gram news
Abdisa Bancha Jara channel avatar

Abdisa Bancha Jara

@abdisabancha

This is ABJ Tech - A channel for who have a passion for Computer Vision, Daalacha Haadha Busee, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates

ProjectsENAI

25,500subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Abdisa Bancha Jara

    20 Sept, 17:20

    Turtii biyya Hindii keessatti qabaannu keessatti hojii faayidaa biyya keennaa dursaniif dursa kennuun karoora ijoo dha. #Google Finfinnetti biiroo Bansiisuudha. President Siinqee Bank nuti qophiidha jedhaniiru. Abdiisaan haalduree mijeechuutti jira. #markmyword! Google Finfinneetti gadi dhaabna dhiyootti.Today, it may be just a dream, but with vision, dedication, and consistent effort, tomorrow it can become a reality.
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    2,5204653Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    20 Sept, 16:24

    Ijoolleen keenna Biyya Hindii #NewDelhi fi Naannawa san jirtan hojiif isin barbaada.Namootni isiniif mijatu keessaan na dubbisaa, Qaamaan dubbanna. ✍🏽
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    2,73042Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    10 Sept, 16:44

    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    6,220414Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    10 Sept, 16:44

    🇪🇹 Baga Bara Haaraa Geessan! 🇪🇹 መልካም አዲስ ዓመት! ❤️ Happy New Year to all my beloved Ethiopians, at home and around the world!As we welcome a new year, my heart is filled with gratitude, hope, and a renewed commitment to our people and our country.A New Year is more than the turning of a calendar. It is an opportunity to reflect, learn, innovate, and build with greater courage and purpose.As Ethiopia moves toward Digital Ethiopia 2030, we stand at an important moment in our national journey. Digital transformation is not simply about technology. It is about transforming how we live, learn, work, govern, do business, and create opportunities for every citizen.Our digital future must be inclusive, innovative, secure, accessible, and people-centered.We must empower our young people with digital skills. We must support entrepreneurs and innovators. We must build businesses that
    5,3501621Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    6 Sept, 08:47edited

    Faajjin Qabsoo Oromoo fi Artistiin Hangafaa Oromoo Artist ILFINESH QANNOO boqachuun onnee nama cabsa. Haadha Hundaa Nagaan Boqodhu.
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    6,42046112211Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    4 Sept, 19:31

    Gammachuu Guddaa Ummata Oromoo, Itoophiyaa fi Fayyadamtoota Teeknoolojiif! 🎉🚀 Tajaajilli Google Translate sagalee namaa dhaggeeffachuudhaan gara barruutti fooyyessuu (Voice Input / Automatic Speech Recognition - ASR) Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti hojjechuu eagaleera!🎉 Congratulations to the Ethiopian, and Global Tech Communities! 🚀 We are thrilled to celebrate a landmark milestone in digital language inclusion and AI technology: Google Translate has officially enabled Voice Input / Automatic Speech Recognition (ASR) for both Afaan Oromoo and Amharic!Guutmmaa Odeeffannoo:👇🏽https://web.facebook.com/share/p/19hNSikGsi/
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    6,4904811Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    31 Aug, 20:22

    Ka’ee mana raagaa itti shaqqaladhu wahii banadhuu laata? #AfaanOromoo ji’oota 6 dura AI irraa Afaanota Afrikaa 13 wajjiin carraa argate. Nuti waggaa 2 dura raagnee ture. Ammas hojii haaraa AI Afaan Oromoo haaratu dhufaa jira ibsuuf jechootni na hanqata….Mee Nagaya Rabbiirra bulaa!
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    7,90089141Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    31 Aug, 09:26

    Waa malee manni hin aaru! >Daalacha Haadha Busee
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    8,20058141Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    30 Aug, 18:41

    Waggoota 3n darban keessatti yeroo hedduu hojitti galchina jennee kan nuuf hin milkaayin FAYYADAMAA(APP) Fuudhaaf Heerumaa(Oromo Girls 4 Oromo Boys) jedhu Goshoo yoo tahu ulaagaa barbaachisaa waan hin guunneef harkifannee turre. Amma App walfakkaatoo Idil-Addunyaa(International dating App) dhaan kan walmadaalu yeroo ji'a tokko hin caalle keessatti Afaanota hedduun, biyyoota hedduu keessatti karaa App Android fi iPhone kan argattan yommuu tahu; Akka Idil-Addunyaatti ulaagaalee adda nu taasisu keessaa tokko Beesee Kiisii(pocket money) karaa Goshoo walii erguun, kaardii waliif guutuun, VIDEO, AUDIO, CHAT dhaan #waljanajjanuun isaan muraasa..... G o s h o o Online... Coming soon...
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    6,68029152Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    28 Aug, 19:24

    Oduu Aagaa qabna guyyaa muraasa keessatti …💪🏾Afaan keenya Afaanota saayinsiifi Tekinoolojiin badhaadhan tarree hiriirsisuu qofa osoo hin taane akka dursa qabatu taasisuuf gaarri nuti hin dhiibne hin jiraatu. Odeeffannoo guutuu dhiyootti…Google Crowdsource - Ethiopia Afan Africa Association - 3A
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    7,1509230764Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    26 Aug, 20:02

    #Beeksisa: 🚀OICT— Your Digital Transformation PartnerOver the past year, OICT Training & Consultancy Solutions PLC has proudly supported government institutions, enterprises, SMEs, media, international organizations, partners, and academia through digital marketing, end-to-end social media management, capacity building, research, advisory, and digital solutions.We are now expanding our role across the East African region, including support for business page and account verification.So far, we have successfully supported the verification of 5+ Facebook Pages, 4 TikTok accounts, and 7 Telegram channels. ✅We know the way. We understand the process. We can help your business build a stronger and more trusted digital presence.🚀 More solutions are launching in the next 1–2 months.Africa’s digital transformation is accelerating. OICT is ready to move with it. 🌍
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    8,580151Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    21 Aug, 17:56

    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    9,850175Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    21 Aug, 17:55

    Reconnecting with Old Memories and New MilestonesIt was a wonderful surprise and a great honor to be invited by my best brother, dear friend, and campus teammate, Dr. Shambel Yilma, who currently serves as the Head of the Director General’s Office at the Ethiopian Artificial Intelligence Institute, to visit the Institute.He generously gave me the opportunity to learn about and witness the Institute’s activities, innovations, and achievements. Seeing the remarkable work being done was truly inspiring.Beyond the technology and accomplishments, the visit brought back so many cherished memories. It was a joyful reminder of our campus days, our friendship, and the different journeys our careers have taken us on.After many years and different professional paths, I am genuinely happy to reconnect with an old friend and brother.What a joy. What memories. What a meaningful reunion.Tha
    9,1801811Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    10 Aug, 13:16

    'Itiyoo kooders' Carraa akkamii Itoophiyaaf fida? Ogeessi ICT Abdiisaa Bancaa waan himu qaba. #FMShaashamannee 107.2https://www.facebook.com/share/v/1ECrmcaD8i/?mibextid=wwXIfr
    FacebookFM Shaashamannee 107.2'Itiyoo kooders' Carraa akkamii Itoophiyaaf fida? Ogeessi ICT Abdiisaa Bancaa waan himu qaba. #FM Shaashamannee 107.2 MHZ filadhaa
    12,70019Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    9 Aug, 17:17

    Qilleensa fudhanna jennee baddaa keessa deemaa oollee galaa jirra….👣🚶🏼‍➡️🚶🏽‍➡️🚶🏾‍➡️🚶🏿‍➡️
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    11,8003713Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    2 Aug, 19:46

    Halkan Edaa 1:20tti Biiroo @oictsolutions
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    13,1003661Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    2 Aug, 18:07

    Cooking something special at the office this Sunday. 👨‍🍳✨ Sometimes, the best ideas begin around a shared meal. 🙈
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    10,00018822Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    1 Aug, 15:24

    Barri sobaa fi sobduu darbuuf deema fakkaata. Dhaabbatni #meta tajaajila haaraa fayyadamtoota Facebook irratti murtee haaraa dabarseera. Fayyadamtootni Facebook hundi mirkaneessituu #Eenyummeessaa sirrii (Real accounts Verified Badge) akka armaan gaditti suuraa irratti Eenyummeessaa kiyyarraa muldhatutti tajaajila haaraa eegaleera. Tajaajilli haaraa kun sobdootaa fi eenyummeessaa sobaa dhabamsiisuuf kan karoorfame yoo tahu, Namni tokko eenyummeessaa(account) tokko qofa akka qabaatu, sunis kan sirrii tahuu suursagalee fi Digital ID dhaan kan walqabate akka tahu ibsi dhaabbatni teknoolojii guddichi Meta torbaan darbe baase ni eera. >Eenyummeessa sobaa(fake accounts) Nagaan boqadhaa jechuuf deemna beeki.Tajaajilichi ammaaf biyyoota muraasatti yaalii kan eegale yoo tahu dhiyootti biyyoota hundaaf banaa taha jetti oduun gamasii as qaarite….Yaaddeertaa sobdoota maqaa geeddarattee nu
    Image from a post by Abdisa Bancha JaraImage from a post by Abdisa Bancha Jara
    12,1007416611Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    24 Jun, 16:12

    https://t.me/wallet/start?startapp=v2-b3BlcmF0aW9uPXJld2FyZHNfc3F1YWQmc3F1YWRJZD0xMDYzMTM3ODA5MDM5Mzc
    TelegramWallet💎 Buy and trade USDT, Gold, Bitcoin, TON and other crypto. 🌏️ Send instantly to anyone in Telegram. 💰 Earn up to 25% on your balance. Your wallet, already in Telegram. Trusted by 150M users worldwide. 📣 News: @cryptowallet_news_en
    14,40014Open in Telegram
  • Abdisa Bancha Jara

    24 Jun, 15:43

    https://t.me/wallet/start?startapp=v2-b3BlcmF0aW9uPXJld2FyZHNfc3F1YWQmc3F1YWRJZD0xMDYzMTM3ODA5MDM5MzcmcHJvZ3JhbUlkPTMmY29kZT1ObXJLcUtfdnR3TQHey! I'm competing in Wallet Rewards for a share of $750,000. Join my Squad and we'll split the prize. Easier as a team!
    TelegramWallet💎 Buy and trade USDT, Gold, Bitcoin, TON and other crypto. 🌏️ Send instantly to anyone in Telegram. 💰 Earn up to 25% on your balance. Your wallet, already in Telegram. Trusted by 150M users worldwide. 📣 News: @cryptowallet_news_en