gram news
SIKKOO MEDIA channel avatar

SIKKOO MEDIA

@sikkoomedia

Information is knowledge , knowledge is power

ProjectsENFinance

30,456subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • SIKKOO MEDIA

    12 Nov, 19:21

    Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Sagantaa Galmee Qormaata Ba’iinsaa (Exit Exam) fi Qormaata Seensaa Digirii Lammaffaa (NGAT) Bara 2019 Ifoomse!Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa (EAES) qormaata ba’iinsaa fi seensaa dhaabbilee barnoota olaanoo walakkaa waggaa bara 2019 A.L.I’tiif sagantaa galmee ifoomseera. Haaluma kanaan, galmeen qoramtota qormaata ba’iinsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa Sadaasa 04 hanga 10, 2019 A.L.Itti kan gaggeeffamu yoo ta’u, galmeen qoramtota dhaabbilee dhuunfaa fi barattoota irra deebiin qoramanii immoo Sadaasa 11 hanga 17, 2019 A.L.Itti ni raawwatama. Dabalataanis, galmeen Qormaata Seensaa Barnoota Digirii Lammaffaa (NGAT) Sadaasa 10 hanga 30, 2019 A.L.Itti sirna galmee ofiin-of galmeessuu (Self-Registration System) fayyadamuun kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera.Tajaajilichi dhaabbileen barnoota olaanoo hojiiwwan qophii duraa xumuruun qoramtota isaanii gabatee yeroo kaa’ame keessatti akka galmeessisan hubachiiseera. Kaffaltiin galmee qormaata kanaas tariifaa kaffaltii haaraa Manni Maree Ministirootaa raggaasise irratti hundaa’uun kan raawwatamu ta’uu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.@sikkoomedia
  • SIKKOO MEDIA

    11 Nov, 07:57

    🚀Fully Funded Kuwait University Scholarship 2026/2027 for Ethiopian Students🚀✨Are you an Ethiopian student who recently completed secondary school and wants to pursue higher education abroad? The Kuwait University, in collaboration with the Ethiopian Embassy in Kuwait, is offering fully funded scholarships for the 2026/2027 academic year.What You’ll Gain: 🔹Fully funded university education 🔹Opportunity to study at Kuwait University 🔹Access to one of three academic fieldsWho Can Apply? 🔸Ethiopian students 🔸Students who completed secondary education in 2024/2025 or 2025/2026 🔸Applicants interested in Natural Sciences, Social Sciences, or Sharia (Islamic Studies)🎯Fields: Natural Sciences, Social Sciences, and Sharia (Islamic Studies) ✍Academic Year: 2026/2027 (Second Semester) 📍Location: Kuwait 📌University: Kuwait University🔗Submit your application in person at the Ethiopian Embassy in Kuwait, with the required academic documents.📝Deadline: November 12, 2026“If this isn’t for you, please share it with others who might be interested.”🙏Follow us👇for more opportunities @sikkoomedia
    3,390261Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    11 Nov, 06:13

    🚀Fully funded Residential Technology Scholarships for Young African Women🚀✨Are you a young woman aged 19–22 interested in technology, innovation, and building a career in the tech industry? AkiraChix is inviting applications for its codeHive Class of 2027, a fully funded, one-year residential programme designed to equip young women with practical technology skills and prepare them for future careers.What You’ll Gain: 🔹Full scholarship for the programme 🔹Intensive technology training 🔹Hands-on experience through real-world projects 🔹Practical software development skills 🔹Mentorship and professional development 🔹Opportunities to build connections within the tech industryWho Can Apply? 🔸Young women aged 19–22 🔸High school graduates from eligible African countries 🔸Ethiopian applicants with at least 70% in the required subjects 🔸Young women with strong interests in mathematics, science, and technology 🔸Applicants fluent in English 🔸Individuals available for full-time residential study in Kenya⏳Duration: 1 year ✍Format: Full-time residential 📍Location: Nairobi, KenyaInformation Session: 📅Date: November 12, 2026 ⏰Time: 4:00 PM ✍Format: Online 🔗Join info session: https://meet.google.com/qmc-rfwd-eib🔗Apply: https://akirachix.com/📝Deadline: Rolling basis“If this isn’t for you, please share it with others who might be interested.”🙏Follow us👇for more opportunities @sikkomedia
    GoogleReal-time meetings by Google. Using your browser, share your video, desktop, and presentations with teammates and customers.
  • SIKKOO MEDIA

    9 Nov, 18:50

    #Breaking‼️ Olompiikii Dargaggootaa Addunyaa 4ffaa Daakaaritti dorgomamaa jiruun, Atileet Wabii Waajjiraa fiigicha meetira 1500 injifate.Fiigicha kanas daqiiqaa 3 fi seekoondii 58 fi Maayikiroo Seekoondii 73’n xumuruun 1ffaa bahe. Atileet Wabiin Itiyoophiyaaf Meedaaliyaa warqii 2ffaa argamsiiseera.Atileet Juuneddiin Abdoo dorgommii olompikii dargaggoota Addunyaarratti fiigicha gufachiisaa fageenya meetira 2000 hirmaachuun Meedaaliyaa Warqii argamsiiseera.Atileet Netsaannat Solomoon dorgommii olompikii dargaggoota Addunyaarratti fiigicha fageenya 800M irratti hirmaachuun Meedaaliyaa Warqee 3ffaa argamsiifte.#athletics #Ethiopia@sikkoomedia
    3,360276Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    9 Nov, 14:47

    Yunivarsiitiin Aadiigiraat yeroo ammaa barattoota isaa yeroo muraasaaf gara yunivarsiitiiwwan birootti ramadamanii barachaa turan simachaa jira.Simannaa barattootaa: (Suuraan)#AdigratUniversity@sikkomedia
  • SIKKOO MEDIA

    8 Nov, 10:17

    #sikkoomedia_Alerts📣🚀Calling All Student Innovators: Join the Dev3pack Global Hackathon 2026🚀✨Are you a student passionate about technology, AI, and blockchain? Join Dev3pack Global Hackathon 2026, the largest Solana university hackathon, and collaborate with students worldwide to build innovative applications, showcase your ideas, and compete for exciting prizes. You can participate online or join the local build station in Addis Ababa.What You’ll Gain: 🔹Compete for $10,000+ for the Best App Overall on Solana 🔹Opportunity to win $500 local-track prizes in selected countries 🔹Chance to win Solana Seeker Phones for the best mobile app 🔹Access to $2,500+ in student perks per student 🔹Connect with students, mentors, and tech communities worldwide 🔹Opportunity to join the Bridge AcceleratorWho Can Apply? 🔸University students from around the world 🔸Students interested in AI, blockchain, and Solana development 🔸Individuals or teams ready to build innovative Solana-based projects 🔸Both beginners and experienced developers are welcome to participate📅Date: November 27–29, 2026 ⏳Duration: 3 days ✍Format: Online and in-person 📍In-Person Build Station: Addis Ababa 📌Venue: TBC 💵Fee: Free🔗Apply: https://app.dev3pack.xyz/hackathon/station/ETHIOPIA“If this isn’t for you, please share it with others who might be interested.”🙏Follow us👇for more opportunities @sikkoomedia
    app.dev3pack.xyzBuild Station in Addis AbabaWe are hosting a Build Station in Addis Ababa for the largest Solana university hackathon, in collaboration with Dev3pack.
    4,01962Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    22 Sept, 13:19

    Irreechi Hora Finfinneefi Hora Harsadee bara 2019 Fulbaanaa 23 fi 24, 2019 walduraan kabajama.Fulbaana 12,2019 Irreechi Hora Finfinneefi Hora Harsadee bara 2019 Fulbaanaa 23fi 24,2019 walduraan akka kabajamu Gamtaan Abbootii Gadaa ibsan.Kabaja ayyaana Irreechaa bara 2019 ilaalchisuun Gamtaan Abbootii Gadaa marii paanaalii magaalaa Bishooftuutti gaggeessaaniin haala duudhaafi safuu malkaan barbaadu akkasumas naamusa barbaachisu irratti mariyataman.Haaluma kanaan uummatni Oromoo akkasumas lammileen biyyattii kabaja Irreechaarratti hirmaatan miiraa nagaa,jaalala, araaraa gonfachuun ta'uu qaba. Irreechi wayita dhaqan araaramanii,qulqullaa'anii akka irreeffatan gamtichi waamicha taasiseera.Naamusaan walqabatees ummatni kabaja Irreechaa kanarratti hirmaatu meeshaalee miidhaa geessisan kamuu qabachuu akka hin qabne ibsanii safuufi safeeffannaa Irreechaan dabaalamuun Irreechi
    2,08099Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    20 Sept, 19:31edited

    The 6th Oromia Tourism Awards competition has kicked off in full swing today. The 14 categories listed below will be determined by 30% of the votes cast by you, the clients and followers. Voting will run from today until September 29, 2026 at 12:00 (Evening) Local Time. The Categories: Best Tour Operator of 2026 Best 3 Star Hotel of 2026 Best Resort of 2026 Best Local Tour Guide of 2026 Best Tourism Tech Solution of 2026 Best Tourism Photography of 2026 Best Community Tourism Promoter of 2026 Best Travel TV Show of 2026 Best Tourism Destination Music Video of 2026 Best MICE City of 2026 Best Ecotourism Site of 2026 Best Travel Content Creator of 2026 Best Domestic Travel Organizer of 2026 Best Ranger of 2026https://vt.tiktok.com/ZSq3N9mM7/@sikkoomedia
    4,010141Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    17 Sept, 11:39

    Godina Saba Oromoo Aanaa #jiillee_dhummuugaa Waajjirri Barnootaa Aanaa jiillee dhummuugaa Itti Manneen Barnootaa fi Barsiisota Sadarkaa 1ffaa Dorgomsiisee Qacaruu Barbaada.Haaluma kanaan dorgomtoonni ulaagaa guuttan guyyaa beeksifni kun maxxanfame irraa eegaluun qaamaan argamtanii dorgomuu kan dandeessan tahuu kabajaan isin beeksifna.Waajjira Barnootaa Aanaa jiillee dhummuugaa!#Carraa_kan_itti_fayyadamaa!
    7,56025411Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    17 Sept, 11:28edited

    Jinka university Waamichii Barattoota yeroo hin beekamneef darbeera@sikkoomedia
    6,63042Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    16 Sept, 17:48

    https://youtu.be/3cfV4JHfSMM?si=i3TMNDdrSwQSZNwFFamily 😎subscribe ✌️Share 👉 nuuf gochaa itti bashannanaa!👌
    YouTube16 September 2026Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
    7,11063Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    16 Sept, 11:18

    #WaamichaYuunivarsiitiin Barnootaa Kotobee barattoota sagantaalee barnoota idilee fi Extension, kanneen waggaa 2ffaa fi isaa ol ta’aniif, galmeen semisteera 1ffaa bara barnootaa 2019 A.L.I Fuulbaana 18–20/2019 A.L.I ta’uu beeksiseera.Barattoota idilee bara barnootaa 2015tti Yuunivarsiiticha seenaniif guyyaan galmee semisteera 2ffaa Fuulbaana 21 fi 22/2019 A.L.I ta’uun ibsameera.Barnoonni sagantaalee Extension Sanbata Xiqqaa Fuulbaana 23/2019 A.L.I kan eegalu yoo ta’u, barnoonni sagantaa idilee immoo Wiixata Fuulbaana 25/2019 A.L.I ni eegala jedhameera.Barattoota idilee waggaa 1ffaa haaraa bara barnootaa 2019 Ministeera Barnootaatiin ramadamtaniif fuulduratti waamichi kan taasifamu ta’uun eerameera.
    6,850125Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    14 Sept, 16:16

    Barattoonni Yuunivarsiitiiwwan Naannoo Tigraay Keessatti Barachaa Turan Yeroof Yuunivarsiitiiwwan Birootti Akka Ramadaman Murtaa'eMinisteerri Barnootaa Itoophiyaa haala yeroo ammaa naannoo Tigraay keessa jiruun wal qabatee, barattoota yuunivarsiitiiwwan naannichaa keessatti barachaa turaniif furmaata yeroo kennuu isaa ifoomseera. Akka Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa beeksisanitti, komii fi gaaffii barattoonni kunniin dhiyeessan bu'uura godhachuun, hanga haalli naannichaa guutummaatti tasgabbaa'ee mijatuutti barattootni kunniin yeroof yuunivarsiitiiwwan mootummaa biroo nageenyi isaanii eegamu keessatti ramadamanii barnoota isaanii akka itti fufan murtaa'eera.Murtiin kun kan darbe, barattoonni sababa haala qabatamaa naannichaa jiruun barnoota isaanii addaan kutuun gara waajjira Ministeera Barnootaa qaamaan dhufuun gaaffii erga dhiyeessanii fi hoggantoota
    7,450326Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    14 Sept, 16:16

    8,33042Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    14 Sept, 14:10

    https://youtu.be/ATte9CLc4l4?si=lMBrcdMy05WOu5JI
    YouTubeFinfinnee Goobee fi Shinooyyee Birbirsa Goorootti!!Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • SIKKOO MEDIA

    14 Sept, 10:59edited

    #Breaking_news #Waamicha_yuuniversiitii_HARAMAYAAttention, Senior Students!The entry period for senior students returning to Haramaya University will be:📅 Meskerem 21–24, 2019 E.C.All senior students are kindly requested to take note of the dates and make the necessary preparations for their return to campus.@Sikoomedia
    7,8604422741Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    12 Sept, 20:20

    https://youtu.be/cyttUHy7n2U?si=th0mVC5Mt8MORUvo
    YouTubeA Conversations with a Farmer About EthiopiaInterviewing a Farmer: Agriculture and Our CountryEnjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.
  • SIKKOO MEDIA

    11 Sept, 04:45edited

    🌼 BAGA BARA HAARAA 2019 GEESSAN! 🌼 Gammachuu fi abdii bara haaraa kanaaf ergaa keenya isa caalu isiniif qabanna: 👉Barri bara nagaa, 👉Kan jaalalaa, 👉Kan tokkummaa, 👉Kan milkaa'inaa, 👉Kan dhugaa siniif haa ta'u!Akkuma odeeffannoon beekumsa, beekumsis aango keessaan ta’e, bara kana keessa odeeffannoo dhugaa, qulqulluu fi ijaarsaaf ta'u isiniif dhiyeessuu jabeessinee itti fufna! Ayyaana Gaarii!@SIKKOOMEDIA
    9,56057332Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    10 Sept, 18:36

    WAAMICHAYUUNIVARSIITII GONDARYuunivarsiitiin Gondar barattoota isaa buleeyyiif waamicha Taasiseera.Guyyaan galmee Fulbaana 4-5 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera.Odeeffannoo sirrii waa'ee Sangantaa Remeediyaalii fi Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii argachuuf Channel Keenya join gochuun nu hordofaaSIKKOO MEDIA ©️
    9,210315Open in Telegram
  • SIKKOO MEDIA

    8 Sept, 15:18

    #FinfinneeGoobee fi shinooyyee magaalaa Finfinneetti kabajamaa oolee gama you tuben Daawwadhaa👌https://youtu.be/MTojo_j2Cl8?si=8rMg-eVuf-YIp35e@sikkoomedia
    10,400video1694Open in Telegram
Download the series as CSV
A feedback bot for your channel — free

Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.

How it works →
Create the bot