gram news
Cooperative Bank of Oromia channel avatar

Cooperative Bank of Oromia

@coopbankoromia

Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives. Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs

ProjectsENBusiness

96,589subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Cooperative Bank of Oromia

    13 Nov, 15:19

    Haalli kaffaltii Kooppeey I-birriin mijaa’eera; bashannanni keessan tasumaa addaan hin citu! Kaffaltii DSTV keessan, tooftaa baay’ee salphaa ta’e, Kooppeey I-birriin raawwadhaa.የክፍያ ሁኔታ በኮፔይ ኢ-ብር ተመቻችቷል፤ መዝናኛዎ በፍፁም አይቋረጥም! የDSTV ክፍያዎችዎን በጣም ቀላል በሆነው ዘዴ በኮፔይ ኢ-ብር ይፈጽሙ።#Coopbank #CoopayEbirr #DStv #DigitalPayments #ConvenientPayments #DigitalBanking
    2,38041Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    13 Nov, 07:28

    Faaynaansii dijitaalawaa 'halaal' ta'e, 'Michuu Miizaan' fayyadamuun mul'ata keessan dhugoomsaa. Utubaan daldalootaa 'Miizaan Taajiir' daldala keessan gabbisa. Tumsi dubartoota tattaafatoo 'Miizaan Yusraa' gahee diinagdee keessatti qabdan guddisa. Jumu'aa Mubaarak!‘ሐላል’ በሆነው 'ምቹ ሚዛን' ዲጂታል ፋይናንስ ራዕይዎን ዕውን ያድርጉ። የንግድ ሥራዎ ዋቢ የሆነው ‘ሚዛን ታጂር’ ንግድዎን ያደራጃል። የታታሪ ሴቶች አጋር የሆነው 'ሚዛን ዩስራ' በኢኮኖሚው ያለዎትን አስተዋጽኦ ያሳድጋል። ጁሙዓ ሙባረክ!#CoopbankAlhuda #MichuMizan #ShariaCompliantFinance #InterestFreeBanking #DigitalFinancing #FinancialInclusion #Coopbank #Ethiopia
    3,93010322Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    13 Nov, 06:20

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
    3,97041Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    12 Nov, 13:37

    Iqqubii dijitaalawaan waan karoorsitan milkeeffachuuf, mala kaffaltii baay;ee saffisaafi amansiisaa ta’e Kooppeey I-birri filannoo keessan jalqabaa taasifadhaa.በዲጂታል ዕቁብ ያቀዱትን ለማሳካት፣ እጅግ ፈጣንና አስተማማኝ የክፍያ ስልት ኮፔይ ኢ-ብርን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ።#Coopbank #CoopayEbirr #DigitalEqub #DigitalPayments #SmartBanking #ConvenientPayments
    5,35042Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    12 Nov, 06:16

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
  • Cooperative Bank of Oromia

    11 Nov, 10:13

    Kaffaltii Tajaajila Ibsaa Ji’aa, kan Kaffaltii Dursaas ta'e Kaffaltii Boodaa keessan bu'aaba’ii tokko malee, bakkuma jirtanii, Kooppeey I-birriin sekoondiiwwan keessatti raawwadhaa. Manni keessan ifaan, fuulli keessan seeqaan haa guutamu!ወርሃዊ የቅድመ ክፍያም ሆነ ድህረ ክፍያ የኤሌክትሪክ ፍጆታ ክፍያዎን ያለ ውጣውረድ ባሉበት ቦታ ሆነው በኮፔይ ኢ-ብር በሴኮንዶች ውስጥ ይፈጽሙ። ቤትዎ በብረሃን፣ ፊትዎ በፈገግታ ይሞላ!#Coopbank #CoopayEbirr #ElectricityBillPayment #DigitalPayments #SmartBanking
    6,62011411Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    11 Nov, 06:04

    Gatii jijjiirraa fooyya’aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን! #Coopbank #BestExchangeRate #ExtraBonus #RemittanceRewards #MoreMoneyMoreJoy
    6,15052Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    10 Nov, 16:56

    ‘Michuu-Miizaan’ Adaamaa, Dirree Dawaa, Shaashamannee fi Cirootti hawaasaaf ifoomsame!Daldaloota maaykiroo, xixiqqaa fi giddugaleessaaf tajaajila faaynaansii qajeelfamoota Shari’aatiin walsimu kan kennu Pilaatfoormiin faaynaansii dijitaalawaa, ‘Michuu-Miizaan’ qaamoleen mootummaa, ulaamaawwanii fi gaheeqabeessonni gara garaa bakka argamanitti sadarkaa naannootti ifoomsameera.Tajaajila faaynaansii Muraabahaa irratti hundaa’uun faaynaansiin wabii malee kennamu kun, daldaltoonni qajeelfama amantaa fi sona hawaasaan osoo hin daangeffamiin, karaa halaala ta’een daldala isaanii akka cimsatan kan gargaaruudha.‘Michuu-Miizaan’ yeroo dheeraaf yaalii irra kan turee fi Koree Gorsituu Shari’aa baankichaan kan mirkanaa’eedha.‘ምቹ-ሚዛን’ በአዳማ፣ ድሬዳዋ፣ ሻሸመኔና ጭሮ ለማህበረሰቡ ይፋ ሆነ!ለጥቃቅን፣ አነስተኛና መካከለኛ ንግዶች፣ ከሸሪዓ መርሆዎች ጋር የሚስማማ የፋይናንስ አገልግሎት የሚሰጠው ‘ምቹ-ሚዛን’ ዲጂታል የፋይናንስ ፕላትፎርም፣ የመንግሥት አካላት፣ ዑለማዎችና የተለያዩ ባለድርሻ አካላት በተገኙበት በክልል ደረጃ ለማህበረሰቡ ይፋ ሆኗል።በሙራባሐ ፋይናንስ አሠራር ላይ መሰረት በማድረግ፣ ያለ ማስያዣ የሚሰጠው ይህ የፋይናንስ አገልግሎት፣ ነጋዴዎች በዕምነታቸው መርህና በማኅበረሰባዊ ዕሴቶቻቸው ሳይገደቡ፣ በሐላል መንገድ ንግዳቸውን እንዲያጠናክሩ ያግዛል።‘ምቹ-ሚዛን’ ለረጅም ጊዜ በሙከራ ላይ የቆየ ሲሆን፣ በባንኩ የሸሪዓ አማካሪ ኮሚቴም ጸድቋል።#Coopbank #MichuMizan #IslamicFinance #ShariahCompliant #DigitalFinance #MSMEs #FinancialInclusion #Entrepreneurship #InclusiveFinance
    6,5001182Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    22 Sept, 13:19

    Kennaan Isiniif Malu Ammayyuu Isin Eegaa Jira! Maallaqa alaa ,karaa 'CoopRemit' ergisiifachuun gatii jijjiirraa hunda caalu argachuun badhaasa ayyaanaa keenya qooddadhaa.የሚገባዎ ስጦታ አሁንም እየጠበቀዎት ነው! የውጭ ሀገር ገንዘብ በ'CoopRemit' በኩል አስልከው ከሁሉ የላቀ የምንዛሪ ዋጋ በማግኘት፣ ከበዓል በረከታችን ይቋደሱ።#Coopbank #CoopRemit #HighestExchangeValue #HolidayRewards #Remittance #HolidaySeason
    2,42011422Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    22 Sept, 06:19

    🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
    3,620721Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    21 Sept, 13:06edited

    Waamicha Yaa’ii Yaa’iin Waliigalaa Idilee Waggaa 22ffaa Abbootii Aksiyoonaa,Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa W.A. Sanbata, Onkoloolessa 7, 2019 Magaalaa Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti ganama sa'aa 2:00 irraa eegalee ni taa’ama. Kanaafuu, Abbootiin Aksiyoonaa ykn bakka bu'oonni seeraa, akka irratti argamtan Boordiin Daayrektarootaa baankichaa waamicha kabajaa ni dabarsa.የጉባኤ ጥሪ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የባለአክሲዮኖች 22ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ቅዳሜ ጥቅምት 7 ቀን 2019 ዓ.ም. ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ጀምሮ በአዳማ ከተማ ገልማአባ ገዳ ይካሄዳል። ስለሆነም፣ ባለአክሲዮኖች ወይም ሕጋዊ ወኪሎች፣ ተሳታፊ እንድትሆኑ የባንኩ ዳይሬክተሮች ቦርድ የአክብሮት ጥሪውን ያስተላልፋል።#Coopbank2026 #GeneralAssembly #ShareholdersMeeting #BankingLeadership #FinancialExcellence #AdamaTown #Ethiopia
    4,9301311221Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    21 Sept, 06:19

    🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
    5,07042Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    19 Sept, 09:46

    Sanbattan kana maatii waliin bowaartiif yoo baatan kaffaltii geejjibaaf Kooppeey I-birri, Kaffaltii affeerraaf Koodii QR, fedhii olkaawwannaa/baafannaa maallaqa callaa battalaaf ATM keenya fayyadamaa! Hojiidhaan dabarsitu taanaan ammoo Liqiin Dijitaalawaa Michuu, wabii malee harkaa fi qalbii isin jiisuuf isin cinaa jira.በሳምንቱ መጨረሻ ከቤተሰብ ጋር ዘና ሊሉ ወጣ ካሉ፣ ለመጓጓዣ ክፍያዎ ኮፔይ ኢ-ብርን፣ ለመገባበዣዎ QR ኮዳችንን፣ ለአስቸኳይ የጥሬ ገንዘብ ማስገባት/ማውጣት ፍላጎትዎ ATM ማሽናችንን ይጠቀሙ፤ ቀኑን በሥራ የሚያሳልፉ ከሆነ ደግሞ፣ በምቹ ዲጂታል ብድር ያለማስያዣ እጅዎን ብቻ ሳይሆን ቀልብዎን ልናረጥብ ከጎንዎ ነን።#Coopbank #CoopayEirr #QRPayment #DigitalBanking #Michu #DigitalLoans #SmartBanking
    6,4601083Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    19 Sept, 06:34

    🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
  • Cooperative Bank of Oromia

    18 Sept, 14:58

    Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa irra deebiin baaseerratti hundaa'uudhaan, maamiltoota baankii keenyaa kutaalee biyyattii kanneen bulchiinsa magaalotaa gurguddoo 26 fi Naannoo Harariitiin ala jiraniif, daangaan yeroo wal simsiifannaa Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa (FAYDA) fi lakkoofsa herrega baankii kan Waxabajjii 30, 2018 A.L.I. ture, hanga Onkoloolessa 30, 2019 A.L.I.tti dheeraateera. Kanaafuu, kabajamtoota maamiltoota keenya kanneen herrega baankii keessan FAYDA keessan waliin walitti hin hidhin jirtan martuu, carraa gaarii kanatti fayyadamuun, Liinkii armaan gadiin seentanii salphumatti wal simsiifachuudhaan, tajaajila baankii guutuu akka argattan isin hubachiifna.የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ በድጋሚ ባወጣው መመሪያ መሠረት ከ 26 የዋና ዋና ከተማ አስተዳደሮች እና ከሃረሪ ክልል ውጪ በተቀሩት የሃገሪቱ ክፍሎች ለምትገኙ ውድ ደንበኞቻችን እስከ ሰኔ 30፣ 2018 ዓ.ም ብቻ ተወስኖ የነበረው የብሔራዊ ዲጂታል መታወቂያ (FAYDA) ከባንክ ሂሳብ ቁጥር ጋር የማጣመሪያ ቀነገደብ እስከ ጥቅምት
    6,550123Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    18 Sept, 14:58

  • Cooperative Bank of Oromia

    18 Sept, 09:37

    Guutummaatti seera Shari'aan bu'uureffamee, tajaajila baankii duudhaa keessan waliin deemu kan isiniif kennu, Koopbaank Alhudaa waliin imalaa. Jumu'aa Mubaarak!ሙሉ በሙሉ በሸሪዓ መርሆዎች ተመስርቶ፣ ከእሴቶችዎ ጋር የሚስማማ የባንኪንግ አገልግሎት ከሚሰጥዎ ከኮፕባንክ አልሁዳ ጋር ይጓዙ። ጁሙዓ ሙባረክ!#CoopbankAlhuda #JummaMubarak #ShariaCompliantBanking #InterestFreeBanking #BankingWithValues #Coopbank
    6,900101Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    18 Sept, 06:17

    🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
    6,49074Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    17 Sept, 13:41edited

    Michuu, akka sabbata aayyoo loogii hin beekne, qusii malee hoodhaa jedhee miliyoonotaaf hiixatu, abdii dhugoomsee, jireenya jijjiireera. Dabareen keeti! Hanga Qarshii 75,000 tti wabii malee liqeeffadhu!እንደ እናት መቀነት፣ ሳያዳላ ሳይሰስት እንካችሁ ብሎ ለሚሊዮኖች እጁን የዘረጋው ምቹ፣ ተስፋዎችን አለምልሞ ህይወትን ቀይሯል።ተራው የአንቺ ነው! ከ ምቹ ኪያ እስከ 75,000 ብር ያለማስያዣ ተበደሪ!#Coopbank #MichuDigitalLoans #DigitalLending #WorkingCapital #NoCollateral #BusinessGrowth #FinancialInclusion #Ethiopia
    7,40013731Open in Telegram
  • Cooperative Bank of Oromia

    17 Sept, 06:29

    🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 Gatii jijjiirraa guyyaa irratti kennaa ayyaanaas qabna. Maallaqa biyya alaatii karaa waahillan keenyaa ergamu, gatii jijjiirraa guyyaarratti daballii kennaa ayyaanaa 10% waliin nubiraa fudhadhaa!🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼 በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ልዩ ስጦታ አለን። በወኪሎቻችን በኩል ከባህር ማዶ የሚላክልዎትን ገንዘብ፣ በዕለቱ የምንዛሪ ዋጋ ላይ ከተጨማሪ 10% የበዓል ስጦታ ጋር ከኛ ይቀበሉ! #Coopbank #Exchangerate #ExtraBonus
    6,75021Open in Telegram
Download the series as CSV
A feedback bot for your channel — free

Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.

How it works →
Create the bot