gram news
Oro Sport Zone channel avatar

Oro Sport Zone

@oroosportzone

Our main channel @BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport

ProjectsENSports

81,800subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 21:01

    በቤቲንግ ብር እየተበላችሁ የምትገኙ በሙሉ ይሄ ቻናል ለናንተ ነው ምርጥ ቲፕ የምታገኙበትን ቻናል ይዘን መጥተናል ✅ማየት ማመን ነው 🏆👇
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 20:29

    ሙሌ ስፖርት ✅በኢትዮጵያ ትልቁን የስፖርት ቻናል አሁኑኑ ይቀላቀላሉ እንዳያመልጦዎ👇ሁሉንም አይነት መረጃ በአንድ ላይ ያገኛሉ ይቀላቀላሉ 👇
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 18:03

    ተማሪ ነህ ⁉️
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 17:24

    ⌛️ ከ10 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል ⌛️💸 የ250 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!⚽️በእግር ኳስ ታሪክ ብዙ ግብ ያስቆጠረው ተጫዋች ማነው???🤔🤔🤔
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 17:22

    🏆 የዘንድሮዉን ፕሪሚየር ሊግ ዋንጫ ማን ያነሳል❓
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 15:40

    🗣 Kiristiyaanoo Roonaaldoo:"Kubbaa miilaa irratti waan hunda injifadheera, garuu osoon waancaa biraa Poorchugaal waliin Yesuus jalatti moo'achuu danda'ee baay'ee gaarii ta'a."𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
    1,160102Open in Telegram
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 14:13edited

    Yunaayitid galii rikardii ta'e argachuu hime.Maanchestar Yunaayitid bara dorgommii 2025/26 seenaa kilabichaa keessatti galii rikardii galmeessisuu beeksise.Yunaayitid bara darbe waltajjii Awurooppaa irratti hirmaachuu baatus galii paawundii miiliyoona 600 fi miiliyoona 77.6 argachuu isaa beeksiseera.Hojii gaggeessaan olaanaan Maanchestar Yunaayitid Omar Beraadaa “Seenaa kilabichaa keessatti galii rikardii galmeessisuu keenyatti gammadneerra” jedhan.''Waggoota lamaan darban keessatti hojiin hojjenne dhiibbaa jiru kan agarsiisee dha,'' kan jedhan hogganaan kun, "Daandii sirrii irra akka jirru agarsiisa" jedhan.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
    1,22021Open in Telegram
  • Oro Sport Zone

    23 Sept, 14:12edited

    🟢Kaadhimamtoota taphataa cimaa Maanchister Yunaayitid baatii fulbaana.Koobii Meeynuu Maatiyaas Kunyaa Yuurii Teelimaans𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 19:17

    ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋልየ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 19:16

    የየትኛው ክለብ ደጋፊ ናችሁ የክለባችሁን ቻናል በመምረጥ ተቀላቀሉ ❗️❗️
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 12:11edited

    Artetaan Arsenaal waliin kontiraata haaraa yeroo dheeraaf walii galeera!![ Saam ] .𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 11:57

    forwarded from @barogames

    🌼🔥 Alem Birre Ney Ney — Kennaa addaa Mesqalaa! 🔥🌼Baro Games irratti sababa ayyaana Mesqalaaf qarshii deepoziitii isa jalqabaa yoo galchitan boonasii 100% argadhaa! Chicken Road 2, Aviator, JetX, Keno fi Multi Hot 5 taphachaa ayyaanichaa mo'icha guddaan miidhagsaa! Ammuma galmaa'aa! 💰✨📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com 👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport1
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 09:19edited

    Taphattoota Pirimiliigii Ingilaand hanga ammaatti goolii hedduu gumaachan(Assist + Goal)⚽️🎯𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 08:53

    Taphataa Cheelsiin haaraa mallatteesse Morgaan Rojeers bara kana taphattoota kilabii haaraaf mallatteessan kamiyyuu caalaa dorgommii hunda irratti kallattiin galchiiwwan hedduu irratti hirmaateera.⚽ Goolii 3 🅰️ Kubbaa mijeessee kenne 4 Hirmaannaa goolii 7𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 08:40

    Baarseloonaan in danda'amne▪️Taphoota 8 bara kana dorgommii hunda irratti▪️8 taphoota ⭐ 8 Injifaate 🤝 0 qixa ❗ 0 mo'ame ➜ Laaligaa irratti qabxii 21 galmeesse▪️Gooliiwwan 36 galchaniiru ▪️Gooliiwwan 8 irratii galaniiru𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 05:44

    forwarded from @barogames

    🍀🔥 Taphadhaa bashannanaa — 100% FIRST DEPOSIT BONUS! 🔥🍀Baro Games irratti tapha Clover Flames taphachaa qarshii deepoziitii isa jalqabaa yoo galchitan 100% FIRST DEPOSIT BONUS argadhaa! Taphadhaa, abbaa mo'icha guddaa ta'aa! Ammuma galmaa'aa! 💰✨📲 Register & Play: 👉 https://Barogames.com 👉 Play in Telegram: @barogames_bot━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 📣 Chaanaalii: t.me/barogames 🎧 Deeggarsa: @Barosupport1
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    22 Sept, 04:52edited

    Badhaasa Ballon d'or: Falmii olaantummaa Baareloonaa fi Riyaal Maadiriid ta'ee dhufaa jiruBadhaasa Ballon d'or fudhachuun kan akka taphattoota kilaboota gurguddoo Ispeen 2'n Baarseloonaa fi Riyaal Maadiriid milkaa'e hin jiru.Taphattoonni kilaboota lamaanii si'a kudha lama, kudha lama badhaasa Ballon d'or fudhachuun 1ffaan dursaaa jiru.Barana Kiliyaanii fi Yaamaal keessaa tokko kan fudhatu taanaan sadarkaa 1ffaa kophaatti dhuunfatu; kun ta'uun deeggartoota, hoggaantootaa, fi taphattoota kilaboota 2'nii gidduutti hiikaa akkamii akka qabu hubachuun salphaadha.Kanumaaf fakkaata hoggantoonni kilaboota 2'nii taphataan isaanii akka injifatuuf dhoksaan duula sagalee kennaafii cimsanii gaggeessaaa kan jiran.Kiliyaanii fi Yaamaalis dhimma badhaasa Ballon d'or irratti afaan jala erga wa-bahuu eegalanii bubbulanii jiru.Kiliyaan gahumsi koo bara darbee badhaasa kana na gonfachiisa yaada
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    21 Sept, 15:18

    Akka #OptaProbability jedhutti carraa bara kana Piriimiyerliigii injifachuu Kilaboota:◉ %43.65 - Arsenaal ◉ %39.76 - Maan Siitii ◉ %5.71 - Liiverpuul ◉ %4.15 - Biraayitan ◉ %0.95 - Cheelsii𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    21 Sept, 15:15

    Ruuben Amoorim 🗣"Dogoggora Maanchister keessatti hojjedhe irra deebi'ee hojjechuu hin barbaadu.𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
  • Oro Sport Zone

    21 Sept, 14:51

    Taphoota Maanchister Yuunaayitid ittii aanaan 6n𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @OrooSportZone 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
    Image from a post by Oro Sport ZoneImage from a post by Oro Sport Zone
    1,740831Open in Telegram