gram news
Solomon Debele Lemi channel avatar

Solomon Debele Lemi

@solomondabale2023

Hamma Lubbuun jirtutti Abdii Hin kutiin በ ህይወት እስካለህ / እስካለሽ ድረስ ተስፋ አትቁረጥ / አትቁረጪ Don't give up as long as you live

ProjectsENJobs

76,185subscribers

Open the Channel

Latest posts

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 19:07

    WADAROO ARBAAGuyyaa tokko namicha tokkotu osoo karaa deemuu Arba tokko arge. Namichi kun yaadan gaafa ilaaluu wadaroo (funyoo) qal'oo tokkotu millaa arbatti hidhamte jirtu arge hedduu aja'ibsiifame. Akkamiin bineensii akkas guddatuu funyoo qal'oo kanaan hidhamee dhabbata?. Arbii kun Wadaroo kanaa salphatti kutu ni danda'a garuu hin goone. Kan jedhu bita ittii gale.Suuta jedhe gara Arba kanatti akkumaa siiqeen namicha dawwachisa bineesota ta'ee tokko argatee: akkamiin bineensii kun wadaroo xiqqoo kanaan hidhamuu danda'e jechuun gafaatee."Dawwachisan sunis" gaaridha. Maal seete durii yeroo arboonni kun reef xixiqoo turanii fi ulfaatinas hammanatti hin qabne wadaroo kanaan hidhamuu ture, yeroo sanattii wadaroo kanaa kutachuu hin danda'an. Kanuma irraa kan ka'ee Amma iyyu kutaachuu hin dandeenyuu jedhanii waan yaadanif wadaroo dhuma kanaan hidhamuu jedhe deebiseef. Namichi kunis
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 17:51

    Waan uumamteef beeki! Kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu. Rabbi "Bishaan gabatee keessaa" sin taasisiin.
    2,340221Open in Telegram
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 16:17edited

    🎯 MARSA 4FFAA JALQABNEERRA! 💰 QARSHII 300 QOFAAN 🏆 CARRAA WALIIGALAA: QARSHII 315,000👥 NAMOOTA 1,500 QOFA! 🔐 Hirmaachuuf: Ammuma seenaa👇👇👇👇👇 👉@solalottery 👉@solalottery 💳 Karaalee Kaffaltii Maqaa Herregaa: Solomon Dabale Lami 👉 CBE: 1000223259859 👉 Awash Bank: 013200733959300 👉 Telebirr: 0930496169 📤 Erga kaffaltanii booda: Screenshot kaffaltii + lakkoofsa bilbila keessanii 👉 @solomondebele nuuf ergaa. ⚠️ Namoota dogoggorsitoota irraa of eeggadhaa.
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 16:16

    Ethiopian Engineering Group Fulbaana 10/2019 bahe
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 16:15

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:52

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:50

    📢 VACANCY ANNOUNCEMENTBahir Dar University is seeking qualified, highly motivated, and eligible candidates to join our academic team in the Department of Cinema and Theatre Arts.🎭 AVAILABLE POSITIONS (Zero Experience Required)Lecturers in Cinema & Theatre Arts — (2 Positions) Lecturers in Cinema, Film Studies & Cinematography — (2 Positions)Lecturers in Music Arts (Instrumental Majors): 🎷 Tenor Saxophone Major — (1 Position) 🎷 Alto Saxophone Major — (1 Position) 🎹 Piano Major — (1 Position) 🎸 Guitar Major — (1 Position) Flute Major — (1 Position)Graduate Assistant II in Music Arts: Drum Major — (1 Position)📍 APPLICATION & SUBMISSION DETAILS
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:49

    Harar
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:48

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:39

    "ከአንድ ዩኒቨርሲቲ ወደ ሌላ ዩኒቨርሲቲ የተማሪ ዝውውር የሚፈፀመው የላኪው እና የተቀባዩ ዩኒቨርሲቲ ስምምነት ሲኖር ብቻ ነው፡፡ ዝውውሩ ሲፈፀም ትምህርት ሚኒስቴር በደብዳቤ እንዲያውቀው መደረግ አለበት"፡፡ - ትምህርት ሚኒስቴርትምህርት ሚኒስቴር "የተማሪዎች ቅበላ፣ የትምህርት መስክ ምደባ እና የተማሪዎች ዝውውር አፈጻጸምን" አስመልክቶ በቀን 07/01/2019 ዓ.ም ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር) የተፈረመ ሰርኩላር ለሁሉም የመንግሥት ዩኒቨርሲቲዎች ልኳል፡፡ሰርኩላሩ፤ ዩኒቨርሲቲዎቹ ከተማሪዎች ቅበላ፣ የትምህርት መስክ ምደባ እና የተማሪዎች ዝውውር ጋር በተያያዘ ሊከተሏቸው የሚገቡ አሠራሮችን አስቀምጧል፡፡ዩኒቨርሲቲዎች በሚኒስቴሩ ከተላለፈ የምደባ ውጤት ውጭ ተማሪን በራሳቸው ተነሳሽነት መቀበል፣ የተመደበበትን ተቋም መቀየር ወይም በሌላ ተቋም የተመደበን ተማሪ ያለአግባብ መመዝገብ እንደማይችሉ ተገልጿል፡፡ተቋማቱ ከተቀመጠው የምደባ መስፈርት ውጭ በግለሰብ ጥያቄ፣ በልዩ ትዕዛዝ ወይም ለአንድ ተማሪ ብቻ በሚደረግ ልዩ አሠራር የትምህርት መስክ ምደባ መቀየር አይችሉም።ከአንድ ዩኒቨርሲቲ ወደ ሌላ ዩኒቨርሲቲ የተማሪ ዝውውር የሚፈፀመው የላኪው እና የተቀባዩ ዩኒቨርሲቲ ስምምነት ሲኖር ብቻ ሲሆን፣ ዝውውሩ ሲፈፀም ትምህርት ሚኒስቴር በደብዳቤ እንዲያውቀው መደረግ አለበት ተብሏል።የዝውውር ጥያቄ የሚስተናገደው ተማሪው በተመደበበት ተቋም ቢያንስ አንድ ሴሚስቴር የተማረ እና ከፕሮግራሙ 50 በመቶ በላይ ያላጠናቀቀ ከሆነ ብቻ እንደሆነ ተመላክቷል፡፡በሌላ በኩል ከመንግሥት ወደ ግል ከፍተኛ ትምህርት
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:39

    Barataan Yunivarsiitii tokko irraa gara Yunivarsiitii biraatti kan dabarfamu, waliigaltee Yunivarsiitii ergaa fi Yunivarsiitii fudhataa gidduu jiru yoo jiraate qofa. Dabarsoon yeroo raawwatamus, Ministeerri Barnootaa xalayaa irratti hundaa’uun akka beeku ta’uu qaba.” — Ministeera Barnootaa Ministeerri Barnootaa, waa’ee “Raawwii simannaa barattootaa, ramaddii damee barnootaa fi dabarsoo barattootaa” ilaalchisee, Fulbaana 7, 2019 E.C. (07/01/2019 E.C.) Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Nagaa mallatteessuun, yunivarsiitiiwwan mootummaa hundaaf sirna hojii ibsu ergee jira. Sirni kun, yunivarsiitiiwwan yeroo simannaa barattootaa, ramaddii damee barnootaa fi dabarsoo barattootaa raawwatanitti adeemsa hordofuu qaban kaa’eera. 🔹 Yunivarsiitiiwwan bu’aa ramaddii Ministeera Barnootaatiin kennameen ala, ofuma isaaniitiin barataa simachuu, dhaabbata barataan itti ramadame jijjiiruu ykn
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:35

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:12

    Waamicha Qormaataa
  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:01

  • Solomon Debele Lemi

    22 Sept, 15:01

    Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
Download the series as CSV
A feedback bot for your channel — free

Followers write to the bot, you answer by reply, your account stays hidden. Created in one tap.

How it works →
Create the bot