gram news
Siinqee Bank channel avatar

Siinqee Bank

@siinqeebanksc

Siinqee Bank – Licensed by National Bank of Ethiopia (NBE) Official Account - https://t.me/SiinqeeBanksc 🌐 https://siinqeebank.com 📍 Ethiopia | Available 24/7 📞 +25111 557 1160 / 871

ProjectsENFinanceVerified by Telegram

41,444subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Siinqee Bank

    13 Nov, 12:35

    Wa’ee Baankii keenyaa fi tajaajila inni kennu irratti Odeeffannoowwan amansiisaa fi yeroo isaa eeggate argachuuf marsariitii keenya mootummaa daawwadhaa.🌐 https://siinqeebank.com/✅ Waa’ee tajaajiloota Baankii keenya ✅ Odeeffannoowwan sharafa alaa ✅ Filannoowwan qusannaa fi liqii ✅ Tajaajila baankii idil-addunyaa ✅ Beeksisa caalbaasii (Bid Announcements) ✅ Oduu fi beeksisawwan adda addaa ✅ Akkasumas odeeffannoowwan hedduu bakka tokkotti.Baankii Siinqee Tokummaan Gara Milkaa’inaa!ስለምንሰጠው አገልግሎቶቻችን እና አዳዲስና ወቅታዊ መረጃዎቻችን ትክክለኛና ወቅታዊ መረጃ ለማግኘት የሲንቄ ባንክን ኦፊሴላዊ ድረ ገጽ ይጎብኙ። 🌐 https://siinqeebank.com/ በድረ ገጻችን ላይ ያገኛሉ፦ ✅ የባንኩን የቅርብ ጊዜ ምርቶችና አገልግሎቶች ✅ የውጭ ምንዛሬ ወቅታዊ መረጃዎች ✅ የቁጠባና የብድር አማራጮች ✅ ዓለም አቀፍ የባንክ አገልግሎቶች ✅ የጨረታ ማስታወቂያዎች ✅ ዜናዎችና ኦፊሴላዊ ማስታወቂያዎች ✅ እና ሌሎች በርካታ ጠቃሚ መረጃዎች።ሲንቄ ባንክ በአንድነት ወደ ስኬትLooking for reliable and up-to-date banking information? Visit our official website: https://siinqeebank.com/Explore: ✅ Our latest products and services ✅ Foreign exchange updates ✅ Savings and loan solutions ✅ International banking services ✅ Bid announcements ✅ News and official updates ✅ And much more—all in one place.
    2,620111Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    13 Nov, 06:09

    Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    3,38062Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    13 Nov, 04:04

    Jum'aa khayiriin guutame isiniif haa ta'u!በኸይር የተሞላ ጁምዓ ይሁንልዎ!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    3,40081Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    12 Nov, 10:36

    Yeroo hanqinni maallaqaa tasa isin mudatu, filannoon keessan jalqabaa, Bilbila harkaa keessan irraa kan liqeessee hir’uu keessan kan guutu, tajaajila liqii Dijitaalaa Baankii Siinqee Wabii fayyadamuun rakkoo keessan itti oolaa.የገንዘብ እጥረት ሲያጋጥምዎ ከእጅ ስልክዎ የጎደልዎትን የሚሞሉበት የችግር ጊዜ ዋስትናዎ የሆነው የሲንቄ ባንክ ወቢ ዲጂታል የብድር አገልግሎትን በመጠቀም አስቸኳይ የገንዘብ ፍላጎትዎን ያሟሉ፡፡Handle your urgent financial needs instantly with Siinqee Bank’s Wabii Digital Loan Service—your reliable financial emergency solution, right from your mobile phone.#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
    4,540411Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    12 Nov, 06:01

    Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    4,600641Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    11 Nov, 10:24

    👉 Kaardiiwwan Baankii Siinqee fayyadamaa, kaffaltii keessan haala salphaan Raawwadhaa! Bittaa rawwatanii fi kaffaltii tajaajilaa keessan Kaardii Baankii Siinqee fayyadamuun haala saffisaan, salphaa fi amansiisaan raawwadhaa. ❇️Giddugala daldalaa keessatti bittaa raawwachuuf ❇️ Kaffaltii tajaajilaa keessan haala salphaa ta’een kaffaluuf ❇️ Kaffaltii keessan saffisaa, salphaa fi mijataa taasisuuf!TOKKUMMAAN GARA MILKAA’INAATTI!👉 በሲንቄ ባንክ ካርድ በቀላሉ ይክፈሉ! ግዢዎን እና የዕለት ተዕለት ክፍያዎን በሲንቄ ባንክ ካርዶች በፍጥነት፣ በቀላሉ እና ያለምንም ውጣ ውረድ ይፈጽሙ። ❇️ በገበያ ማዕከላት ሲገዙ ❇️በተለያዩ የአገልግሎት ማዕከላት ሲከፍሉ ❇️ ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ !በአንድነት ወደ ስኬት👉Tap. Pay. Enjoy! Make every purchase quick, easy, and effortless with your Siinqee Bank Card. ❇️ Shop with ease at shopping centers ❇️ Pay conveniently at service centers ❇️ Enjoy fast and seamless payments wherever cards are accepted.Siinqee Bank Cards — your easy way to pay.EMPOWERED. TOGETHER!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
    5,3902021Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    11 Nov, 05:59

    Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    5,13061Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    10 Nov, 10:23

    Waa’ee Baankii keenyaa, tajaajila inni kennuu fi gita hojii banaa Baankiin keenya baasu akkasumas, odeeffannoo haaraa fi wayitawaa argachuuf fuula Miidiyaa hawaasaa keenya mirkanaa'e(verified) hordofuun, maatii Baankii keenyaa ta’aa.ስለባንካችን እና ስለሚሰጣቸው አገልግሎቶች እንዲሁም ክፍት የስራ ማስታወቂያዎች ጨምሮ አዳዲስ እና ወቅታዊ መረጃዎችን ለማግኘት ትክከለኛውን የባንካችን የማህበራዊ ሚዲያ ገፆች ቤተሰብ ይሁኑ።Follow our verified social media pages to learn more about our bank, explore the services we offer, discover new job opportunities, and stay updated with the latest news and announcements.👉Telegram ➲ https://t.me/SiinqeeBanksc 👉Facebook ➲ https://www.facebook.com/siinqeebank 👉X ➲ https://x.com/SiinqeeBank 👉YouTube ➲ https://www.youtube.com/@siinqee_bank 👉Instagram ➲ https://www.instagram.com/siinqee.bank/ 👉LinkedIn ➲ https://www.linkedin.com/company/siinqeebank 👉TikTok ➲ https://www.tiktok.com/@siinqeebank 👉WhatsApp ➲ https://whatsapp.com/channel/0029Vb65yYb7tkj5zMbVdN2N 👉Website ➲ https://siinqeebank.com
    5,650141111Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    22 Sept, 06:08

    🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
  • Siinqee Bank

    21 Sept, 13:01edited

    Habayyi Yahoxxi Ugudina Xumminne Afisukko (2019 H.D) Siinqe'i Baank danaam ugud ihoo'isina mixookko Habayyi Afisukko!Siinqe'i Baank Mateeyyoominne Er-Makkanne!እንኳን ለ2019 ዓ.ም ለሃዲያ ዘመን መለወጫ ያሆዴ በዓል በሠለም አደረሳችሁ። መልካም በዓል!ሲንቄ ባንክ በአንድነት ወደ ስኬት!Baga Ayyaana Bara Haaraa Yaahodee (2019) Nagaan Geessan! Ayyaaana Gaarii!Baankii Siinqee Tokkummaan Gara Milkaa'inaatti!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
    4,6501131Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    21 Sept, 09:10

    Ibsa GaddaaBoordiin Daayireekterootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Siinqee du’aan boqochuu hojjetaa Baankii keenyaa Damee Buttaajiraa kan turan Obbo Fadiluu Saanii Nuuriitti gadda itti dhagahame ibsaa Maatii, Firoottan isaanii fi Waahillaan hojii isaaniitiif jajjabina hawwu.የሀዘን ግለጫየሲንቄ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች፤ የባንካችን ቡታጅራ ቅርንጫፍ ባልደረባ የነበሩት አቶ ፈድሉ ሳኒ ኑሪ ከዚህ አለም በሞት በመለየታቸው የተሰማቸዉን ጥልቅ ሀዘን እየገለፁ ለስራ ባልደረቦቻቸው፣ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    5,340451375Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    21 Sept, 05:57

    🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
  • Siinqee Bank

    21 Sept, 03:15

    Torbee hojii itti milkooftanii fi carraaqqiin keessan firii qabeessa itti ta'u isiniif haawwina!ጥረታችሁ ፍሬያማ የሚሆንበት ስኬታማ ሳምንት ይሁንላችሁ!Wishing you a successful week ahead, filled with fruitful results from all your efforts.#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
    5,050981111Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    19 Sept, 16:49edited

    Guyyaa boqonnaa eebbifamaa, waan gaarii hundaan guutame isiniif haa ta'u!መልካሙ ሁሉ የሚያጋጥምዎ ብሩክ ሰንበት ይሁንልዎ!Have a Blessed weekend!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
    5,8101571Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    19 Sept, 10:08

    Hashshu Wolaiyitta deriyaa Layita Lamiya "Giffataw"Saruwan Gattes.እንኳን ለወላይታ ብሔር የዘመን መለወጫ ጊፋታ በዓል በሠላም አደረሳችሁBaga Kabaja Ayyaana bara haaraa Saba Walaayittaa 'Gifaataa, Nagaan geessan!#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
    5,890211011Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    19 Sept, 07:30edited

    🌼🌼🌼 Karaa Baankii keenyaa Fudhadhaa,Sharafadhaa ; Kennaa dabalataa Qar. 10 argadhaa!በባንካችን ይቀበሉ፤ ይመንዝሩ፤ ተጨማሪ 10 ብር ጉርሻ ያግኙ!Receive,exchange and enjoy an extra ETB 10 bonus🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    5,91042Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    19 Sept, 05:16

    Waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa (Faayidaa) keessan lakkoofsa Herreega Baankii waliin wal qabsiistaniittuu?Kabajamtoota maamiltoota keenya, Bu’uura qajeelfama Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa baaseen Maamiltoonni keenyaa magaalota: Finfinnee, Harar, Dirre Dhawaa, Bahirdaar, Gondar, Dasee, Dabra Birahaan, Kombolchaa, Hawaasaa, Arbaa Minci, Walaayittaa Sooddoo, Hoosa’anaa, Waraabee, Buttaajiraa, Walqixxee, Shaggar, Jimmaa, Adaamaa, Shaashamannee, Bishooftu, Baatuu, Amboo, Maqalee, Aksuum, Adigiraat, Magaalaa Gaambeellaa fi Asoosaa keessatti argamtan hanga Caamsaa 6 bara 2018 ALI tti(May 14, 2026) xumuramuun isaa ni yaadatama.Haata’u malee, Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa kallattii haaraa kaa’een maamiltoota kutaalee Itoophiyaa biroo ykn magaalota armaan olitti eeraman ala jiran hanga Waxabajjii 30 bara 2018 ALItti (July 07, 2026) lakkoofsa herrega Faayidaa (National ID) waliin akka wal
    6,0201231Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    19 Sept, 05:16

  • Siinqee Bank

    18 Sept, 04:13

    Guyyaa itti dalagaan keeyrii keessan itti qeebalamuu fi Jum'aa barakaan guutame isiniif haa ta’u!ኬይር ስራዎት መቅቡል የሚሆንበት እና በበረካ የተሞላ ጁምዓ ይሁንልዎ !#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER
    7,220188211Open in Telegram
  • Siinqee Bank

    17 Sept, 12:15

    👉 Kaardiiwwan Baankii Siinqee fayyadamaa, kaffaltii keessan haala salphaan Raawwadhaa! Bittaa rawwatanii fi kaffaltii tajaajilaa keessan Kaardii Baankii Siinqee fayyadamuun haala saffisaan, salphaa fi amansiisaan raawwadhaa. ❇️Giddugala daldalaa keessatti bittaa raawwachuuf ❇️ Kaffaltii tajaajilaa keessan haala salphaa ta’een kaffaluuf ❇️ Kaffaltii keessan saffisaa, salphaa fi mijataa taasisuuf!TOKKUMMAAN GARA MILKAA’INAATTI!👉 በሲንቄ ባንክ ካርድ በቀላሉ ይክፈሉ! ግዢዎን እና የዕለት ተዕለት ክፍያዎን በሲንቄ ባንክ ካርዶች በፍጥነት፣ በቀላሉ እና ያለምንም ውጣ ውረድ ይፈጽሙ። ❇️ በገበያ ማዕከላት ሲገዙ ❇️በተለያዩ የአገልግሎት ማዕከላት ሲከፍሉ ❇️ ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ !በአንድነት ወደ ስኬት👉Tap. Pay. Enjoy! Make every purchase quick, easy, and effortless with your Siinqee Bank Card. ❇️ Shop with ease at shopping centers ❇️ Pay conveniently at service centers
    7,7602022Open in Telegram
Download the series as CSV
A feedback bot for your channel — free

Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.

How it works →
Create the bot