gram news
Oromia Legal Training and Research Institute channel avatar

Oromia Legal Training and Research Institute

@ilqso1

You can view and join @ilqso1 right away.

ProjectsENLaw

10,168subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Oromia Legal Training and Research Institute

    10 Sept, 16:40

    Image from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research Institute
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    10 Sept, 16:39

    #Baga_Nagaan_Jala_Bultii_Bara_Haaraa_Geessan!Inistiitiyiitin Leenjiifi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n Baga Bara Haaraa 2019 Nagaan Geettan jechaa, Barri Haaraan kan Nagayaa, kan Fayyaa, kan jaalalaa, kan Guddinaa Hunda keenyaf Haa ta'u jechuun hawwii qabu ibsa.#Ayyaana_Gaarii!
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    9 Sept, 05:50

    Image from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research Institute
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    9 Sept, 05:43

    ILQSOn Godina Arsii Bulchiinsa Magaalaa Dheeraatti Mana Harmee ijaaruuf Dhagaa Bu’uura kaaye.(Qaammee 4, 2018 ILQSO,Adaamaa)Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Godina Arsii magaalaa Dheeraatti hojii kenna tajaajilaa lammumaatin ijaarsa mana harmee, Qooddii Maaddii fi barattoota maatii harka qal’eeyyitiif guyyaa kaleessaa deeggarsa meeshaalee barnootaa taasisee.Hojii kenna tajaajila lammummaa kanaan mana harmee tokkoo ijaaruuf dhagaa bu’uuraa kaayun qooddii maaddii zayitaa fi daakuu harka qal’eeyyii 60 fi barattoota maatii harka qal’eeyyii 60f deeggarsa meeshaalee barnootaa taasiseera.I/A Daayrekteera Ol’aanaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Obbo Taaddasaa Nugusee, simannaa taasifame galateeffachuun , hojiiwwan gama leenjii, qorannoo fi qo’annoo seeraa gaggeessuu fi tajaajila gorsa seeraa kennaa jiruun cinatti hojii tola ooltummaatinis
    1,700103Open in Telegram
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    8 Sept, 07:14

    Image from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research Institute
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    8 Sept, 07:12

    Leenjiin Dandeettii Raawwachiisummaa Cimsu Hojjattootaaf kenname.(Qaammee 3/2018/ ILQSO, Adaamaa)Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n hojjattoota Inistiitiyuutichaatiif mata duree Istaandardii kenna Tajaajilaa fi Naamusa Hojjattoota Mootummaa jedhu irratti leenjii gabaabaa guyyaa kaleessaa kennee jira.kaayyoon leenjichaa maamila giddugaleessa godhatanii tajaajila kennuu keessatti ogummaa naamusaan dabaalameen tajaajila irraa eegamu akka kennaniif tahuun ibsame.Daayrekteeri Ol’aantuun Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Aaddee Addunyaa Ahmad leenjicha woyta eegalchiisan akka jedhanitti, barbaachisummaan leenjii kanaa hojii keessan akkaataa istaandardii baheetiin karaa naamusa qabuun hojjachuun milkaa’ina hojiif gahee keessan akka baatan jechuun dhaamanii jiru.I/A Daayrekterra Ol’aanaa Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    7 Sept, 12:13

    Image from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research Institute
    3,72083Open in Telegram
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    7 Sept, 12:10

    Qaammee 2/2018Walharkaa fuudhinsi pirojektii ijaarsa Mana kitaabaa fi kaafteeriyaa ILQSO bakka Hooggansi Ol’aanoon argamanitti Gaggeeffame.Pirojektiin Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa Mana kitaabaa, Kaafteeriyaa fi Mana Eegumsaa ijaarsisaa ture xumuruun guyyaa har’aa walharkaa fuudhinsi gaggeeffame.sagantaa kana irratti ogeessonnii fi gorsitoonni projektichaa dhiimmi ilaallatu jalqaba irraa hanga xumuraatti ijaarsa pirojektichaa hordofaa kan turan ta’auun ibsameera.Walharkaa fuudhinsa ijaarsa pirojektii kanaa irratti kan argaman Pirezidantiin Mana Murtii Waliigala Oromiyaa fi walitti qabaan Gumii ILQSO Obbo Gazaalii Abbaasimal akka jedhanitti, pirojektii kan jalqaba irraa kaasee hanga ammaatti gara ILQSO woyta dhufan hordofaa turuu fi hooggansi garanatti dhufus xiyyeeffannaan akka hordofu taasisaa turuu ibsanii jiru.Dabalataanis Obbo Gazaaliin pirojektiin
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    5 Sept, 13:36

    Image from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research InstituteImage from a post by Oromia Legal Training and Research Institute
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    5 Sept, 13:35

    Leenjiin Duudhaalee Aadaa, Safuu fi Naamusa Tajaajiltummaa Cimsu kennamaa jira.(Hagayaa 30/2018, ILQSO, Adaamaa)Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa (ILQSO)n leenjifamtoota lenjii hojiin duraa marsaa 19ffaaf mata duree “Duudhaalee Aadaa ,Safuu fi Naamusa Tajaajiltummaa” jedhu irratti leenjii gabaabaa naamusa ogummaa cimsu kennaa jira.ILQSOn ogeessota seeraa naamusaa fi dandeettii ol’aanaa qaban horachuuf ogummaa naamusaa sagantaa leenjii idileetiin kennamu irratti dabalataan barbaachisummaa isaatti amanuun mata duree kana irratti leenjii naamusa ogummaa cimsu leenjitootaaf kennaa jira.kaayyoon leenjii kanaa Ogimmaa Naamusaa Abbootii Seeaa fi Abbootii Alangaatiif danbiin taa’en dabalatatti ogeessota seeraa naamusaa fi safuu Oromootin dagaagan horachuuf akka tahe ibsame.Leenjii kana irratti haasaa baniisaa kan taasisan B.B Daayrekteera Leenjii fi Tajaajila Gorsa
  • Oromia Legal Training and Research Institute

    4 Sept, 16:45