Latest posts

𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
22 Sept, 03:21
Maqaa abbaa kan ilmaa kan afuura Qulqulluu Waaqa tokkoo Ameen! waa'ee arrabaa (dubbii afaanii ) macaafni qulqulluun maal jedha?💒Dubbiin garmalee dubbataamu akka billaa nama waraana, arrabni ogeessaa garuu ni fayyisa. Fak. 12:18💒Arrabni dubbii nama suphu dubbatu muka jireenyaati; arrabni dubbii mimicciru garuu yaada nama cabsa. Fak. 15:4💒Namni afaan isaa fi arraba isaa eeggatu, rakkinatti akka hin galleef of in eega. Fak. 21:23💒Namni ija wanti gaariin inni afaan isaa keessaa ba'uun in quufa, dubbii arrabni isaa dubbatuunis dharraa in ba'a. duunii fi jireenyi aboo arrabaa jala jiru.... Fak. 18:20-21💒Warqee fi eleellaan diimaa baay'inatti jiru, afaan dubbii beekumsaa dubbatu garuu akka dhagaa gati-jabeessaa isa baay'inaan hin argamneeti Fak.20:15💒Dubbii ba'eessi akka nadhii dammaa namatti minyaa'a, lafee namaas ni cimsa Fak.16:24
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
21 Sept, 20:47
Isin Ortodoksi dha❓
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
21 Sept, 20:18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇🥰Channel afaan oromoo🥰


𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
21 Sept, 19:54
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇


𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
20 Sept, 16:07
forwarded from @orthodox_promotion1
Ayyaana Masqalaa Ilaalchisee Kan Armaan Gadii Qophii Ayyaana Masqalaati 👉Egaa Filannoon Keessani👇👉Walaloo Ayyaana Masqalaa 👉pdf fi barreeffama Teelegraamii keessaan.👉Barumsa Masqalaa (Ayyaana Fannoo)👉Faaruwwan Masqalaa (Ayyaana Fannoo)🌍Hunsa Bakka Tokkotti👇
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
20 Sept, 12:56
forwarded from @orthodox_promotion1
Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan.Diraamaa:- " "Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan......Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa 👇 Hunduma isaa bakka tokkotti
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
20 Sept, 09:55
forwarded from @orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
20 Sept, 05:53
forwarded from @orthodox_promotion1
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
20 Sept, 04:13
KADHANNAA DUBBII ABBOOTAAN!=✍"Nama kadhannaa hin jaalanne yoo argite, waan gaariin tokkollee akka isa keessa hin jirre ni hubatta. Gara waaqayyootti hin kadhatu taanaan afuurummaan isaa du'eera...jireenyas hin qabu!" Q.Yohaannis Afaan Warqee✍"Namni kadhannaa salphisee ilaalu, gara gaabbiitti kan nama geessu karaa kadhannaa malee karaa biraan jira jedhee kan yaadu, Diyaabiloosiin moo'atameera" Q.Maar-yisihaaq╭══•|❀✞ ✟ ✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ BEEKUUN FAYYINAAF 🌹 BARNOOTA JREENYAA 🌹 ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞ ✟ ✞❀|•══╯Telegram𝐁𝐄𝐄𝐊𝐔𝐔𝐍 𝐅𝐀𝐘𝐘𝐈𝐍𝐀𝐀𝐅 ᵏⁿᵒʷˡᵉᵈᵍᵉ ᶠᵒʳ ˢᵃˡᵛᵃᵗⁱᵒⁿ𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮𝐟 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮. H D B¹⁶ ³⁰
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
17 Sept, 20:47
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
17 Sept, 20:18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇🥰Channel afaan oromoo🥰


𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
17 Sept, 19:41
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇


𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
17 Sept, 04:44
"Inni guyyaa siif kenne waan guyyaaf si gahus (barbaachisus) siif kenna"❤️Qulqulluu Gorgooriyoos (isa Nuusis)🥰╭══•|❀✞ ✟ ✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ BEEKUUN FAYYINAAF 🌹 BARNOOTA JREENYAA 🌹 ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞ ✟ ✞❀|•══╯Telegram𝐁𝐄𝐄𝐊𝐔𝐔𝐍 𝐅𝐀𝐘𝐘𝐈𝐍𝐀𝐀𝐅 ᵏⁿᵒʷˡᵉᵈᵍᵉ ᶠᵒʳ ˢᵃˡᵛᵃᵗⁱᵒⁿ𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮𝐟 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮. H D B¹⁶ ³⁰
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
16 Sept, 18:11
Ati Cubbuu hojjechuuf beellama baafatta garuu ani qajeelummaa hojjechuuf yeroo hin qabu jetta. Hiriyaa kee wajjin wal arguuf yeroo qabda; garuu abbaa gaabbii kee wajjin wal arguuf yeroo hin qabdu. ✍️Yommuu fooniin beeloftu bakka dandeesse irraa nyaatta Akka
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
16 Sept, 18:07
Ati Cubbuu hojjechuuf beellama baafatta garuu ani qajeelummaa hojjechuuf yeroo hin qabu jetta. Hiriyaa kee wajjin wal arguuf yeroo qabda; garuu abbaa gaabbii kee wajjin wal arguuf yeroo hin qabdu. ✍️Yommuu fooniin beeloftu bakka dandeesse irraa nyaatta Akka fayyituuf kootu iccitii qurbaanatti dhiyaadhu yoo jedhamte yeroo hin qabu jetta lubbuun kee Garuu kabajamaa foon Kiristoos nyaachuuf baroota lakkoofsiste ni dheebotti.✍️Hiriyaa koo! Bofti na gowwoomse jette murtii jalaa hin baane Hewaan ni yaadattaa? Kanaaf, akka ishee sababeeffachuun of qajeelchuuf hin yaalin. Yeroo kun sitti himamu hojiidhaan malee funyaan keetiin deebisuuf hin yaalin.Galanni Waaqayyoof!.╭══•|❀✞ ✟ ✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔 የሕይወት ትምህርት ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞ ✟ ✞❀|•══╯


𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
16 Sept, 17:12
"Akkuma bishaanii fi ibidda tokko taasisuun hin danda'amne, cubbuu namoota birootti murteessuunis cubbuu ofiitti gaabbuu waliin hin deemu"🥰Qulqulluu Yohaannis Zesewaasiw❤️╭══•|❀✞ ✟ ✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ BEEKUUN FAYYINAAF 🌹 BARNOOTA JREENYAA 🌹 ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞ ✟ ✞❀|•══╯
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
16 Sept, 09:37
forwarded from @orthodox_promotion1
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
16 Sept, 05:34
forwarded from @orthodox_promotion1
Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha.Hunda Isaa Argachuuf👉 see more
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
15 Sept, 17:06
''Kufuun Addaamummaadha kufanii haafuun garuu diiyaabilosummaadha''❤️✣Qulqulluu Yohaannis Afaan warqee✣🥰╭══•|❀✞ ✟ ✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ BEEKUUN FAYYINAAF 🌹 BARNOOTA JREENYAA 🌹 ✥┈┈••●◉ ✞ ◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞ ✟ ✞❀|•══╯
𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗝𝗜𝗥𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔𝗔
14 Sept, 17:22
Bara kana milkaa’uu barbaaddu mitii? Kitaabni Qulqulluun akkana jedha!1. Ilaa, milkaa’inni sagalee Waaqayyootiin eegala. Kit. Iya. 1:8 “ Seerri kitaaba kanaa afaan kee irraa adda hin bahiin. Kan achi irratti barreeffames eeguu fi raawwachuudhaaf guyyaa fi halkanis yaadadhu. Yeroo sana daandiin kee siif milkaa’a. Siif raawwatamas.”2. Waan hojjattu hunda Waaqatti laadhu. Fakk. 16:3 “ Daandii kee Waaqatti imaanaa keennadhu. Yaadni kees Siif jabaatti.3. Waaqayyo madda dandeettii fi eebba hundaati jedhii amani. Kes. Deb. 8:18 “ Waadaa abboota keef kakate akka siif jabeessuuf; qabeenya walitti qabachuuf dandeettii siif kenneeraatii,Waaqa kee Waaqayyo yaadadhu.”4. Dursiitii qajeelummaa fi mootummaa samii barbaaduu shaakali! Mat. 6:33 “ Haa ta’u malee dursaatii mootummaa Waaqayyoof qajeelummaasaa barbaada. Kan biroo hundi isiniif dabalamaatii.” Guduunfame! Guyyaa, Torbee, Ji’a, WaggaaTelegram𝐁𝐄𝐄𝐊𝐔𝐔𝐍 𝐅𝐀𝐘𝐘𝐈𝐍𝐀𝐀𝐅 ᵏⁿᵒʷˡᵉᵈᵍᵉ ᶠᵒʳ ˢᵃˡᵛᵃᵗⁱᵒⁿ𝐀𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐮𝐮𝐟 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮. H D B¹⁶ ³⁰
Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
