Latest posts

Obsaa Abdiisaa
2 May, 12:33
Hojiileen misoomaa Bulchinsa Magaalaa Shaggar ogeeyyii miidiyaatiin daawwatameera.Bulchinsi magaalaa Shaggar kutaalee magaalaa 12fi aanaalee 36n Onkololeessa, 2022 A.L.A kan hundeeffamte yoo ta'u, bal'ina lafaa heektaara Kuma 160 ol irratti bu'uuramte.Magaalittiin erga hundeeffamtee waggoota sadii qofa ta'us, hojiileen amma dura hojjataman waan waggoota soddoma keessatti hojjatamuu maludha! Akkaatuma kanaan hojiileen hojjatamanis roga rogaan:1. Qonna: Adeemsa qonna magaalaatiin qonnaan bultoota kanaan dura qe'ee isaanirraa buqqa'aa turan deebisanii dhaabuun qonna babal'isuun danda'ameera. Kanas akkaataa oomishaafi oomishtummaa dabaluun danda'amurratti qonnaan bultoota leenjisuun hojii boonsaan hojjatameera.2. Misooma magaalaafi gabaa: Qonnaan bultoonni kanaan dura oomisha isaanii gabaatti dhiyeessuuf rakkataafi dallaalota seeraan alaatiin saamamaa turan giddugaloota gabaa 8 ol
Obsaa Abdiisaa
1 May, 16:47
Oduu Gammachiisaa🖤❤️🤍Namoota Dubbisa jaalattaniif kitaabota dubbisuu barbaaddaniif,Manni Kitaabaa Finfinnee Daalattii (4 kiilootti) isiniif banameera. Itti goruun iyyaafadhaa. Kitaabota gabaa irraa dhabdanji akka isiniif maxxanfamu barbaaddanis eeruu kennuun nii dandaa’ama.https://vt.tiktok.com/ZS9aW4qPu/
Obsaa Abdiisaa
19 Apr, 07:12edited
https://vt.tiktok.com/ZSHK2pPdg
Obsaa Abdiisaa
9 Apr, 20:13
https://www.facebook.com/share/p/18AfUaFWxW/?mibextid=wwXIfrWaldaan Qorannoo Oromoo Fooramii Wixinee Qorannoo Kitaabaa gaggeesse.Waldaan Qorannoo Oromoo har'a Ebla 9/2026 mata dureewwan gurguddoo jaha (6) irratti qorannoowwan hojjachiisuuf hayyootaafi barsiisota Yuunivarsiitiilee garagaraa waliin fooramii gaggeesseera. Fooramiin kunis kitaabilee qorannoowwan mata duree armaan gadii jaharratti xiyyeeffatu ilaalchiseetu wixineen (piroppozaala) qorattootaan dhiyaatee yaadni karaa hirmaattotarraa ka'uun qaaccefameera. Mata duree kunneenis:-1. Seenaa Orom-duroo (Ancient Oromo History) Qorannoon kunis seenaa Orom-durii, keessumaa haala seenduubee ummata Kuush duriifi ammaa irratti kan xiyyeeffatu yoo ta'u, haala qubsumaafi bulchinsa Kuush naannoo Kaaba-baha Afrikaa jiraatu, akkasumas jalqabbii sirna Gadaafi falaasama amantii Oromoo giddugaleessa kan godhate ta'uu qorattootniFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
Obsaa Abdiisaa
8 Feb, 09:32
https://www.facebook.com/share/1M1S2zgpDa/?mibextid=wwXIfrFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
Obsaa Abdiisaa
6 Jan, 16:03
Sirni Gadaa Sirna guddaa ganamaa kan Oromoon ittiin wal bulchaa turee fi jirudha. Sirni Gadaa qe'ee Karrayyuu Fantaalle Tarree Leeditti, tuuti Gadaa Michillee tuuta Gadaa Halchiisatiif sirna Goobaa kennuu yeroo geggeessu!https://vm.tiktok.com/ZMDMYCfGq/
Obsaa Abdiisaa
9 Nov 2025, 05:40
Maqa-Najjoo 👉 መቀናጆ🤦🏽♂️https://www.facebook.com/share/r/17J9vPnsZy/?mibextid=wwXIfr
Obsaa Abdiisaa
8 Nov 2025, 12:42
Yuunivarsiitiin Amboo Waldaa Qorannoo Oromoo waliin waliigaltee mallaatteesse Yuunivarsiitiin Amboofi Waldaan Qorannoo Oromoo hojiiwwan qorannoo Oromoo irratti xiyyeeffataniifi biyyaafis bu’aa buusan irratti waliin hojjachuuf waliigalanii jiru. Waliigaltee kana kan mallatteessan gama Yuunivarsiitii Ambootiin itti aanaa Pirezidaantii Yuunivarsiitichaa Dr. Salamoon Maashoo yoo ta’an; isaanis haala waliigala Yuunivarsiitii Amboo ibsuun barbaachisummaa waligaltee kanaa ibsanii bu’uura waliigaltichaatiinis hojiiwwan bu’a qabeessa ta’an akka hojjetamuu danda’an abdii qaban ibsanii jiru. Gama Waldaa Qorannoo Oromootiin Hojii Raawwachiisaa Ol'aanaan Waldichaa Dr. Tafarii Buzaayyoo waliigaltee kana kan mallatteessan yoo ta’u; haala waliigala waldichaa erga ibsanii booda waliigalteen kun hariiroo dhaabbilee lamaanii akka cimsu eeranii hojiiwwan waliin hojjachuuf karoorfaman Falaasama Oromoo



Obsaa Abdiisaa
6 Nov 2025, 15:05
https://www.instagram.com/stories/obsabdisa/3759950282323706101?utm_source=ig_story_item_share&igsh=cTBzZm93cnVqZWNpInstagramInstagramPost might not be available4,930Open in Telegram
Obsaa Abdiisaa
5 Nov 2025, 19:24
We’re Hiring — Join the Digital Transformation Journey at Kerchanshe Group!As Ethiopia’s leading agro-industry group, Kerchanshe is expanding its Enterprise Systems and Applications Department — and we’re looking for passionate tech professionals to join our growing team! 🚀Open Positions: 🔹 Manager, Enterprise Solutions and Applications – Lead enterprise-level ERP and digital transformation projects across the Group. 🔹 ERP Specialist II – Configure, customize, and optimize ERP systems to drive performance and automation.📍 Location: Addis Ababa 🕓 Deadline: November 5, 2025 💼 Employment Type: Full-timeIf you’re ready to shape the future of enterprise systems and be part of Ethiopia’s most dynamic business group — apply now! 🌍📩 Send your CV & cover letter to hr@kerchanshe.com 👉 Use the subject line: “Manager, Enterprise Solutions and Applications” or “ERP Specialist II” 🔗


Obsaa Abdiisaa
26 Oct 2025, 20:40
Deggersa/filannoo daqiiqaa tokko nutti hin fudhanneen, obboleessa keenya badhaafamaa miiliyoonaa haa taassifnu🖤❤️🤍Dargaggoonni keenya dorgommii irratti argamu, dorgomichis badhaasa maallaqaa gurguddaa qaba.Fakkeenyaaf kan Obboleessi keenya Miinaa Mul(Astemari Mokonnin) irratti Chilalo Award irratti dorgomaa jiru, qarahii 1,000,000(miiliyoona tokko nama injifate badhaassisa.Qajeelummaan sagalee keenya haa kenninuufi. Vote haa goonu, vote gochuuf,Jalqaba Liinkii kana👇 tuqa https://www.tca2025.com/category/26 Gaafa tuqxan suuraa fi maqaakoo Tartiiba Qubee(spelling) dhaan waan jiruuf barbaaddanii tuqxu , erga tuqxanii 👉lakkoofsa bilbilaa keessan galchitanii login gootu 👉ergasii coden digit 4 karaa message (ergaa gabaabaa) bilbila keessanii isiniif gala isa itti guuttanii verify jettu.


Obsaa Abdiisaa
26 Oct 2025, 11:34
Dargaggoonni keenya dorgommii irratti argamu, dorgomichis badhaasa maallaqaa gurguddaa fi beekkamtii kennuu qaba.Rache Tesfayes, garee/category best live streamer jalatti kaadhimamaa dorgommii kanaa ta’ee argama,Qajeelummaan sagalee keenya haa kenninuufi. Vote haa goonu, vote gochuuf,Jalqaba Liinkii kana👇 tuqa https://www.tca2025.com/category/16 Gaafa tuqxan suuraa fi maqaakoo Tartiiba Qubee(alphabetically) dhaan waan jiruuf barbaaddanii tuqxu , erga tuqxanii 👉lakkoofsa bilbilaa keessan galchitanii login gootu 👉ergasii coden digit 4 karaa message (ergaa gabaabaa) bilbila keessanii isiniif gala isa itti guuttanii verify jettu.


Obsaa Abdiisaa
10 Oct 2025, 18:17
Waggaa dhufu irraa eegalee, ramaddiin barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo akka hin jirree fi muummee barnootaa barbaadan filannoo fi iyyata barataa qabxii darbiisaa fidee irratti hundaa’uun kennan beeksisaniiru.Mee gaarummaa moo miidhaa isaatu caala jettuu? Filannoon barattoota baay’ee walfakkaatee, yuunivarsiitiwwan Finfinnee irraa fagoo ta’an barattoota waan dhaban isinitti hin fakkaatuu?https://www.facebook.com/share/p/1BXpohyXJC/?mibextid=wwXIfr


Obsaa Abdiisaa
5 Oct 2025, 11:06
https://www.facebook.com/share/r/1BMkLQLaDk/?mibextid=wwXIfrFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
Obsaa Abdiisaa
28 Sept 2025, 19:27edited
Warra milkaa’ina hojii kanaaf tumse mara, akkuma dhaloonni ammaa isa darbe yaadatee dhala dhala isaanii badhaase, kan dhufu isaan haa yaadatu🥰🖤❤️🤍Waldaan Qorannoo Oromoo Kitaabota Afur Afaan Sadiin barreessaa ture, waliigala kitaabolii Torba eebbisiisee, dubbiftoota dhaqqabsiisee jira.Sirna eebbaa kana irratti President’n Mootummaa naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaa kan argaman yeroo ta’u, hojii hojjatamee fi hojjatamaa jirutti gammachuu qabaachuu isaanii ibsanii, “isin haayyonni bilisa ta’uun barreessaa, itti amantanii barreessitaniittu taanaan, yoo Nuuf, Nutti, Nurratti barreessitanis nuti gammachudhaan hojiiwwan(journals) keessan isiniif maxxansiifna. Maatii qaroowwan Oromoof oolmaa guddaa oolan lamaaf jechuunis , maatii Sheik Bakrii Saphaloo fi Dr. Haylee Fida’faatiif tumsa qarshii Shan Shanii nii goonaafi!” jechuun, waltajjii irratti dubbataniiru. Badhaasa WaldaaFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.Obsaa Abdiisaa pinned a photo
24 Sept 2025, 19:13

Obsaa Abdiisaa
24 Sept 2025, 18:54
Finfinnee Kaleessaa fi Har’aa kitaaba Hayyoota gurguddoo 14n barreeffame,….Waldaan Qorannoo Oromoo hirmaannaa beektonnii fi haayyoonni Oromoo taasisaniin qorannoowwan balla’aa fi gad-fagoon kan hoojjetaman kitaabile torba Afaan sadiin maxxansisee eebbisiisuuf qophii xumuree jiraachuu ibsa miidiyaa har’aa Hoteela ililliitti kenneen beeksiseera. Guyyaan eebbaa kitaabolii kanaa Fulbaana 18/2018 Waaree booda galmaa Hoteela Ililliitti akka taassifamis ifoomsaniiru.Kitaaboliin Eebbaaf qophaa’anis :- 1. Finfinnee:- Kaleessaa fi Har’aa (Hayyoota 14n kan mataduree 6 irratti kan qoratame) 2. ፊንፊኔ፡- ትላንት እና ዛሬ 3. Finfinnee :past and Present 4. A Partially Annotated Biblograpy of Oromoo Studies 5. In search of Knowledge: Some issues and Perpective on Oromoo Studies (8 articles of different wrtiers ) 6. The Gadaa System of Governace (by Dhinsaa Leephisaa) 7. Seera Caffee Oromoo – (Dhinsaa



Obsaa Abdiisaa
23 Sept 2025, 17:49edited
Finfinnee Kaleessaa fi Har’aa kitaaba Hayyoota gurguddoo 14n barreeffame,….Waldaan Qorannoo Oromoo hirmaannaa beektonnii fi haayyoonni Oromoo taasisaniin qorannoowwan balla’aa fi gad-fagoon kan hoojjetaman kitaabile torba Afaan sadiin maxxansisee eebbisiisuuf qophii xumuree jiraachuu ibsa miidiyaa har’aa Hoteela ililliitti kenneen beeksiseera. Guyyaan eebbaa kitaabolii kanaa Fulbaana 18/2018 Waaree booda galmaa Hoteela Ililliitti akka taassifamis ifoomsaniiru.Kitaaboliin Eebbaaf qophaa’anis :- 1. Finfinnee:- Kaleessaa fi Har’aa (Hayyoota 14n kan mataduree 6 irratti kan qoratame) 2. ፊንፊኔ፡- ትላንት እና ዛሬ 3. Finfinnee :past and Present 4. A Partially Annotated Biblograpy of Oromoo Studies 5. In search of Knowledge: Some issues and Perpective on Oromoo Studies (8 articles of different wrtiers ) 6. The Gadaa System of Governace (by Dhinsaa Leephisaa) 7. Seera Caffee Oromoo – (Dhinsaa


Obsaa Abdiisaa
4 Sept 2025, 06:19
https://vm.tiktok.com/ZMAMbhes7
Obsaa Abdiisaa
5 Aug 2025, 19:48
https://www.facebook.com/share/v/19nCozkmaR/?mibextid=wwXIfrFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
