhaa irraa baradhaa.#like #share #Subscribe gochuun tajaajila keenya nuuf cimsaa👇https://youtu.be/NPtgrRL1Uds?si=hOJwqZSu0ftsz_60YouTubeAmantii Ortodoksii Tewaahidoo Fi Aadaan Uummata Oromoo Wal Faallessaa?, Turtii B/saa Waliin GooneEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
25 Apr, 17:02
forwarded from @pabloviptip
"Kanaafis Nuuti Abdii Hin Kutannu" 2Qor. 4÷16Lallaba abdii namatti horudha. Hiriyoota keessaniifis share gochuu hin dagatiinaa.Warreen asirraa copy gootan madda waliin godhaa✍️@Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksiihttps://telegra.ph/Kanaafis-Nuuti-Abdii-Hin-Kutannu-04-25TelegraphKanaafis Nuuti Abdii Hin Kutannu"Kanaafis Nuuti Abdii Hin Kutannu" 2Qor. 4÷16 Kiristoo Du'aa Ka'ee - Humnaafii Aangoo Isaan Seexanni Hidhamee - Addaam Bilisa Bahe Si'ichi - Nagaaf Gammachuun Ta'e Maatiiwwan Waaqayyoo alaaf keessa kan jirtan sagalee Waaqayyoo kana dubbisaa, irraa barachaa…
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
19 Apr, 11:20
forwarded from @orthodox_promotion1
Walaloo Ortodoksii Hunda Argachuuf Ammuma Chaanaalii Kanaa Gadiitti Makamaa Kuusaawwan Achi Keessatti Argaman Walumaa Galatti👇 Walaloo👉 Kan Cidhaa, Kan Waaqaa, Kan Qulqullootaa, Kan Yeroo Yaaddofnee, Kan Kaka'umsaa, Kan Maariyaam, Kan Ergamootaa fi kkf hundumaa as keessatti argattu ammuma seenaa itti makamaa ilaaluun amanuudha dhugaa koottaa ilaalaa kan as keessaa dhabdan na gaafadhaa. 👇 Walaloo Ortodoksii Tewaahidoo
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
17 Apr, 02:01
forwarded from @pabloviptip
Akka Baraiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidootti Guyyoota Du'aa Ka'umsaa Keessaa Inni Shanaffaan Yookiin Jimaatni "Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa " Jedhamuun Beekama.Guutummaa isaa INSTANT VIEW 'n seenaa dubbisaaBarumsa Afuuraawwaa Kamiifuu Chaanaalii Keenya Kana Daawwadhaa👇 @Faaruu_fi_Barumsa_Ortodoksiihttps://telegra.ph/Qukqulleettii-Mana-Kiristiyaanaa-04-17TelegraphQukqulleettii Mana KiristiyaanaaAkka Baraiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidootti Guyyoota Du'aa Ka'umsaa Keessaa Inni Shanaffaan Yookiin Jimaatni "Qulqulleettii Mana Kiristiyaanaa " Jedhamuun Beekama. Kunis iccitiin hunduyyuu mana kiristaanaa kan keessatti jalqabamuufi xumuramu…
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
12 Apr, 08:51
Kiristoos Du'aa Ka'eera Humnaa Fi Aangoo IsaanSeexanni Hidhame Addaam Bilisa BaheSi'ichi Nagaaf Gammachuun Ta'eMaatiin Kiristiyaanaa Iddoo Garaa Garaatti Argamtan Hundumti Keessanuu Baga Ifa Du'aa Ka'uu Gooftaatiin Geessan Ayyaanichi Kan Nagaa, Kan Jaalalaa Fi Kan Eebbaa Nuuf Haa Ta'u.Ameen🥰Ayyaaana Gaarii🙏🏻
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
9 Apr, 20:38
forwarded from @pabloviptip
Barumsa keenya har'aatiin qabxiilee 17'n armaan gadii gaggabaabsinee kan waliin ilaallu ta'a. INSTANT VIEW kan jettu gadi tuquun obsaan dubbisaa👇1) Qabamuu Gooftaa Keenya Iyyesuus 2) Fuula Philaaxoos Geeffamuu isaa 3) Duuti itti faradamuu 4) Fannifamuu isaa5) Dubbii Fannoo 7'n 6) Raajiwwan yeroo Gooftaan keenya fannifamu raawwatan torban 7) Gidiraawwan fannoo irratti gooftaa keenya irraa gahan keessa isaan gurgudaa 13'n 8) yeroo 6666 yeroo kam kam meeqa meeqa akka rukutame 9) Muka Gooftaan Keenya Fayyisaan Keenya Iyyesuus Kiristoos itti fannifame 8'n 10) Qarshii Gooftaan Keenya Fayyisaan Keenya Iyyesuus Kiristoos ittii gurgurame 30'n eessaa dhufe? 11) mismaara shanan Gooftaan keenya ittiin waraanameef, eessa eessa akka waraaname 12) bakka fannoof hiika isaa 13) Dhugaatii gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos dhuge eessa eessaa walitti dhufe? 14) Dhugaatii sana maalif deebisee tufe? 15)TelegraphTorbee Dhukkubbii JimaataGuyyaa jimaataa maaltu raawwate? Kan jedhuuf deebii walumaan ilaalla hanga xumuraatti nu wajjin turaan affeerraa keenyadha. GUYYAA FANNOO
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
28 Mar, 17:41
Niqoodimoos Barataa HalkaniiBaga Geessan


Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
27 Mar, 17:54
Namoonni jibbiinsa saba biroo qaban kun hafuura hamaa isaan irra bule kanaan seexanaaf bitamuu qofa osoo hin taane, ofii isaaniifis ta’e namoota biroo irrattis badiisa waan fidaniif, sobdoota akka qulqulluu Isxifaanos irratti himata sobaa taasisuun ajjeesisan kanaan fakkeeffamu.👉 Kanaafis nuti immoo hammeenya namaa ilaallee laafuu osoo hin taane akkuma hangafa diyaaqonootaa qulqulluu Isxifaanoos amantii keenya keessatti cimnee gonfoo jireenyaa fudhachuutu nurraa Eegama kanaaf haa cimnu! 💪🤌 #𝗛𝘂𝗯𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮_𝗫𝘂𝗺𝘂𝗿𝗮𝗮𝖨𝗃𝗈𝗈𝗅𝗅𝖾𝖾𝗇 𝖳𝖺𝗐𝖺𝖺𝗁𝗂𝖽𝗈𝗈 𝖶𝖺𝖺𝗇 𝖡𝖺𝗋𝖺𝖼𝗁𝗎𝗎 𝖸𝗄𝗇 𝖠𝗄𝗄𝖺 𝖨𝗌𝗂𝗇𝗂𝗂𝖿 𝖡𝖺𝗋𝗋𝖾𝖾𝖿𝖿𝖺𝗆𝖾𝖾 𝖬𝖺𝗑𝗑𝖺𝗇𝖿𝖺𝗆𝗎 𝖡𝖺𝗋𝖻𝖺𝖺𝖽𝖽𝖺𝗇 #𝖢𝗈𝗆𝖾𝗇𝗍 𝖩𝖺𝗅𝖺𝗍𝗍𝗂 𝖭𝖺𝖺𝖿 𝖡𝖺𝗋𝗋𝖾𝖾𝗌𝗌𝖺𝖺 ✍️🙏 𝖤𝖾𝖻𝖻𝗂 𝖥𝗂 𝖲𝗎𝗀𝗇𝗂 𝖰𝗎𝗅𝗊𝗎𝗅𝗅𝗂𝖼𝗁𝖺 𝖨𝗌𝗑𝗂𝖿𝖺𝖺𝗇𝗈𝗌 𝖧𝗎𝗇𝖽𝗎𝗆𝖺 𝖪𝖾𝖾𝗇𝗒𝖺 𝖶𝖺𝗃𝗃𝗂𝗇 𝖧𝖺𝖺 𝗍𝖺𝗁𝗎𝗎
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
27 Mar, 17:54
🤌Wareegamaa Qulqulluu Isxifaanoos kan dhalate Iyyeerusaalem iddoo Addaa " Haanoos "jedhamtutti.Abbaan isaa " Simi'oon " yoo ta'u haati isaa immoo " Haannaa " Jedhamti.Hiikni maqaa isaa "Gonfoo "jechuu yoo ta'u, hangafni Diyaaqonootaa wareegamaa Qulqulluu Isxifaanos, Wangeela keessatti duuka bu'aa fi wareegamaa jalqabaa jedhamee kan waamamu, osoo diyaaqonii Jedhamee hin waamamin dura duuka bu'aafi luba Kan tureedha.🤌 Sana booda duuka bu'oota gooftaatiin muudamee hangafa diyaaqonootaa ta’ee muudame.Kunis Gaafa Guyyaa Onkoloolessa 17 tti dha .🤌 Akkuma Hojii Ergamoota keessatti ibsametti wareegama qulqulluun kun jalqaba seera ooritii fi darbi darboo barsiisaa " Gamali’eel " jedhamu irraa barate.Yeroo Gooftaa fi Fayyisaan keenya Iyyasuus Kiristoos Addunyaa kana Irra deddeebi'ee wngeela lallabaa turetti bakka inni oole oolee,bakka inni bule bulee wangeela gooftaa irraa
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
23 Feb, 10:00
“Dubbiin, ‘Kiristoos Iyyasuus cubbammoota fayyisuudhaaf gara biyya lafaa dhufe’ jedhu, amanamaa dha; guutummaatti fudhatamuunis ni ta’aaf; warra cubbamootatti lakkaa’aman sana keessaa immoo ani isa duraa ti." 1 Xim. 1:15 Yaadni mootummaa keessaa jiru ifa dha. Inni tokko: namni kamiyyuu of qulleessuun hin fayyu. Lammaffaa: fayyinni keenya hojii keenya irraa miti, garaa laafina Waaqayyoo irraa dha. Ergaa kana keessatti Phaawuloos Ergamaa of gadi qabee dubbata. Inni hojii guddaa hojjete, ergama bal’aa raawwate, garuu ofiisaa “ani isa duraa ti” jedhee cubbamaa of waama. Kun maal nu barsiisa? Namni Waaqayyoo itti dhiyaatu of ol hin qabu; of gadi qaba. Of qulleessuu yaaluun osoo hin taane, gara Gooftaa fi fayyisaa isaatti deebi’a. Iyyasuus Kiristoos gara biyya lafaa dhufuun isaa seenaa qofa miti; murtii fayyinaa dha. Inni cubbuu keenya beeka, dadhabbii keenya arga, garuu nutti hin quufne.
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
19 Jan, 11:44
Baga Geessan🥰


Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
7 Jan, 03:24
Baga Ayyaana Dhaloota Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Nagaan Geessan.Ayyaana Gaarii Isiniif Hawwina🙏


Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
1 Jan, 21:19
Mudde 24 Guyyaa dhaloota qulqulluu Taklahaaymaanot (Abbaa Taklee) “Yaadannoon qulqulluu bara baraaf ni jiraata” Faar. 111(112):6Qulqulluu Taklahaaymaanot Mudde 24 bara 1207 B.A Shawaa Kaabaa(Kaaba Shaggar) bakka Ittisaa jedhamutti dhalate. Gaafa dhalate raajiiwwan hedduun ta'eera, manni isaaniis eebbaan guutameera. Erga Waaqayyoon waamamee balbala mana isaallee osoo hin cufne qabeenya jiru rakkataaf hiruun hojii duuka bu'ummaa jalqabe. Sana boodas gara sagalee Waaqayyoo barsiisanii nama gara daandii qajeelaatti deebisuu hojii isaa kan taasifate abbaan qulqulluun kun kennaa Waaqayyo isaaf kenneen raajii gurguddaa hojjataa ture.Qulqulluu Waaqayyoof amanamee hojii gaarummaan barumsaan hedduu booji’e qabsuura hedduu gaggeesse akka ergamaa Suraafeel koochoon jaha kan kennameef. Waaqayyos waadaa heddu galeef. Manneen kiristaanaa, kawaala maqaa isaan dhaabbatetti waadaa Waaqayyo isaaf galeen
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
11 Dec 2025, 11:51
"Sammuu rakkataa fi yaadonni jeequmsaa firii jireenya sirna hin qabneedha, kun lubbuu dukkaneessu. Yeroo quuqamni gargaarsa safuutiin lubbuu irraa oofu, yeroo "fulli fedhii ija sammuu irraa duubatti harkifamu," sana booda sammuu ulfina addunyaa biraa hubachuu danda'a." Qulqulleettii Isaaq nama Sooriyaa . Qulqulloonni keenya muuxannoo fi ogummaa waaqummaa isaanii irraa Ane irraa beeku, kunis Kiristaana ta’uu qofa akka hin taanee fi gammachuu akka qabaadhu nu barsiisa. Daandiin kiristaanaa daandii cubbuu fi kunuunsa guyyaa guyyaa keessa darbuudha, carraaqqii barbaada. Yoo kana hin taane sanyii amantii waaqni keenya garaa keenya keessatti facaase dhabuuf balaadhaaf saaxilamna.
Ijoollee Taklahaaymaanot የ ተክለሃይማኖት ልጆች
28 Nov 2025, 10:29
"Callisuu kootiin gaddee hin beeku" qulqulluu Arsaaniyoos. ✍️Namni kan callisuuf dubbiin waan jalaa dhumeef miti; dubbachuu sodaatees miti; joonja'ee waan dubbatu harkaa badeefis miti. Gaarummaan callisuu keessa jiru gaarummaa dubbachuu keessa jiru irra dachaadhaan waan caaluufi malee. Callisuu keessa haasawaa miimoriin baachuu hin dandeenye baayeetu jiru.✔Dubbachuu keessaa deebiin yoo dhibe callisuun deebii dha. ✔Dubbachuu keessaa dhugaan yoo dhibe callisuun dhugaadha. ✍️Dubbatanii, haasa'anii, yaada wal jijjiiranii yoo walii galteen dhibe callisuun walii galuu dha. Jaarsi taa'ee dubbatee yoo araarsuu dadhabe callisuun araara fida.☞ Waanuma baay'ee dubbachuu keenyaan sammuu keenya ni dhiphisna, (mental stress) ofitti fidna. ☞Callisuu keenyaan immoo dhiphinaa sammuu irraa ni fayyina, (relief stress). ✉ Dubbachuun keenya namoota baay'eetti gaaffii yoo uume deebii sirrii kennuuf ni
Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
