Latest posts

Burqaa Ispoortii
24 Sept, 12:35
🟢Gareen dubartootaa Maan Yuunaayid tapha guyyaa kaleessaa taasisaniin goolii 10-1n Sheefild Yuunaayid injifatan turan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 12:02
🎅🔥Tapha dinqisiisaa carraa injifannoo guddaa waliin🔥🎅🔥Tapha BURNING CLASSICS 5000 addunyaa tapha kaasinoo filatamaa kehali.games iratti taphadha sooreessa ta'a!PLAY NOW | BOT


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 11:18edited
Admiiniin Official Premier League Eenzoo Maareeskaa dogoggoraan akka leenjisaa Arsenaal godhee suuraa maxxanseera!😅𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 11:03
🟢 Kaadhimamtoota leenjisaa cimaa Piriimiyer liigii Ingilaand baatii kanaa ifoomaniiru.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 10:47edited
🟢Kaadhimamtoota taphataa cimaa Seeriyaa Itaalii baati fulbaanaa.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 10:27edited
🟢 Kaadhimamtoota taphataa cimaa Piriimiyerliigii Ingilaand baatii kanaa ifoomaniiru.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 09:51edited
🟢Lakkoofsa Aleekzaandeer Isaaq bara dorggomii kana fi bara darbe qabu.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
24 Sept, 09:20edited
🟢Sadarkaa Garee biyyaalessaa yeroo amma akka FIFAn baasetti.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:50
🎅🔥Tapha namni injifannoo dheebote taphatu 🔥🎅🔥Tapha HITSLOT Addunyaa tapha kaasinoo filatamaa kehali.games iratti taphachuun sooreessa ta'a!PLAY NOW | BOT


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:37
🟢Jaargeen Kiloop fi leenjii garee biyyooleessa Jaarmaan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ




Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:35edited
🟢Liigota gurguddoo Awurooppaa shanan keessaa taphataa osoo goolii hin lakkofsiisne yaalii hedduu bara dorgommii kana taasise Antoony ta'uun galmaa'eera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:25edited
🟢Biroobyiin Pirimeer Liigii bara kanaan goolii 3 lakkofsiisuu danda'eera, goolii sadanuu Maan Siitii irratti lakkofsiise.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:14edited
🟢Maasoon Giriinwuud goolii kubbaa miilaan lakkofsiise 100n gaheera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:13edited
🟢Baalandoor bara kanaa eenyutu injifta jettee yaadda?Kaarloos Isphii: Kiliyaan Mibappee jechuun dubbate.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 18:09
🟢Kilaboota waancaa Piriimeer Ligii Ingilaand erga bara 1992 as maqaa isaa divisiyoona tokkooffaa Ingilaand irratti gara Piriimeer Ligiitti jijirame injifachuu danda'anfi hanga isaan injifatanii.😳🥶🏆𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 17:28
🟢Meendiiy waancaa Afrikaa Senegaal waliin injifachuun dachaa 10n Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa injifachuu caalaa jechuun dubbate.😳𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 17:28
🏆 Tornameentii guddaa qarshii 300,000 — Taphadha, qabxii walitti qabadha, injifadha! 🔥Dorggommii guyyaa kudhan kudhaniin badhaasa 100,000 ETB walumaagalatti badhaasa qarshii 300,000 isiniif argamsiisuu Zenabet irraa!• ✈️ Aviator & JetX• 🎱 Fast Keno & Keno• 🚀 Crash X & Plinko• 🎰 Hit Slot, Hot to Burn, Ultra Hold & SpinTaphoota filataman taphachuun qabxii guddaa walitti qabachuun badhaasa qarshii guddaa injifadha! 🚀🌐 Weebsayitii፦ http://Zenabets.bet🤖 Boti Telegramaa፦ @Zenabetbot✅ Chaanalii Telegrama፦ @Zenabets


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 16:22edited
🟢Viiktoor Osmeen midhamaan garee biyyaalessaa Naayjeeriyaa kessaa hiri'ifameera.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 15:33edited
🟢Taphatoota bara dorggommii kana Pirimeer Liigii iratti yaalii heedduu taasisan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Burqaa Ispoortii
22 Sept, 14:23edited
🟢Gattii jijjiirraa waliigaltee yuuroo miiliyoona 140n PSG irraa gara Anfield kan dhufe Biraadlii Barkoolaan Liivarpul keessatti:👕 Taphoota 5 ⚽️ Goolii 0 🅰️ Assistii 0Jalqabbii Barkoolaa gaarii hin taane kana irratti maal jettu? Goolii isaa jalqabaa yoom galcha jettanii yaaddu?😳𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
