Latest posts

Odaa Tarbii
18 Apr 2024, 23:18
forwarded from @arraataabiyyoolessaaoromiyaa
Kutaa 2'ssoo Gaaffii fi Deebii Ajalaa Ol'aanaa ABO-WBO, Jaal Marroo fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu Abbooyeetitti dhiyaadhaa !Dhaamsiif waamichi isaan Oromoof taasisan Oromoo hunda bira akka ga'uuf namuu karaa danda'e qoqqoodee waliin haa ga'u !
Odaa Tarbii
29 Feb 2024, 01:07
Waraanni Bilisummaa Oromoo zoonii GG mooraa barnoota garagaraa keessatti barnoota siyaasaa, waraanaa fi ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise.https://fb.watch/qvgr5kaam8/


Odaa Tarbii
29 Feb 2024, 01:07
forwarded from @arraataabiyyoolessaaoromiyaa





Odaa Tarbii
27 Feb 2024, 10:29
forwarded from @jabeessaawbo
★ #Gadda😥😥Aana Qarsaa Maallimaa keessa Gafaa Guraandhala 22/2024 ykn 12/06/016 Namoota 4 Dhiira 4 fi Dubartii tokko Daandii Gubbaati osoo hawwaasni ilaalu ajjefye Kan Maqaa Amma Nu gahe Kunooti 1). #Geetuu 2). #Dajanee 3). #Shittoo Yoo ta’an Nama Lama immoo maqaan nun geenye. Gumaan keessan Dachaan baati. Maatifi Firootaf Jajjabina Hawwina.መረጃ፦አሁን በደረሰን መረጃ ይህ ድርጊት የተፈጸመው በቀርሳ ማሊማ ወረዳ በ22/02/24 እንደሆነ ታውቀዋል የተያዙትም 4 ወንዶችና 4 ሴቶች ሲሆኑ አንደኛዋን ሴት ህዝብ እያየ አደባባይ ላይ ሲረሽኗት ለአሁን ስማቸው የደረሰን 1- #ጌቱ 2- #ደጀኔ 3- #ሽቶ ይባላሉ የሁለቱ ስም ለጊዜው አልደረሰንም.....ለቤተሰቦቻቸው መጽናናትን እየተመኝን..... የናንተን ደም በደም ለመበቀል ዛሬም ወንድሞቻችሁ በደጅ አለን!!!!




Odaa Tarbii
27 Feb 2024, 10:29
On February 22nd, a young woman and 4 young men were summarily executed in front of the public by regime forces in Qarsa Malima, Southwest Shawa.
Odaa Tarbii
23 Feb 2024, 16:44
"Gorsaan Shimelis duraanii Rooyitarsiif akka himanitti, “dhimma barbaachisoo, kan akka ajjeechaa namoota beekamoo” keessatti ajajni kan dhufu Shimelis Abdisa ykn Ararsa Mardasa, komishinara poolisii Oromiyaa, hanga bara darbe itti gaafatamaa nageenyaa ta’ee guddatutti."https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
Odaa Tarbii
23 Feb 2024, 16:04edited
"Akka qorannoo Rooyitars gaggeessetti koreen dhoksaa kan Shimelis Abdisaa, Awalu Abdu, Ararsa Mardasaa, Fiqaaduu Tessemaa fi qondaaltota nageenyaa fi siyaasaa biroo 6 kan maqaan isaanii hin dhahamne of keessaa qabu jira.Koreen kun yeroo yerootti walga’ee eenyu akka ajjeefamuu fi eenyu akka hidhamu irratti mari’ata. Ajaja isaanii malee ajjeechaan Oromiyaa keessatti hin raawwatamu. Abiy Ahmad walga'iiwwan kanneen irratti hirmaachuu baatus koreen kun ajaja isaatin bara 2018 uumame.Rooyitars akka gabaasetti ajjeechaan namoota Oromiyaa keessati hiriira bahanii rasaasaan rukkutaman ajaja koree kanaan raawwatame. Dabalataanis jaarsoliin Karrayyuu akka ajjeefaman kan ajajes koree kana."https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
Odaa Tarbii
23 Feb 2024, 14:42
“A secretive committee of senior officials in Ethiopia’s largest and most populous region, Oromiya, has ordered extra-judicial killings and illegal detentions to crush an insurgency there, a Reuters investigation has found.Reuters interviewed more than 30 federal and local officials, judges, lawyers and victims of abuses by authorities. The agency also reviewed documents drafted by local political and judicial authorities. These interviews and documents for the first time shed light on the workings of the Koree Nageenyaa – Security Committee in the Oromo language - which began operating in the months after Prime Minister Abiy Ahmed came to power in 2018. The committee’s existence has not been previously reported.”https://www.reuters.com/investigates/special-report/ethiopia-violence-committee/
Odaa Tarbii
17 Feb 2024, 19:56
NEWS: Graduation Ceremony of New Trainees in the OLA Central Zone (February 2024)https://www.olf-olahq.org/post/news-graduation-ceremony-of-new-trainees-in-the-ola-central-zone-february-2024Togel Hongkong Hari Ini Keluaran Data HK Prize Situs Pengeluaran Togel HK Pools Result Toto HK LottoTogel hongkong lotto 4d menyajikan angka keluaran hk & pengeluaran hk pools melalui data result hk hari ini resmi langsung dari situs togel toto hk prize.
Odaa Tarbii
2 Feb 2024, 22:46
This Facebook account is impersonating me and creating a lot of confusion. Please click the link below and report it:https://www.facebook.com/OdaaTarbii?mibextid=LQQJ4d


Odaa Tarbii
9 Jan 2024, 21:04
forwarded from @arraataabiyyoolessaaoromiyaa
https://rumble.com/v4615xw-qophii-arraata-biyyoolessa-oromiyaa-amajjii-9-2023.html
Odaa Tarbii
9 Jan 2024, 21:04
Hubadhaa: Facebook irratti namni maqaa kiyyatti fayyadamee burjaajii uumaa akka jiru dhaga'eera. Peejiin maqaa "Odaa Tarbii" fayyadamu kamiyyuu soba. Fuula Facebook kan koo isa kana: facebook.com/Sagalee.GaachanaFacebookLog in or sign up to viewSee posts, photos and more on Facebook.
Odaa Tarbii
9 Jan 2024, 07:36
forwarded from @kmn12345medianetwork
https://youtu.be/oFhH7OILvb0YouTubeወደብ እና መዘዙ በአፍሪቃ ቀንድ#kmn #kush Holocaust
Odaa Tarbii
9 Jan 2024, 07:35
Oromiyaan ni bilisoomti, hin shakkinaa!
Odaa Tarbii
27 Dec 2023, 05:50
Military Update No: 2023-12-26https://www.olf-olahq.org/post/military-update-no-2023-12-26Togel Hongkong Hari Ini Keluaran Data HK Prize Situs Pengeluaran Togel HK Pools Result Toto HK LottoTogel hongkong lotto 4d menyajikan angka keluaran hk & pengeluaran hk pools melalui data result hk hari ini resmi langsung dari situs togel toto hk prize.
Odaa Tarbii
26 Dec 2023, 22:55
Over 5300 killings of Oromo civilians have now been recorded by OSG since Abiy Ahmed began his campaign at the end of 2018 to wipe out the Qeerroo movement and then the Oromo Liberation Army (OLA) and its support base.FULL REPORT
Odaa Tarbii
25 Nov 2023, 03:25
Mariin araaraaf torban darbe geggeeffame bu'aa wareegamtoota WBO fi qeerrooti. Dhugaan jiru kanuma. Galatni keessan bilisummaa haa ta'u!
Odaa Tarbii
25 Nov 2023, 03:12



Odaa Tarbii
25 Nov 2023, 03:11
Akeekkachiisa!Sirni faashistii adeemsa WBOn akka rifatee fi duula diroonii isaa cimsuuf akka yaadu odeeffannoo arganneerra. Kanneen armaan gadii yaada keessa galchuun barbaachisaadha:⁃ Tokkoon tokkoon diroonii kanaa misaa’ela 4 dhukaasu akka danda’u. ⁃ Dirooniin kun sa'aatii 27f qilleensa keessa turuu danda'a. ⁃ Dirooniin kun buufata to'annoo isaanii Bishooftuu fi Asoosaa irraa hanga kiiloo meetira 300 deemuu danda'a. ⁃ Dirooniin kun fageenya km 15 irraa bakka tokkotti misaa'ela dhukaasuu danda'a. ⁃ Dirooniin halkan illee ho'a qaamaa arguu danda'a. Garuu bosonaa fi gamoo keessaa darbee arguu hin danda’u. ⁃ Kallattii misaa’ela diroonii erga dhukaafamee booda operetera dirooniitiin jijjiiramuu danda’a. ⁃ Sirni faashistii humni isaa erga injifatamee booda naannoo namoonni nagaa jiraatan irratti xiyyeeffatee hojjechaa jira. Kanaaf lola booda of eeggannoo gochuun barbaachisaa dha. ⁃ Dhohi
Odaa Tarbii
24 Nov 2023, 23:56
forwarded from @arraataabiyyoolessaaoromiyaa
Godina Bunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaatti haleellaa diroonii mootummaan Uummata fayyaalessaa irratti raawwateen lubbuun namoota 25 olii ba'uufi konkolaattota dabalatee qabeenyaan heedduun barbadaa'uu gabaasnee turuun keenya ni yaadatama.Namoonni heedduunis madaa'uun kaan ammoo qaamaa kan hir'atan yoo ta'u, suuraan kun daa'imman haleellaa kanaan miidhamanidha.



Related Channels
Other channels in the same section of the catalogue.
