Latest posts

ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
21 Sept, 20:47
Isin Ortodoksi dha❓
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
21 Sept, 20:18
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇🥰Channel afaan oromoo🥰
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
21 Sept, 19:54
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
22 Aug, 03:03edited
ማርያም አርጋለችማርያም አርጋለች ወደ ገነት (፪) የሰማይ መላዕክት እያረጋጓት እርሷም እንደ ልጇ ተነስታለችየአባቷን የዳዊት ትንቢት ብትፈጽም ወርቁን ተጎንጽፋ በቀኙ ልትቆም ወደ አምላክ ማደሪያ ወደ ሰማያት አረገች በእልልታ ድንግል የኛ እናት አርጋለች ማርያም ተነስታለችሰማያት ይከፈት ደመናም ይዘርጋ ዝምታም አይኖርም እመ አምላክ አርጋ አንደበት ይከፈት ማርያምን ያመስግን ከዘለላለም ጥፋት በምልጃዋ እንዲድን አርጋለች ማርያም ተነስታለችየአምላክ ማደሪያ ያ ቅዱስ ስጋሽ አምላክን ያቀፉት እነዚያ እጆችሽ
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
21 Aug, 19:35
Baaga gessaan
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
20 Aug, 20:51
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
20 Aug, 20:21
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇🥰Channel afaan oromoo🥰
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
20 Aug, 19:57
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
16 Aug, 02:43edited
Ol baatetti dubroo Maariyaami (×2) Kabajamte ergamootadhaani(×2)Olbaatetti Toomaas yemmuu arge " " Ol samii gubbaatti " " Kafanashe fudhate " " Mallattoodhaaf inni " " Bartootaaf lallabe " " Kaateetti jechuuni" " Bartoonni gammadaan " " Olbahushee arganii " " Akkuma toomaasi " " Argudhaaf hawwani " " Kadhannaadhaaf laguun " " Gooftaa kadhatanii " " Du'aa ka'uu ishee " " Ijaatiin argani" " Yemmuu isheen olbaatee
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
15 Aug, 05:36
Ayyanaa qaameef Ajajuu dandessuuBiyyaa kaamuu sinif dhufa👉https://t.me/AlfaOmegaa27
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 15:58
forwarded from @orthodox_promotion1
Waa'ee Haadha Keenyaa, Qulqullootaa, Eegamootaa, Wareegamtootaa, Bal'inaan Barachuuf As Goraa👇 Beekkumsa Walii Galaa Orrodoksii Tewaahidoof👆👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 12:56
forwarded from @orthodox_promotion1
Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa.Galatoomaa
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 09:55
forwarded from @orthodox_promotion1
Baga Sooma Fislataa Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Nagaan Geessan Jechaa Filannoo Armaan Gadiin Waantota Torbee Kanaaf Barbaachisan Argadhaa👇👉Walaloo Fislataa👉Barumsa Fislataa👉Faaruwwan Fislataa🌍Hunsa Bakka Tokkotti🌍
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 06:53
forwarded from @orthodox_promotion1
Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha.Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa.Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 03:50
forwarded from @orthodox_promotion1
Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
14 Aug, 02:00edited
✝ Buhee beluu Buhee beluu hoo Buhee baluu " Lijooch hullu " Yenyamma geetaa " Ye alem fexaarii " Yeselaam amlaak " tihuut mahaari " Bedebra taaboor " Yetegaletsaa " Fiituu inda tsahaayi " Bertoo yetaayyawu " Libsuu inda birhaan " yaatsebaraqaa " Dimtsihi yisammanaal bebiru daamenaa Ye buhee birhaani le inyam berraliniiYa'iqoob yohaannis hoo Idihuum phexiroos " Amlaakin ayyuti "
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
13 Aug, 20:48
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
13 Aug, 20:20
🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
13 Aug, 19:52
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
ዘ/ት Sosina @faaruu Orthodox ዝማሬ
12 Aug, 09:19
forwarded from @afuurawaa
Sagada Kabajaa Qulqulleetti Dubree Maariyaamif Maqaa Abbaa,kan Ilmaa,kan Afuura Qulqulluu Waaqayyo Tokko Ameen1. Yaa Dubree Maariyaam garako koottu(3) 2. Yaa Deessuu Waaqayyo garako koottu (3) 3. Yaa Bultoo Waaqayyo gara kiyya koottu (3)Haadha Waaqayyof nan sagada (3) Kabaja haadha Waaqayyof (3) Galata Haadha Waaqayyof (3) Weedduu Haadha Waaqayyof (3) Ulfiina Haadha Waaqayyof (3)Qulqulleettidha Eeyyen Qulqulleetti dha(3) Eebbifamtuudha eeyyen Eebbifamtudha (3) Giiftiidha Eeyyen Giiftiidha 3 Mootitti dha Eeyyen Mootittidha (3)Qajeeltuudha eeyyen qajeeltudha (3) Kaasomeetti dha Eeyyen Kaasomeettidha(3)
Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.
How it works →Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
