Latest posts

Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
17 Sept, 09:24
“Namni guyyaa boruuf of amansiisee har’a cubbuutti jiraatu, inni diina ofii isaa wajjin walii galteerra ga’eera; seexanni cubbuudhaan isa booji’ee, innis abdii sobaatiin of gowwoomseera” — [St. Isaac the Syrian]
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
11 Sept, 03:27
“Guyyaa guyyaadhaan, yeroo hunda lubbuu kee keessatti bara haaraa taasisi. …”Baga bara haaraatiin nagaan isin ga’e!🥰🤌Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Bara-Haaraa-09-11TelegraphBara HaaraaBaga bara haaraatiin nagaan isin ga’e!🥰🤌 Barri haaraan yeroo lakkoofsa guyyootaa qofa itti lakkoofnu osoo hin taane, yeroo lubbuun keenya itti haareffamtu, yeroo qalbii jijjiirrannaa fi abdii jireenya haaraa ti. Jijjiiramni baraa iccitii guddicha fayyina…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
7 Sept, 20:50
Oolmaa Qulqulluu Ergamaa Rufaa’el — XoobitiifBaga geessan 🥰🤌Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Ergamaa-Rufaael-09-07TelegraphErgamaa Rufaa’elOolmaa Qulqulluu Ergamaa Rufaa’el — Xoobitiif Baga geessan 🥰🤌 Akka barsiisa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidootti, ayyaanni Qaammee sadii inni guyyaa Angafa Ergamootaa Qulqulluu Rufaa’el itti kabajamu, gargaarsa Waaqayyoo isa qabatamaa ta’e gara jireenya…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
5 Sept, 06:39
Gaa’elaa fi ButiiJoin: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Gaaila-Miseensaa-fi-Butii-05-04TelegraphGaa’ila Miseensaa fi ButiiGaa’ila Miseensaa fi Butii Akka Sirna Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidootti
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
2 Sept, 03:19
“Barri inni darbeyyuu isin ga’a!” — (1 Pheex. 4:3).Barreeffamni kun hammam iyyuu isinitti haa fudhatu malee isin bira geenyaan waanuma hundumaa dhiisaatii yeroo keessan itti kennaa sammuu lapheedhaan qabaa sirriidhumatti xiyyeeffannoodhaan dubbisaa — gonkumaa utuu hin dubbisin bira hin darbinaa!Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Barri-inni-darbeyyuu-isin-gaa--1-Pheex-43-09-02Telegraph“Barri inni darbeyyuu isin ga’a!” — (1 Pheex. 4:3).Sagaleen onnee nama waraanu, iccitii dhokataa laphee keessaa saaxiluu fi akkuma ifatti caqasame akka billaa gar-lameetti qara ta’ee lafee fi dhuka gidduu seenee qoodu kun (Ibr. 4:12), kan dubbatame daawwitii amantaa, utubaa mana kiristiyaanaa fi fakkeenya…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
31 Aug, 04:27
QulqullootaJoin: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Qulqulloota-08-31TelegraphQulqullootaQulqullootni warra jireenya isaanii guutuu Waaqayyoof kennanii, foon isaanii xurii cubbuu fi kajeellaa fooniitiin utuu hin qabamin, foonii fi afuuraan wangeela jiraatanii fi mo’ichaan xumuranii dha. Isaan michoota Waaqayyoo, manneen qulqullummaa Afuura Qulqulluu…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
29 Aug, 05:57
Duuti qulqullootaa Waaqayyo duratti ulfina qabeessadha” (Faar. 116:15).Baga geessan 🥰🤌Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Abbaa-Tekle-Haayimaanoot-08-29TelegraphAbbaa Tekle HaayimaanootBaga geessan!🥰🤌 Uumama hundumaa uumee, dhaloota keessaa filatee, tajaajiltoota isaa qulqulloota adda baasee kabajuun maqaan isaanii bara baraan akka yaadatamuuf kan taasise, Waaqayyo dha. Urgaa qulqullummaa fi ifa dhugaa wangeelaa biyya keenya irraa ka’ee…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
27 Aug, 06:25
“Kan amantu ati eebbifamtuudha.” (Luq. 1:45)Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Eebbifamtuu-Amantee-08-27TelegraphEebbifamtuu Amante“Kan amantu ati eebbifamtuudha.” (Luq. 1:45) Jechi qaaliin kun, sagalee dinqisiifannaa, kabajaa fi eebbaa yemmuu ta’u, battala sagaleen nagaa Qulqulleettii Durbee Maariyaamii gurra ishee seenetti, ishee Afuura Qulqulluun guutamtee yeroo gammachuudhaan galaana…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
25 Aug, 04:48
Herrega Ayyaanotaa fi Tsoomii Bara 2019Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Bara-2019-08-24TelegraphBara 2019Herrega Ayyaanotaa fi Tsoomii Bara 2019 Akkaataa bu’uura lakkaa’ama baraa Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo keenyaatiin, herrega ayyaanotaa fi tsoomiiwwanii kan bara beekuu barbaanne kamiillee hojjennee baruu dandeenya. Haala salphaa fi ifa ta’een…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
24 Aug, 03:54
“Hanga du’aatti kan amanamte ta’i; gonfoo jireenyaa siifan kennaa!” — (Mul. 2:10).Lallaba barreeffamaati.Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Hanga-Duaatti-08-01TelegraphHanga Du’aatti“Hanga du’aatti kan amanamte ta’i; gonfoo jireenyaa siifan kennaa!” — (Mul. 2:10). Jechi sagalee injifannoo, abdii fi waadaa kun sagalee Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyesuus Kiristoosiiti. Yeroo dukkanni ari’atamuu, gidiraa fi qorumsaa jireenya kiristiyaanota…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
22 Aug, 05:41
Baga geessan 🥰🎊🎉
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
21 Aug, 17:12
Warra Du’aa Ka’uu fi Ol Ba’uu Maariyaamii Shakkan Hundaaf Gaaffiiwwan Marii fi QormaataaBaga geessan 🙏🥰Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Gaaffii-08-21-3TelegraphGaaffiiBaga geessan! 🤌🥰 Warra Du’aa Ka’uu fi Ol Ba’uu Maariyaamii Shakkan Hundaaf Gaaffiiwwan Marii fi Qormaataa Baga geessan 🥰🙏 Iccitiin fayyinaa inni hundarra guddaanii fi ajaa’ibsiisaan, Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos foon ishee irraa foon, dhiiga ishee…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
20 Aug, 07:04
Du’aa ka’uu fi ol ba’uu haadha keenya Qulqulleettii Durbee Maariyaamii irratti xiyyeeffachuun deebii gaaffii shakkitootaaBaga geessan 🙏🥰Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Duaa-Kauu-fi-Ol-Bauu-Maariyaamii-08-13TelegraphDu’aa Ka’uu fi Ol Ba’uu MaariyaamiiDu’aa Ka’uu fi Ol Ba’uu Haadha Keenya Qulqulleettii Durbee Maariyaamii Haaromsa Ortodoksiif’tiif Gaaffii barreeffamichaa Link kanarratti argama: https://www.facebook.com/100022584004062/posts/744184456344348/?app=fbl
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
16 Aug, 17:16
Dabree Taabor (Tulluu Taabor)Baga geessan 🙏🥰Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Tulluu-Taabor-08-16TelegraphTulluu TaaborMaqaa Abbaa kan Ilmaa kan Afuura Qulqulluu Waaqa Tokkoon, Ameen. Baga geessan 🙏🥰 Ayyaanni Dabree Taabor (Tulluu Taabor), Mana Kiristiyaanaa Ortodoksii Tewaahidoo keessatti ayyaanota gurguddoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos saglan keessaa isa tokko yommuu…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
15 Aug, 11:06
forwarded from @abdiimaariyaamiifinjira
Kennaa Afuura Qulqulluu (1 Qor. 12:8—10)Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Deebii-08-15TelegraphDeebii…Kennaa Afuura Qulqulluu (1 Qor. 12:8—10) Qulqulluun Phaawuloos caqasa kana yommuu barreessu, uummata Qorontoos gidduutti dorgommii, of-tuulummaa fi wal-qooduu kennaa afuuraa irratti ka’e sirreessuuf ture. Yeroo ammaa kana garuu, namootni tokko tokko caqasuma…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
14 Aug, 11:03
forwarded from @abdiimaariyaamiifinjira
Hiikkaa Mul’ata Yohaannis boqonnaa 8:3—5 —Gabaabinaan.Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Mul-835-08-14TelegraphMul. 8:3—5Hiikkaa Mul’ata Yohaannis 8:3—5 [Gabaabinaan]
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
12 Aug, 00:44edited
“Imimmaan Dhiigaa” 😭💔Akkuma raajichi Ermiyaas dhiphuu saba isaatiif, “Halkanii guyyaa, saba koo dhume sanaaf booʼuuf, maaloo😭 mataan koo madda bishaanii, iji koo immoo burqaa imimmaanii taʼe!” (Erm. 9:1) jedhe, har’a golee qe’ee keenyaatti roobni imimmaanii fi iyyi onnee tarsaasu nutti baay’ateera. 😭 Jaalala obbolummaa dhabuunii fi gargar fagaachuun keenya dallaa eegumsaa diigee, dhiiga namoota fakkii Waaqayyootiin uumamaniin akka harki dhiqatamuuf daandii baneera! 🥀 Osoo nuti garaa waliif laafneerra ta’ee, dantaa dhuunfaa keenyaa irra tarkaanfannee miira obbolummaatiif dhaabanneerra ta’ee, gidiraan kun nu hin argatu ture. Qara seefii walitti luqqifachuu dhiisnee, utuu gaachanaa fi dawoo jabaa waliif taaneerra ta’ee, shirrii fi hammeenyi diina nagaa kam iyyuu lafaan nu hin dha’u ture. 🥺Akkuma Oromoon, “Gowwaan balbala ofii baneetu, hattuutti karaa agarsiisa” jedhu, daandii
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
10 Aug, 21:04
“Iyyesuus Kiristoositti Yoon Amanuu Baadhe Maal Rakkoo Qaba?” — Gaaffii MuslimootaaJoin: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Amanuudhaa-Yoon-Baadhe-08-10TelegraphAmanuudhaa Yoon Baadhe…“Iyyesuus Kiristoositti Yoon Amanuu Baadhe Maal Rakkoo Qaba?” — Gaaffii Muslimootaa Gaaffiin kun gaaffii bu’uuraa, murtii jireenya bara baraa irratti dhiibbaa fiduu fi sirriitti gad fageenyaan xiinxalamuu qabudha. Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoositti amanuu…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
2 Aug, 17:05
“Inni si wajjin haasaʼaa jiru isuma” — (Yoh. 9:37)Join: @abdiimaariyaamiifinjirahttps://telegra.ph/Inni-si-wajjin-haasa%CA%BCaa-jiru-isuma--Yoh-937-08-02Telegraph“Inni si wajjin haasaʼaa jiru isuma” — (Yoh. 9:37)Dubbiin jireenyaa fi ifaa kun, sagalee Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyesuus Kiristoosiidha. Yeroo kun itti dubbatame, yeroo namni dhaloota isaatii jalqabee dukkana keessa ture tokko, harka Uumaa isaatiin ifa arguudhaan dukkana bara baraa keessaa itti baafamedha.…
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa
31 Jul, 19:36
forwarded from @abdiimaariyaamiifinjira
Deebii Gaaffii Keetiidha.1ᶠᶠᵃᵃ — Zikirii fi Tsuwwaan Garaagarummaa Maalii Qaba?2ᶠᶠᵃᵃ — Qiddaasee Irratti Kadhannaa Dhuunfaa Godhuun Ni Danda’ama Moo Hin Danda’amu?3ᶠᶠᵃᵃ — Yeroo Ilmi Fannifame Abbaa fi Afuurri Qulqulluun Eessa Turan?4ᶠᶠᵃᵃ — Kutaa Ciisicha Haadha Manaa fi Abbaa Manaa Keessa Si’iiliin Taa’uu Ni Danda’a Moo Hin Danda’u?5ᶠᶠᵃᵃ — Gaafa Gooftaan Du’aa Ka’u Uffanni Inni Uffate Uffata Eessaati?Deebiin isaa kunooti.Join: @DeebiiGaaffiiShakkitootaahttps://telegra.ph/Gaaffii-Keetiif-Deebii-07-31TelegraphGaaffii Keetiif DeebiiDursa gaaffii keetiif galatoomi!
Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
