Latest posts

Hijra Bank
13 Nov, 04:03edited
የአራህማንን ጥሪ ተቀብለው ሐጅ ለማድረግ አስበዋል? እንግዲያውስ የክፍያውንና የውጭ ምንዛሬውን ጉዳይ ለሂጅራ ባንክ ይተዉ፣ እኛ ቀለል እናደርግልዎታለን!መልካም ጁምዓ !ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Waamicha Ar-Rahmaan fudhattanii Hajjii gochuuf yaaddanii jirtuu? Eegaa dhimma kaffaltii fi sharafa maallaqa biyya alaa Baankii Hijraatiif dhiisaa, nuti isiniif salphisna!Jum'aa Gaarii!Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #jumea #jumeavibes
Hijra Bank
12 Nov, 14:03
ገንዘብ ሲላክሎት... 10% ሂባ ከእኛ! Maallaqni yeroo isiniif ergamu... Hibaa 10% nu biraa!ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የሚላክሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ ሲቀበሉ እኛ ደግሞ ደስታዎን ልንጋራ 10% (ሂባ) ስጦታ እንጨምርሎታለን!ዛሬውኑ ገንዘብዎን በሂጅራ ባንክ ይቀበሉ፣ ስጦታችንን ይቀበሉ!ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Maallaqa firoottan keessan biyya alaa jiran irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin yoo fudhattan, nutis gammachuu keessan qooddachuuf kennaa Hibaa 10% isiniif daballa!Har'uma maallaqa keessanii fi kennaa keenyas karaa Baankii Hijraatiin fudhadhaa!Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #exchangerate #remmitance #FCY #westernunion
Hijra Bank
12 Nov, 04:02
ለህንፃዎ አስተዳደር ሁነኛ መላ ተገኝቷል! Bulchiinsa gamoo keessaniif furmaanni gaariin argameera!ሂጅራ ባንክ ዲጂታል የህንፃ አስተዳደር ሲስተም ለተለያዩ የህንፃ ባለቤቶች ምቹ እና ቀላል ሆኖ የተዘጋጀ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ እና በቴክኖሎጂ የታገዘ አሰራር አቅርቧል።አሠራሩ:- ♦️የኪራይ ክፍያዎችን በወቅቱ እንዲሰበስቡ ♦️የአስተዳደር ጊዜንና ወጪን እንዲቀንሱ ♦️ሪፖርቶችን በቀላሉ እንዲያገኙ ♦️የተከራዮችን መረጃ በዲጂታል መንገድ እንዲያደራጁ ይረዳዎታል።ለህንፃዎ አስተዳደር ምቹ የሆነውን ይህንን አሰራር ዛሬውኑ ይጠቀሙ እና የብሩህ ተስፋ ጉዟችን አካል ይሁኑ!ለበለጠ መረጃ፦በስልክ መስመራችን 9381 ይደውሉ አሊያም በአቅራቢያዎ የሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ ይጎብኙ።ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Baankiin Hijraa abbootii gamoo gara garaatiif sirna bulchiinsa gamoo dijitaalaa teeknoolojiin deeggarame karaa mijataa, salphaa, guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta’een qopheessee dhiyeesseera.Sirnichis:- ♦️ Kaffaltii kireeffattootaa yeroon sassaabuuf ♦️ Baasii fi yeroo bulchiinsaa hir'isuuf ♦️ Gabaasawwan haala salphaan akka argattan gochuuf ♦️ Odeeffannoo kireeffattootaa karaa dijitaala ta'een akka qindeessitan isin gargaara.Sirna Bulchiinsa gamoo keessaniif mijataa ta'e kana har'uma fayyadamuun qaama Imala egeree ifaa keenyaa ta'aa!Odeeffannoo dabalataaf፦ Sarara bilbilaa 9381 irratti bilbilaa yookiin damee Baankii Hijraa dhihoo keessan jiru daawwadhaa.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #rentmanagmentsystem #bulidingmanagment #rent #digitalbanking
Hijra Bank
11 Nov, 14:01
ንቁ መሆን ይጠብቅዎታል! Dammaqoo ta'uu qabdu!አጭበርባሪዎች የወዳጅ ዘመድዎን የቴሌግራም፣ ዋትስአፕ ወይም የማህበራዊ ሚዲያ አካውንቶችን በመጥለፍና እነሱን በመምሰል ገንዘብ ላኩልኝ በማለት እያጭበረበሩ ስለሆነ እንዲህ አይነት መልዕክት ሲደርስዎ አስቀድመው ለባለቤቱ በስልክ ደውለው ሳያረጋግጡ በፍጹም ገንዘብ መላክ የሌለብዎት መሆኑን እናሳስባለን፡፡የእርሶ ጥንቃቄ ለገንዘብዎ ደህንነት ዋስትና ነው!ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Saamtonni karaa Akkaawuntii Telegram, WhatsApp ykn fuula miidiyaalee hawaasaa keessan butuun gaaffii maallaqa naaf ergaa gaafachaa waan jiraniif, ergaaleen akkasii yeroo isin qaqqabe abbaa bilbila sanaatti kallattiiniin bilbiluun osoo mirkaneeffatin maallaqa keessan hin erginaa!Of eeggannoon keessan wabii nageenya maallaqa keessaniiti!Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #securityalert #scam #fruadalert #consumerprotection
Hijra Bank
11 Nov, 04:00
የሂጅራ ባንክ አካውንትን በእጅዎ መዳፍ! Herreega Baankii Hijraa Harka Keessan Irraa!ቅርንጫፍ መሄድ ሳይጠበቅበዎ፣ ፈጣን፣ ቀላል እና ዘመናዊነትን በተላበሰ መንገድ በየትኛውም ቦታ ሆነው የፋይዳ ቁጥርዎን ብቻ በመጠቀም ካሉበት ሆነው በደቂቃዎች ውስጥ አካውንትዎን በhttps://accounts.hijra-bank.com ይክፈቱ!ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!!Gara dameelee baankiitti deemuun isin irraa hin eegamu; karaa salphaa, ammayyaawaa fi saffisaa ta'een bakka jirtan kam irraayyuu, lakkoofsa Faayidaa keessanii qofa fayyadamuun daqiiqaa muraasa keessatti https://accounts.hijra-bank.com irratti herreega baankii keessan banaadha!Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #onlineaccountopening #onlineonboarding #hijradigital #digitalbanking
Hijra Bank
10 Nov, 09:25
ሂጅራ ባንክ - ለሃጅ ክፍያዎ ትክክለኛ አጋር! Baankii Hijraa Michuu Sirrii Kaffaltii Hajjii Keessanii!ታላቁን የሃጅ ጥሪ "ለበይክ" በማለት የአረህማን እንግዳ ለመሆን ለተዘጋጃችሁ ሑጃጆች በሙሉ ሂጅራ ባንክ ለጉዟችሁ የሚያስፈልጋችሁን የአገልግሎት ክፍያ በቀላሉ መክፈል እንድትችሉ በዲጂታል አማራጭ እንዲሁም በሁሉም ቅርንጫፎቹ ከውጭ ምንዛሬ አቅርቦት ጋር ቀልጣፋ መስተንግዶ እየሰጠ ይገኛል፡፡ከሐጅ ምዝገባ ጣቢያ ምዝገባችሁን እንዳጠናቀቃችሁ የሚስጣችሁን ኮድ በመጠቀም እንደምርጫሁ በኦምኒ ፕላስ የሞባይል ባንኪንግ መተግበሪያ አሊያም በአቅራቢያችሁ በሚገኘው የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ ክፍያችሁን በቀላሉ በመፈፀም ለጉዞ አስፈላጊ የሆነውን የውጭ ምንዛሬ መውሰድ የምትችሉ መሆኑን በደስታ እንገልፃለን፡፡ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!“Labbaayk” jechuun Waamicha guddaa Rabbii fudhattanii keessummaa Isaa ta'uuf hujjaajota imala qulqulluu kanaaf qophooftan hundaaf, Baankiin Hijraa kaffaltii tajaajila imala Hajjii keessaniif barbaachisu karaa salphaa fi saffisaa ta'een raawwachuu akka dandeessaniif karaa tajaajila baankii dijitaalaa akkasumas dameewwan isaa hunda keessatti dhiyeessii sharafa alaa waliin tajaajila saffisaa fi mijataa isiniif kennaa jira.Buufata galmee Hajjii keessatti erga galmee keessan xumurtanii koodii buufaticha irraa isiniif kennamu fayyadamuun, akka filannoo keessaniitti karaa Appilikeeshinii Baankii Moobaayilaa Omni Plus yookaan damee Baankii Hijraa isinitti dhihoo jiru deemuun kaffaltii keessan salphaatti raawwachuu kan dandeettan yoo ta'u dabalataan sharafa alaa imala keessaniif barbaachisu fudhachuu akka dandeessan gammachuun isin beeksifna.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#hijrabank #journeytoabrightfuture #IFB #hajj #hajjpayment #hajj2027
Hijra Bank
10 Nov, 03:51
10% ተጨማሪ ሂባ! Hibaa Dabalataa 10%!ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የተላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash | #Emaal ወይም በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash| #Emaal ykn kallattiin karaa swiift koodii HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!
Hijra Bank
9 Nov, 13:57
Join Our Growing Team!Hijra Bank is expanding! We are currently looking for dedicated professionals to join our growing team. This is your opportunity to build a rewarding career in the dynamic sector of interest-free banking.1. Manager, District BusinessHOW TO APPLY & IMPORTANT NOTES • IFB Training certification is Advantageous. • Interested and qualified applicants should apply within ten (10) consecutive calendar days from the date of this announcement through: https://forms.gle/ppx3P9BZCU4QmcHH7 • Only short-listed candidates will be contacted. Incomplete or late submissions will not be considered.#HijraBank #IFB #IslamicBanking #BankVacancy #BankJob #Vacancy #JobOpening #NowHiring #Ethiopian
Hijra Bank
22 Sept, 17:20

Hijra Bank
22 Sept, 17:20
የሂጅራ ባንክ ቦርድ የባንኩን የሁለት ወራት የሥራ አፈፃፀም ገመገመ Bordiin Bankii Hijraa Gamaaggama Raawwii Hojii Ji'a Lamaanii Gaggeesseመስከረም 12/2019 የሂጅራ ባንክ የሥራ አመራር ቦርድ በባንኩ ዋናው መ/ቤት የባንኩ ከፍተኛ የሥራ ኃላፊዎች በተገኙበት ባደረገው ስብሰባ ባንኩ በበጀት ዓመቱ መጀመሪያ ሁለት ወራት ያከናወናቸውን የሥራ አፈፃፀሞች የገመገመ ሲሆን በቀጣይ የሥራ ጊዚያት መከናወን ስላለባቸው ሥራዎች አቅጣጫዎችን በማስቀመጥ ተጠናቋል፡ሂጀራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Fuulbaana 12, 2019 Bordiin Bankii Hijraa waajira muummee bankichaatti hoggantoota ol'aanoo bankichaa waliin walgahii gaggeessee jira.Walgahii kanaanis raawwii hojii jalqaba waggaa baajataa ji'oota lamaan darban keessatti raawwataman kan gamaaggame yoo ta'u, hojiiwwan gara fuulduraa irrattis kallattii hojii kaa'uudhaan walgahichi goolabameera.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!
Hijra Bank
22 Sept, 11:27
በ5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ የተመረጡ የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት ምርጫ አካሄዱ።Miseensonni Boordii Daayirektaroota yaa'ii waliigalaa idilee 5ffaa irratti filataman filannoo gaggeessan.የሂጅራ ባንክ አክስዮን ማህበር ታህሳስ 17/2018 ባደረገው 5ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ የተመረጡ የዳይሬክተሮች ቦርድ አባላት በብሄራዊ ባንክ መፅደቁን ተከትሎ ቦርዱ ባደረገው ስብሰባ አቶ ሞሲሳ ኢብሳን የሂጅራ ባንክ ዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ እንዲሁም አቶ አብዱሰላም ከማልን ምክትል ሰብሳቢ አድርጎ መርጧል፡፡ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Waldaa Aksiyoonaa Baankii Hijraa Muddee 17, 2018 Yaa'ii Waliigalaa Idilee 5ffaa gaggeesseen miseensonni Boordii Daayirektaroota filataman Baankii Biyyooleessaatiin ragga'uu isaanii hordofee, boordichi walga'ii gaggeesseen Obbo Moosisaa Ibsa Walitti Qabaa Boordii Daayirektaroota Baankii Hijraa, akkasumas Obbo Abdussalaam Kamaal Itti Aanaa Walitti Qabaa gochuun filateera.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!
Hijra Bank
22 Sept, 04:03
10% ተጨማሪ ሂባ! Hibaa Dabalataa 10%!ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash | #Emaal በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash| #Emaal ykn kallattiin karaa HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#Hijrabank #journeytoabrightfuture #ifb #Exchangerate
Hijra Bank
21 Sept, 15:13
Hijra Bank invites eligible and interested bidders to participate in the procurement of: 💻 Desktop Computers 💻 Laptop Computers 🖥 Various IT Equipment and Materials Interested bidders may obtain detailed tender requirements via the official link below:
Hijra Bank
21 Sept, 15:13
Hijra Bank invites eligible and interested bidders to participate in the procurement of:💻 Desktop Computers 💻 Laptop Computers 🖥 Various IT Equipment and MaterialsInterested bidders may obtain detailed tender requirements via the official link below:Hijra Bank Journey to a bright future!
Hijra Bank
21 Sept, 11:11
10% ተጨማሪ ሂባ! Hibaa Dabalataa 10%!ባህር ማዶ ካሉ ወዳጅ ዘመዶዎ የላኩሎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ በኩል በመቀበል 10% ተጨማሪ ስጦታ (ሂባ) ያግኙ።በአስተማማኝ ዓለም አቀፍ አጋሮቻችን #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash | #Emaal በቀጥታ በባንካችን ስዊፍት ኮድ HIJRETAA ይቀበሉ።ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Maallaqa firoottaniifi jaalaleewwan keessan biyya alaa irraa isiniif ergamu karaa Baankii Hijraatiin fudhachuun hibaa dabalataa parsentaa 10% argadhaa.michoota keenya amanamoo sadrkaa addunyaatti jiran #WesternUnion | #Dahabshiil | #Thunes | #Ria | #EthioDash| #Emaal ykn kallattiin karaa HIJRETAA baankii keenyaatiin fudhadhaa.Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!#Hijrabank #journeytoabrightfuture #ifb #Exchangerate
Hijra Bank
21 Sept, 04:06edited
መልካም ሳምንት! Torban gaarii!የሂጅራ ባንክ ትክክለኛ የማህበራዊ ትስስር ገጾች ይወዳጁ! Fuulota Miidiyaa Hawaasummaa sirrii Baankii Hijraa waliin michoommaa uumaa!Facebook - https://www.facebook.com/hijrabanksc LinkedIn - https://www.linkedin.com/company/hijrabanksc/ YouTube - https://youtube.com/@hijrabankscሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!
Hijra Bank
19 Sept, 09:29
እርስዎ በፈለጉት አማራጭ! Akka filannoo keessaniitti!ካሉበት ሆነው በሞባይል ስልክዎ፣ በታብሌትዎ አሊያም በኮምፒውተርዎ በhttps://accounts.hijra-bank.com አማካኝነት በቀላሉ በአማራጭነት የቀረቡልዎትን የሂጅራ ባንክ አካውንቶችን በኦንላይን በመክፈት ከወለድ ያልተነካካ አገልግሎት ተጠቃሚ ይሁኑ፡፡በአማራጭነት የቀረቡ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ የሆኑ አገልግሎቶች! 🔹 ዋዲያ 🔹 የወጣቶች (ሸባብ) 🔹 የሴቶች (መርዓ) 🔹 የዲያስፖራ አካውንት እና ሌሎችምጊዜዎን ቆጥበው እሴትዎን ጠብቀው አሁኑኑ በቀላሉ ይመዝገቡ: https://accounts.hijra-bank.com ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Iddoo jirtanii bilbila harkaa, taableetii ykn koompiyuutara keessaniinhttps://accounts.hijra-bank.com fayyadamuun salphaatti toora oonlaayinii baankii Hijraa akka filannootti isiniif dhihaate fayyadamuun banachuun tajaajila dhala irraa bilisa ta'e irraa fayyadamaa ta'aa.Tajaajiloota guutumaaguututti dhala irraa bilisa ta'anii akka filannootti dhihaatan! 🔹 Waadi'aa 🔹 Kan Dargaggootaa (Shabaab)Hijra Bank pinned «ሂጅራ ባንክ በእጅዎ መዳፍ! አሁን በኦንላይን ይመዝገቡ! Baankii Hijraa Harka Keessan Irraa! Ammuma Karaa Onlaayinaatiin Galmaayaa! ሁሌም የሚመኙት ከወለድ ያልተነካካ የባንክ አገልግሎት… አሁን በእጅ ስልክዎ ላይ እውን ሆኗል! ባንካችን ተደራሽነቱን ለማስፋት በመላው አገሪቱ እያደረገ ከሚገኘው የቅርንጫፍ ማስፋፍያ በተጨማሪ ወደ ቅርንጫፎቻችን በአካል መምጣት…»
19 Sept, 06:42

Hijra Bank
18 Sept, 14:03edited
ሂጅራ ባንክ በእጅዎ መዳፍ! አሁን በኦንላይን ይመዝገቡ! Baankii Hijraa Harka Keessan Irraa! Ammuma Karaa Onlaayinaatiin Galmaayaa!ሁሌም የሚመኙት ከወለድ ያልተነካካ የባንክ አገልግሎት… አሁን በእጅ ስልክዎ ላይ እውን ሆኗል!ባንካችን ተደራሽነቱን ለማስፋት በመላው አገሪቱ እያደረገ ከሚገኘው የቅርንጫፍ ማስፋፍያ በተጨማሪ ወደ ቅርንጫፎቻችን በአካል መምጣት ሳይጠበቅብዎ ምቾትዎ እንደተጠበቀ ካሉበት ሆነው የባንክ ሂሳብዎን በኦንላይን የሚከፍቱበትን ዘመናዊ መፍትሄ አቅርቦልዎታል፡፡የሞባይል ስልክዎን፣ ኮምፒውተሮን፣ ወይም ታብሌትዎን እንዲሁም የፋይዳ መለያ ቁጥርዎን ብቻ በመጠቀም! ጊዜዎን ቆጥበው በመመዝገብ ከእሴትዎ ጋር የተጣጣሙ አገልግሎቶቻችንን ይጠቀሙ፡፡አሁኑኑ https://accounts.hijra-bank.com ን በመጫን ወይም በልጥፉ ላይ የሚገኘውን ኪው አር ኮድ ስካን አድርገው አስፈላጊው መረጃ በመሙላት በቀላሉ የሂጅራ ባንክ ቤተሰብ በመሆን ውደ ብሩህ ተስፋ አብረውን ይጓዙ፡፡ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Tajaajili Baankii dhala irraa bilisaa yeroo hundaa hawwitan... amma Mobaayila harka keessanii irratti isiniif dhugoomeera!Baankiin keenya imala dameelee heddummeessuun guutuu biyyaatti qaqqabamummaa isaa babal'isuuf taasisuun cinatti dabalataan gara damee keenyaatti osoo hin
Hijra Bank
18 Sept, 14:03
Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.
How it works →Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
